“Waaqayyoon sodaachuun jalqaba ogummaa ti, warri isa duukaa bu'anii hojjetan hubannaa gaarii qabu; Waaqayyoon jajachuunis yeroo hundumaaf jabaatee in dhaabata.”
— Far. 111:10
👍1
“Achumaan abdii keenya isa eebbifamaa fi ulfina isa deebi'ee mul'atu sanaa in eegganna. Inni mul'achuuf jiru sunis Yesus Kristos; inni Waaqayyo keenya isa guddicha, fayyisaa keenyas.”
— Tit. 2:13
👏3❤1
● Hojjetaan Jireenya keenyaa Waaqayyodha. Inni Jireenya keenya yeroo barbaachisutti akka barbaachisutti in soora. Yoo dheebottu bishaan jireenyaa irraa obaasaa, gaafa beeloftus buddeen jireenyaa irraa nyaachisaa in jiraachisa. Inni akka ta'utti godhee jireenya keenya yeroo hundumaa in eega; Haala eenyumtuu nu hubachuu hin dandeenye keessattis, nu hubata. Inni qofti hojjetaa jireenya keenyaa waan ta'eef, inni qofti barbaacha jireenya keenyaa in guuta. Kanaafu, jireenya keenya hojjetaa isheetti ishee dhiisnee akka ulfina isaatiif ta'utti in jiraanna.
🎗 | Faarfannaa 23:1-3
🎗 | Faarfannaa 23:1-3
¹ Waaqayyo tiksee koo ti, ani homaa hin dhabu!
² Inni marga lalisaa keessa akkan boqodhu in godha, gara laga itti aara galfataniittis na geessa;
³ inni lubbuu anatti in deebisa, maqaa isaatiif jedhee daandii qajeelaa irra na geggeessa.
❤2🥰1
Hawwiin Kee Hawwii ta'ee kan hafuu, kalessa, har'aa, boruukee adda bastee yoo hin bekne qofa💥✍️
❤2
Yihuudaan meetii 30'n gooftaa isaa gurguree, yeroo yaartuu booda horii argaatee sanaati gammadduu hin dandeenye bayyee gabbee! Gooftaan immoo durseyyuu beeka ture Hojii isaatti bayyee hin diqamnee! Deebisee dhifaama godheefii
Yihuudaaf garuu safuu👐
Yihuudaaf garuu safuu👐
🥰2👍1
❤2🔥1
Yaadni michuu keenyas ta’ee diina
keenyaas ta’uu danda’a.
Yaadni gaariin carraa akka arginu kan nu gargaaru yoo ta’u, yaadni gadheen immoo guddina keenya gufachiisa.
Jireenya keenya gara gaariitti jijjiiruuf yaada keenya to’achuu fi kallattii gaariitti qajeelchuu barachuu qabna.
keenyaas ta’uu danda’a.
Yaadni gaariin carraa akka arginu kan nu gargaaru yoo ta’u, yaadni gadheen immoo guddina keenya gufachiisa.
Jireenya keenya gara gaariitti jijjiiruuf yaada keenya to’achuu fi kallattii gaariitti qajeelchuu barachuu qabna.
❤3
Jireenyi hafuuraa challenge hedduu qaba·
Garuu obsaan yoo dandeenye milkaa°uu akka dandeenyu sagaleen Waaqayyoo ni dubbata·
Kanaafuu jabaadhaa obbollaawwan koo
IYYESUS NI DHUFA
Garuu obsaan yoo dandeenye milkaa°uu akka dandeenyu sagaleen Waaqayyoo ni dubbata·
Kanaafuu jabaadhaa obbollaawwan koo
IYYESUS NI DHUFA
🥰3
#Ayyaana_Waaqayyoo
#Seerri Namni Waaqayyoof hojjechuudha
#Ayyaanni garuu Waaqayyo Namaaf hojjechuudha
Seerichi in ajjeesa
Ayyaanichi in fayyisa
Gargaarees gara ququllummaatti ni geessa.
“Isin ayyaana Waaqayyootiin karaa amantii fayyifamtan; inni immoo kennaa Waaqayyoo ti malee, gochaa ofii keessanii miti;”
— Efe. 2:8
#Seerri Namni Waaqayyoof hojjechuudha
#Ayyaanni garuu Waaqayyo Namaaf hojjechuudha
Seerichi in ajjeesa
Ayyaanichi in fayyisa
Gargaarees gara ququllummaatti ni geessa.
“Isin ayyaana Waaqayyootiin karaa amantii fayyifamtan; inni immoo kennaa Waaqayyoo ti malee, gochaa ofii keessanii miti;”
— Efe. 2:8
❤2
✍WALALOO BARREESSE✍
✍✍✍
Nan Dhiisa Yoon Jedhe
Marumaan Na Guba
Utuu Ani Beekiin
Dhufee Na Utuba
✍✍✍
Oolmaan Gooftaa Kootii
Na Keessaa Finiina
Nyaattuu Natti Ta°ee
Lafee Na Ciniina
✍✍✍
Waan Inni Naaf Godhu
Waan Inni Naaf Yaadu
Secondii Tokkoofuu
Dagachuun Barbaadu
✍✍✍
Gaarii Naaf Hojjettee
Gaarummaa Naaf Yaada
Mana Koo Soroorsee
Kufaa Koo Naaf Kaaba
✍✍✍
Haala Koorra Darbee
Haaala Naaf Mijeessa
Seenaa Kufe Kaasee
Abdii Nat Odeessa
✍✍✍
Haamilee Koo Kufe
Ol Qabee Naaf Kaabee
Gajjallaatii Fidee
Addana Na Dhaabe
✍✍✍
Ufumasaa Fuudhee
Ba°aa Kiyya Baatee
Raasee Irraa Buuse
Kan Abdii Koo Nyaate
✍✍✍
Karra Koof Karaa Koo
Eebbaan Naaf Saaqeera
Tarree Qulqulootaa
Fuudhee Na Dhaabeera
✍✍✍
Anis Jechoota Koo Kuusee
Walitti Tarreessee
Oolmaa Abbaa Kootiif
Walaloo Barreesse
✍✍✍
Nan Dhiisa Yoon Jedhe
Marumaan Na Guba
Utuu Ani Beekiin
Dhufee Na Utuba
✍✍✍
Oolmaan Gooftaa Kootii
Na Keessaa Finiina
Nyaattuu Natti Ta°ee
Lafee Na Ciniina
✍✍✍
Waan Inni Naaf Godhu
Waan Inni Naaf Yaadu
Secondii Tokkoofuu
Dagachuun Barbaadu
✍✍✍
Gaarii Naaf Hojjettee
Gaarummaa Naaf Yaada
Mana Koo Soroorsee
Kufaa Koo Naaf Kaaba
✍✍✍
Haala Koorra Darbee
Haaala Naaf Mijeessa
Seenaa Kufe Kaasee
Abdii Nat Odeessa
✍✍✍
Haamilee Koo Kufe
Ol Qabee Naaf Kaabee
Gajjallaatii Fidee
Addana Na Dhaabe
✍✍✍
Ufumasaa Fuudhee
Ba°aa Kiyya Baatee
Raasee Irraa Buuse
Kan Abdii Koo Nyaate
✍✍✍
Karra Koof Karaa Koo
Eebbaan Naaf Saaqeera
Tarree Qulqulootaa
Fuudhee Na Dhaabeera
✍✍✍
Anis Jechoota Koo Kuusee
Walitti Tarreessee
Oolmaa Abbaa Kootiif
Walaloo Barreesse
❤5🥰1
Yoo Waaqayyo jedhes, nuyi isa kaanitti darbuuf jirra.
Ibroota 6:3
Ijiko Guyyaa Waaqayyoo Arguuf eegaa jira!
Ibroota 6:3
Ijiko Guyyaa Waaqayyoo Arguuf eegaa jira!
🥰1
Ani jabaa ta'e mitti
Jabaatu na gargaree
Jabaan Akka waqayyoo essumati argamare❤️🙏
Jabaatu na gargaree
Jabaan Akka waqayyoo essumati argamare❤️🙏
🔥1
“Bara dhufutti Yaaqoob hidda in yaafata, Israa'el hudhee in daraara, iji inni godhatus biyya lafaa irra in guuta.”
— Isa. 27:6
▮Baga Jala Bultii Ayyaana Bara Haaraa Nagaan Geessan!🏵️
❤3🔥1
😘Happy new year
🔸New month
🔸New Dreams
🔸New goals
🔸New opportunities
🔸New mindset
2⃣0⃣1⃣8⃣
🔔 HawinetAsaffa
🔸New month
🔸New Dreams
🔸New goals
🔸New opportunities
🔸New mindset
2⃣0⃣1⃣8⃣
🔔 HawinetAsaffa
❤3