Telegram Web Link
Life is totally not fair

Problems don't come to every body, because they need their own receptors to attach.that's why some problems comes only to some people, while other kinds of problems are faced only by some other people... And also still there are some people who face every kind of problems, be it simple or complex, while on the other hand those who don't even know what problem is... All these are only due to presence or absence of receptors (which are given in born) to individual problem... So to me life is not fair!

By Dr. Sadam M.
@Humnagaariiyaduu
Jaalalti Xalayaa irratti hin Barreefamu wanti Xalayaarratti barreefame wan haqamuu danda'uuf. Akkasuma Dhagaarratti hin bocamu sababni Isaas dhagaan Bocame Cacabuu wan danda'uuf. Hata'uuti garuu Onneerratti yoo maxanfanne hanga dhumaatti Obsaan tursiisu dandeenya.
Wali galleerra πŸ‘
Wali hin gallu
πŸ‘Ž
πŸ’–πŸ’–πŸ’πŸ’πŸ’˜πŸ’˜πŸ’žπŸ’ž
@humnagaariiyaduu
✍Jireenya kana keessatti wanti ani baradhe Namaaf Tola oltee yoo debite Namoota sanirra akka isaan tola sif olan eegde ni midhamta.

πŸ‘‰ Namoonni tokko tokko yeroo ati isaanif tola olte akka gowwaatti(doofaatti) si fudhata.

πŸ‘‰ Tokko tokko immoo yeroo ati tola olteef kan faydaa dhufaa isanirraa barbaadde itti fakkaata.

πŸ‘‰ Tokko tokko immoo si galatoomfachuu dhiise Diina sitti ta'uu danda'a.

πŸ—£ Kanaaf ani wanti sif himu Tola namaf oluu keetif debii Namarraa hin eegatin.

⁉️ Deebiin isaa maalis haa ta'u maalu Carraa argatte hundatti Tola namaaf oluun si waliin haa jiraatu. Rabbiin siif kaffala!

♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
@humnagaariiyaduu
Lafa sirni Gadaa jiru safuut jira, Lafa Safuun jiru wal kabajuutu jira, Lafa wal-kabajuun jiru wal dhagahuutu jira, Lafa Waldhagahuun jiru immoo walii galuuti jira. Kanaafi kan Oromoon Gafa Gadaan cabe Oromummaan Cabe Tokkummaan Diigame jedhu, Ilmi Abbaa isaa, Hayyuu isaa fi Ummataa isaa kabaju lolu ni moo'ata, Dubbatu irraa bareeda saba biratti ni jaalatama. Goonni armaan Gadii kunis wan kana godhuun isaa wan armaan olii kana beekuusa mul'isa Ulfaadhu jennaan!!!!

Ajajaan WBO Zonii Gujii Jal Eliyaas Gambeellaa Wamicha Abbooti Gadaa taasisan Dhagahuun Gale.

Wal haa dhageenyuun Dhaamsa Kooti!
By Nimona Chali
βš«οΈβš«οΈβš«οΈπŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄βšͺ️βšͺ️βšͺ️
@Humnagaariiyaduu
Adunyaa kana irraa wanti Qaliin Amanamummaadha.
argachuuf waggaa ol sitti fudhaachu danda'a garuu Hamma liphuu ijaati of jalaa balleessuu dandeessa.
@humnagaariiyaduu
πŸ’ŸJaalala jechuun Dubartii miliyoona takka jaalachuu miti karaa miliyoona tokkoon Dubartii takka jaalachuudha.

Dhiirummaa jechuun dubartoonni hedduun si jaalachuu miti Dhirummaan kan madalamuun, dubartii takka hundaa ol calsiiste jaalachuu fi isheef amanaa fi murataa tatee argamuudha.

@humnagaariiyaduu
Oromo Sarcasm App Isaa xumuree isin bira gahe jira kanaaf hundi keessan Download godhachuun Online qofaan otuu hin tain Offlinille Bacoo fi Tapha keenyaan Bashananu ni dandeessu, akkasumaas Bacoo harawa Guyya Guyyaan ni argattu. MB 4 qofa wan ta'eef Download godhadha
Published by:
Oromo Technologies
Finfinne, Oromia

βš«οΈπŸ”΄βšͺοΈβš«οΈπŸ”΄βšͺ️
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.ot.oromosarcasm
Namni dhiphisee yaadu carraa isaaf dhufe keessatti rakkoo isa mudachuu danda'u arga, namni ilaalcha gaarii qabu garuu mudannoo booda isatti dhufu hunduma keessa iyyuu carraa jiru ilaala.
@humnagaariiyaduu
Enyummaa kee kan qabee jiru haala ati keessa jirtu miti, ilaalcha ati 'ani akkasi' jettee ofikee irratti qabduudha.
@humnagaariiyaduu
Osoo nama hin ta'iin, namaaf ta'uun hin jiru.
@humnagaariiyaduu
Ramadaanni kun kan Namaas, Biyyaas, Baraas Haroomsu Rabbiin nuf haa godhu.
πŸ•‹πŸ•‹πŸ•‹πŸ•‹πŸ•‹πŸ•‹πŸ•‹πŸ•‹πŸ•‹πŸ•‹πŸ•‹πŸ•‹πŸ•‹
RAMADAN KAREEM to all our Muslim bothers and sisters
🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴
Gaarii yaadi pinned Deleted message
Wal Dorgommii Chanali Afaan Oromoo Sagalee calmaa Argachuun Kan 1ffaa Bahe.

πŸ†πŸ₯‡Oromo Sarcasm(koflaaπŸ˜‚)-- @Orosarcasm
πŸŽ‹An siinin fedhe.πŸŽ‹
Rabbiin Siif Haa kennuu:-


Jireenya -- Gaarii

Umrii -- Dheeraa

Maati -- Gammachuu

Qabeenya -- Dachaan

Haalaf amala --- miidhagaa

Hiree --- Bareedduu

Akhiraa keetiif ---Jannata
Jiruu kee Hundaaf--- Halaal.

Rabbiif jecha si jaaladheen An du'aa'ii tana siin fedhee. Atilleen Nama obboleyan keetif Share godhi Anallee tahu.
🌴🌴🌴❀️❀️❀️❀️❀️❀️🌴🌴🌴🌴🌴
@Humnagaariiyaduu
Alagaan Jijjirama Amma dhufe kana itti Amaneeti fashaleessuuf wixxifachaa jira garuu Nuti hanga ammatti Jijjirama kanatti amanuun nutti ulfaatera. Hin shakkinaa jara keenya shakkinaan ni baddiiti jijjiiramni dhufeeraπŸ’―.

Dhufeera βœ…
Hin dhufne ❌
Ijoollee keessaan #Profeesara ykn #Doktara osoo hin taane, Dura nama akka ta'aniif Barsiisaa. Sababni isaas, Namoonni hedduun osoo Doktara fi professor ta'anii jiranuu, Garuu nama Gutuu miti.

Gar/profeesaraa:- #Miratuu_Shanqoo
πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘
@Humnagaariiyaduu
#Arrabni lafee hin qabu, garuu Bayyee cimaadha Onnee namaa cabsuuf, kanaafu off-eggannaa cimaa godhi jechoota si afaani bahu irratti.
πŸ‘…πŸ‘…πŸ‘…πŸ‘…πŸ—£πŸ—£πŸ—£πŸ—£πŸ—£πŸ‘…πŸ‘…πŸ‘…
@Humnagaariiyaduu
Jechi tokko tokko Otuu hin jedhamiin Hafa
Miirri tokko tokko Otuu hin ibsamiin hafa
Garuu Namoonni akka keessani kun Guyyaa Addaa kanarratti akkamiin irraanfatamanii hafu? Abadan hin irranfadhu, Obboleewwan keenya warreen Amantaa Muslimaa Hordofan maraan Baga Ayyaana
EID AL-FIXRIIN isin gahe.
πŸŒ΄πŸ•‹πŸ•Œβ­οΈβ˜ͺπŸŒ™β­οΈβ˜ͺπŸ•ŒπŸŒ΄πŸ•‹β˜ͺπŸ•‹πŸ•Œ
EID MUBARAK
Adunyaan tun wa sadiin dhabamuu ykn baduu Dandeessi.

1ffaa:- Meeshale Nuklaraa(Nuclear Weapons)
Fknf: silaa waraanni adunyaa 2ffaa Nuklariin godhame har'a adunyaan tun hin jirtu ture.

2ffaa:- Dhukkuba akka tasa uumamu
Fknf: dhibee Akka Ebolaa, Hypothesis B, Cholera fi.kkf otuu qorichi isaa argamu baate aduunya kana guutu Yeroo gababaa keessatti fixa ture dhukuboonni akkana yoo uumame aduunyaan kun dhabamu dandeessi.

3ffaa:- Hogganaa(Mooti) Hamaa(Gadhee)
Siriyaan Fakeenya guddaa nuf ta'uu dandeessi Motii biyya sana faydaa dhunfaa isaaf Angoo irraa turuuf lubbuu namoota miliyonaan lakkawamu balleesse kanis biyyaa baqachiise gutumaan gututti Biyya diige, kanaafu Biyyi keenya Rakkoo akkana keessa akka hin buuneef, Namoota faydaa dhunfaa isaatif deemu fi Nama siirrii addaan baafachuun gaariidha. Nama karaa deemu hunda jala hiriirree Wal barjaajjeessu otuu hin ta'in Ummanni Biyyatti Hundi Miira tasgabbiitiin otuu hin jarjariin of-dhageefachaa, wal dhageefachaa deemuun bayyee barbaachisadha.
πŸ™ŒπŸ™ŒπŸ™ŒπŸ™ŒπŸ™ŒπŸ™ŒπŸ™ŒπŸ™ŒπŸ™ŒπŸ™ŒπŸ™ŒπŸ™ŒπŸ™Œ
@Humnagaariiyaduu
2024/05/17 17:20:31
Back to Top
HTML Embed Code: