๐Ÿ‘‰ Yoo ulamaa'iin nutti himte malee waa hin kennannu jechuu dha?
๐Ÿ‘‰ Yoo ulamaa'iin ajaja dabarsite malee Hojiin kheeyrii hojjetamtu hin jirtu jechuu ?
๐Ÿ‘‰ Yoo Sheekh Ebaluun natti hime malee nuti hin goonu jechuudhaa?
โžก๏ธ Asiratti ani Sadarkaa ulamaa'ii gad qabuu kiyya ykn ulamaa'ii jala hin deeminaa jechuu kiyya miti . Kayyoon kiyya Sadarkaa Rabbii ulamaa'ii tana uumees akka hin daganneefi.
๐Ÿ‘‰ Namni tokko gaafa Maqaa Rabbiitiin deeggarsa si gaafatee sirraa dhabe, eegasii Maqaa ulamaa'iitiin si gaafatee sirraa arkate dubbiin gara biraa deemti jedheeti.
" Nuti bar sababni gafa ulamaa'iin nu gaafatte itti arjoomnuuf maallaqni sun gara biraa hin dhaqu janneeti " jechuu dandeessa. Kuni dhugaa dha. Gargaarsi ati kennitu waan biraa irratti akka sirra hin oolle ykn bakka ati itti niyatteef sun osoo hin gahin akka sirraa hin maqneefi tahuu mala. Yaadni kee yoo akkana tahe yaada bareedaa dha. Garuu, wanti ati beeku qabdu:
1) Hojiin tokko niyyaa keeti irratti rarraati.
2) Yoo dhugaa himne wantoota garii ijaa keetiin argu ykn gurra keetiin dhagahu jirta taha . Fkn, miidiyaan tokko maal akka hojjechaa jiru tarii daawwachaa jirta ykn ammoo dhagahaa jirta. Duuba ati kuni siif hin gahuu . Hojii sun agartee hin amantuu. Ragaa kana caaluu ati kan akkamii barbaadda laata?
Bar warri miidiyaatiis yoo gargaarsa si gaafatanii arjoomteef isaanuma bira gala. Yoo ulamaa'iiniis si gaafatte miidiyuma saniif gala malee ulamaa'iin qarshii tokko irraa hin nyaatu bar. Garuu, sadaaqaa kee sun firraa balleessuu hin qabdu.
Fakkeenyaaf, yoo ulamaa'iin Teenya nurraa boqatte Masjiidni, Madrasaan, Miidiyaan Islaamaa, kkf hin ijaaramuu?
Yoo goote Rabbiif qofa jecha godhuu qabda malee......
Kanaafuu, formulaan keenya sirraawu qaba:
Allah > Muhammad > Ulamaa'ii
Jaalalti ati Rasuulaaf (SAW) qabdu kan Rabbii yoo caale diin keessaa akka si baasu hubachuu qabda !!
๐Ÿ‘‰ Hubachiisa:
โœ… Warroonni Rabbiif qofa ja'anii waa godhan akka jiraniis beekkamuu qaba.
โœ… Ani waan natti fakkaate dubbadheetiin jira. Yoon dogongorees Dhiifama naaf godhuu qofa osoo hin taane anallee sirreessaa. Baarakallaahu Fiikum.



https://www.tg-me.com/+VxHosCU84xLve4u9
https://www.tg-me.com/+VxHosCU84xLve4u9
#Sunnaawwan guyyaa Jum'aa keessa raawwataman keessa
1_qaama dhiqachuu
2_Urgeeffachuu
3_uffata bareedaa uffachuu
4_Ilkaan Rigachuu
5_Ganamaan masjida deemuu
6_suuratul kahafiin qara'uu
7_du'aa'ii heddummeessuu
8_Nabiyyirratti (SAW)salaata buusuu

@islamtub
#Bulchiinsa_Islaamaa

โž›Urwaan wayta carraan hooggansaa biyya Yaman isa gahee hooggansaaf biyyattii seenu akkana jedhe :
"Jiraattonni Yaman na dhageessuu!, tan isin ilaaltanii argaa jirtan tuni Yaabbii tiyya (Gaala). Gaafa aangoo gadi dhiisu yoo isii malee waan biroo qabadhee as keessaa bahe hattuudha jedhaa na qabsiisaa.."
‏ู„ู…ุง ุฏุฎู„ ุนุฑูˆุฉ ุจู† ู…ุญู…ุฏ " ุงู„ูŠู…ู†" ูˆุงู„ูŠุงู‹ ุนู„ูŠู‡ุง ุŒ ู‚ุงู„ : ูŠุง ุฃู‡ู„ ุงู„ูŠู…ู† ู‡ุฐู‡ ุฑุงุญู„ุชูŠ ุŒ ูุฅู† ุฎุฑุฌุช ุจุฃูƒุซุฑ ู…ู†ู‡ุง ูุฃู†ุง ุณุงุฑู‚!

โž›Urwaan turtii waggaa 20f Yaman guutuu hoogganaa ture, gaafa Yaman gadi dhiisee bahus Gaala ufii qofa yaabbatee keessaa bahe. Wanti inni harkatti qabatee bahe yoo jiraate Seyfii/Albee lolaa fi Qurโ€™aana isaa qofa.
Rabbiin Rahmata isaaf haa godhu.
ูˆู„ูŠ ุนุฑูˆุฉ ุจู† ู…ุญู…ุฏ ุงู„ูŠู…ู† 20 ุณู†ุฉ ุŒ ูˆุฎุฑุฌ ุญูŠู† ุฎุฑุฌ ุนู„ู‰ ุฑุงุญู„ุชู‡ ูู‚ุท ูˆู…ุง ู…ุนู‡ ุฅู„ุง ุณูŠูู‡ ูˆู…ุตุญูู‡.
โž›Hooggansa gadaa Islaamaatii fi hooggantootaa fi hattoota ammaa walbira qabdee yoo ilaaltu akka Samii fi dachee tana addaan fagaatan.
Maddi isaa๐Ÿ‘‡
[ ุงู„ู…ุตุฏุฑ : ุชู‡ุฐูŠุจ ุงู„ูƒู…ุงู„ ]
kitaaba [#Tahziibul_Kamaal)

Follow me๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/islamtub
๐Ÿ“œ๐Ÿ–Œ__||ยฐ. Beekumsi( Wanti Qalbii kee irra bu'u) Diin waan ta'eef Nama Diin keessan irraa fudhattan laalladhaa. Namni Diin isaas ta'ee barnoota qalbii isaa fii aqlii isaa Nyaachisu namuma arge hundarraa fudhachuun sirrii miti Fudhatamaas hin qabu. Keessaafuu yeroo ammaa kana Kan isa Keessa warri Fedhii lubbuu isaanii jala Gulufan baay'atan kanatti. Diin kee irra guddaa fii irra Qaalii Wanta ati qabduuti; Wanta Beekumsa Godhattee qalbii kee obaastuu fii Aqiidaa Godhattee Qalbiitti hidhattu Eessaa Akka fudhattu adda baafadhu!.

๐ŸŽงุงู„ุดูŠุฎ ุตุงู„ุญ ุจู† ุนุจุฏ ุงู„ุนุฒูŠุฒ ุงู„ุณู†ุฏูŠ ูˆูู‚ู‡ ุงู„ู„ู‡
โ˜˜ุฃุณุชุงุฐ ุงู„ุนู‚ูŠุฏุฉ ุจุงู„ุฌุงู…ุนุฉ ุงู„ุฅุณู„ุงู…ูŠุฉ
๐Ÿ“•ุจุฑู†ุงู…ุฌ ุตูˆุงุจ ู…ุฐูƒุฑุฉ ุงู„ุฃุณุจูˆุน ุงู„ุฎุงู…ุณ ุชุญุช ุนู†ูˆุงู† " ููˆุถู‰ ุงู„ู‚ุฑุงุกุฉ ูˆุงู„ุชู„ู‚ูŠ" ุต ูฆ

https://www.tg-me.com/islamtub
Ati Qormaata kutaa 12 NAN KUFE jettee aartaayii? Animmoo mufachuu kee fi of dhiphisuu kee kanatti nan kolfe! Baay'en sitti gaddes!

@Jechootahayyoota
๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ
Mee waa'ee namoota kufanii milkaa'an tokko sin yaadachiisa; na hordofi!
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ ROBERT KIYOSAK dureessa Ameerikaa keessaa tokko. Garuu Robert yaalii investimentiin yeroo meeqaaf meeqa nama kisaaredha.

โ TOMAS EDISEN balbii elektrikaa hojjechuuf si'a 10,000 yaalee kufee nama milkaa'eedha.

โ ABRAHAAM LINKEN Pireezidaantii Ameerikaa ta'uuf waggaa 22ffaa isaa irraa eegalee dorgomee moo'amaa waggaa 52ffaa isaatti pireezidantii Ameerikaa tahe.
Isaan kunii fi kanneen biroo obsumaan irra deddeebi'an malee waan kufaaniif karoora isaanii hin fannifne.

โ Kanaafuu abdii kutachuutti wanti si oofu diina kee isa karaatti si hambisuu barbaadu qofaadha.
Hin gowwomin ati michuun amanamaan waaqa kee gadiitti karoora kee akka ta'e hubachuun yoo kuftellee hin gadhiisin wajjin kufii ka'i!

โ Utuu waan meeqaaf abdatamtuu haalatti amantee karaa dhaabbattee haftaa?Matumaa hin ta'u! Ati karaatti hin haftu! Haala yeroon jijjiirutti hin hirkatin! Ati sichi ija baay'ee godhatta; balballi milkaa'inaa hedduun siif banama.

โ Haala ilaaltee abdii hin kutatiin abdii hin kutatin ammas abdii hin kutatiin !!!

Haalli har'aa hin amanamu:
โžฒ #Har'a hiyyessa yoo taate bor ni sooromta.
โžฒ #Har'a uffata gahaa hin qabdu yoo tahe bor irraa hafaa qabaatta.
โžฒ #Har'a miilla qullaa deemta yoo tahe bor kophee jijjirtee keewwaattam!
โžฒ #Har'a hojii hin qabdu yoo ta'e bor hojjetaa hedduu qacarta!
โžฒ #Har'a baasii geejjibaaf yoo dhabdeyyuu bor konkolaataa kee yaabdee adeemta!
โžฒ #Har'a nama si jaallattu hin qabdu yoo ta'eyyuu bor baay'ina fira keetif dhiphatta!
โžฒ #Har'a utuu biyyi kolfuu yoo boosseeyyuu bor yeroo biyyi boo'u kolfuuf jirta!
โžฒ #Har'a gurguddoota biyyaa hin beektu yoo ta'eyyuu bor nama guddaaf beekamaa taata.

Kanaafuu haala keessa jirtutti gammadi wal'aansoo qabi, moo'ichi nama wal'aansoo qabu bira jira.

Moo'ichi guddaan immoo aarii fi dafqaan utuu hin taane karaa OBSAA argama.

Kanaafuu abdii kutuu caalaa obsa uffachuun daawwaa milkoomina keetiti.

Obbolee koo ABDII HIN KUTATIN! NEVER GIVE UP!

โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
#Baga_gammaddan...
ุทู„ุงุจ ุงู„ุนู„ู…....

โœ๏ธ Barattoonni Diinii islaamaa Abshiruu.....!!
Gaafa ilmi namaa hoolaa fi Re'ee walirraa dhaalee deemu .... isin ammoo Kitaabaa fi sunnaa Rasuulli Rabbii (SAW) nu keessatti dhiisan dhaaltanii deemtu.....!

Share ๐Ÿ‘‡
@islamtub
๐Ÿ‚.Dhaamsa Amiira Mu'mintootaa Umar ibnul Khaxxaab Radiyallaahu anhu Yeroo biyya Faaris banuuf deeman Amiira waraanaa Saุนad bn Abii waqqaasiif Barreesse keessaa Muraasa

โญ•๏ธ" Ani Siifii Nama Sii wajjiin Jiru Haala hunda keessatti akka Rabbi Sodaattan isin ajajaadha, Sodaan Rabbii qophii jabduu Diinaaf qophaa'aanii fii Mala Jabaa Lola keessaati.

๐Ÿ‚Ani Sii fii Nama sii wajjiin Jiru Hanga Aduwwii keessan irraa Eeggattan caalaa Akka Ma'asiyaa irraa eeggattaniin Isin ajaja. .....

๐Ÿ‚Beekaa ! Deemsa keessan keessatti tiksitoota Rabbi irraa ta'an kan Wanta isin hojjettan barreessantu isinii wajjiin jiru, isaan irraa qaanfadhaa. Osoo Karaa Rabbii keessatti qabsaa'aa jirtanii Ma'asiyaa Rabbii hin hojjetinaa.......

akkuma Adduwwii keessan irratti Injifannoo argachuu kadhattan, Lubbuu keessan irraatti (injifannoo akka argattaniis) Allaahaa tumsa kadhadhaa, Nuufii isiniifiis Sana kadhadhaa".

๐Ÿ“œุฐูƒุฑู‡ุง ุงุจู† ูƒุซูŠุฑ ููŠ ุงู„ุจุฏุงูŠุฉ ูˆุงู„ู†ู‡ุงูŠุฉ

๐Ÿ“•๐Ÿ““๐Ÿ–Šู…ุฌู…ูˆุนุฉ ุฑุณุงุฆู„ ุงู„ุชูˆุฌูŠู‡ุงุช ุงู„ุฅุณู„ุงู…ูŠุฉ ู„ุฅุตู„ุงุญ ุงู„ูุฑุฏ ูˆุงู„ู…ุฌุชู…ุน ุต ูฅู .
๐Ÿ–Œู„ู„ุนู„ุงู…ุฉ ุงู„ุดูŠุฎ ู…ุญู…ุฏ ุฌู…ูŠู„ ุฒูŠู†ูˆ ุฑุญู…
ISLAMTUB@
Forwarded from Ahlu Sunnaa wal-jama'aa (Abde ๐Ÿ‘Œ)
*|[ Dalagaa Warra Jannataatirraa; Qur'aana qara'uu,Rabbi Zakkaruu, isa kadhachuu,isa gaafachuu fii Gara isaa Khajeeluudha. ]|*

‏ูˆูŽู…ูู†ู’ " ุฃูŽุนู’ู…ูŽุงู„ู ุฃูŽู‡ู’ู„ู ุงู„ู’ุฌูŽู†ู‘ูŽุฉู ": ู‚ูุฑูŽุงุกูŽุฉู ุงู„ู’ู‚ูุฑู’ุขู†ู ูˆูŽุฐููƒู’ุฑู ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ูˆูŽุฏูุนูŽุงุคูู‡ู ูˆูŽู…ูŽุณู’ุฃูŽู„ูŽุชูู‡ู ูˆูŽุงู„ุฑู‘ูŽุบู’ุจูŽุฉู ุฅู„ูŽูŠู’ู‡ู.

ุดูŽูŠู’ุฎู ุงู„ู’ุฅูุณู’ู„ูŽุงู…ู ุงุจู’ู†ู ุชูŽูŠู’ู…ููŠู‘ูŽุฉูŽ - ุฑูŽุญูู…ูŽู‡ู ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ุชูŽุจูŽุงุฑูŽูƒูŽ ูˆูŽุชูŽุนูŽุงู„ูŽู‰-
ู…ุฌู…ูˆุน ุงู„ูุชุงูˆู‰  (ูคูขูฃ/ูกู )


*|[ Rabbiin Warra Jannata Keessatti Qur'aana qara'an Zikrii godhan nuhaa godhu. Aamiin

๐Ÿ“•๐Ÿ–ŒุชุบุฑูŠุฏุฉ ู†ูˆุฑ ุนู„ู‰ ุงู„ููŠุณ[   12 ]
#NourTweet

@islamtub
Forwarded from Ahlu Sunnaa wal-jama'aa (Abde ๐Ÿ‘Œ)
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Ahlu Sunnaa wal-jama'aa (Abde ๐Ÿ‘Œ)
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
แ‹จ1445 แ‹“.แˆ’ แ‹’แ‹ต แŠ แˆโ€แŠแŒฅแˆญ แ‰ แ‹“แˆ แŠ แŠจแ‰ฃแ‰ แˆญ แ‰ แ‹ˆแˆŽ แŠจแˆšแˆด
*|[Guyyaa iidaatiin Firoota kee Maxxanfadhu]|*.

*|[ irra jabaan guyyaa kan ati firoota kee keessatti isaan maxxanfattuu tokko  guyyaa iidaati . Yoo dandeesse hadiyyaalee garagaraa eegiif. Yoo dadhabdee immoo bilbilii iidaan gammachiisiinii du'aa'ii godhiif. Kalimaan urgooytuu fii bareedduun Meeshaa ittiin Nama Maxxanfatan irraayi. Yoo dandeeysee qaamaan deemtee Zayyartee isaan dubbiste irra caalaadha ]|*.

*|[ fira maxxanfachuun ibaadaalee gurguddoo shari'aan karaa goote keessa isa tokko. Fira muruun faallaa kanaa Dilii gurguddoo irrayi. Rahima jechuun fira dhihoo kee kan gara abbaa keetiin ta'u kan gafa ummaa keetii akkasumas kan soddummaadhaan Walitti rabbiin isin qabe hunda dabalata. ]|*..

Zayyariin,kenniif,bilbilifii gammachiisi.
*|[ Guyyaa iidaa Warraa fii ilmaan ofii waan isaaniif halaal ta'e isaanitti cabsuu fii isaanitti bal'isuun Sunnadha ]|*.

*|[ haraam irraa fagaachuun weedduu,dibee dhawuu fii taphachuu keessatti isaaniif funyoo dheereeysuun Sunnaadha. ]|*.

*|[ ijoollee tee bakka taphaa geeysi,taphachisi,waan taphatan haa ilaalanii.... Kuni hundi sunnaadha. ]|*.

Sheikh Suleyman Al-Ruhyli-hafizahullah.๐Ÿ‘‡


@Islamtub
Forwarded from Filsan Ahmed
Irra Guddan warri si Dinqissifattu NAMA siin beynee irra Guddan Namni si jibbu Nama si Bekhuu

@ASMISHI
@ASMISHI
Rabbiin ol ta'e guyyoota keessa guyyaa filatama tokkoo qaba(guyyaa jummaatti) akkasumas baati ykn ji'aa kudha lama keessa ji'aa filatama tokkoo qaba(baati soomana).
#Halkaani_Jummaatti_halkaani kunii kan duu'aa'ii nama hundaa irraa qeebaltuu.

๐Ÿ“š Qabaadhu:

        โœ“Jaalala onnee
        โœ“ Beekumsa sammuu
       โœ“ Obsa garaa
       โœ“ Dhugaa arrabaa
       โœ“ Ogummaa harkaa qabadhu!

๐Ÿ“š Bara Jireenya Kee Keessatti:

โœ“ Kan dabarsite yaadadhu.
โœ“ Kan keessa jirtutti jabaadhu.
โœ“Kan itti deemtuuf abdiin jiraadhu.
โœ“ Bakka yaadde gahuuf obsa
                qabaadhu.
โœ“ Kaayyoon kee akka galma sii
     gahuuf rabbiin kadhadhu!

๐Ÿ“š Addunyaa Tana Irraatti:

โœ“ Jecha kee eeggadhu, isattu
            gocha taโ€™aatii.
โœ“ Gocha kee eeggadhu, isatu
            amala taโ€™aatii.
โœ“ Amala kee sirreessi isattu
       namoota wajjiin si jiraachisaatii.
โœ“ Jireenya kee fooyyessi, isatu
            boqqonnaa bara jireenya kee   
              guutuutii.
โœ“ Qabeenyaan qabduun namatti hin
        boonin, qabeenyi fixeensa
              ganamaatii.
โœ“ Beekumsa qabduun uf hin tuulin,
           namoonni si caala beekan
              heddutu jiraatii.
โœ“ Aangoo qubaan si filaniin uf hin
       dhiibin, qubaan irraa si
             buusaniitii.
โœ“ Hin hatin abaarsa jalaa baataatii.
โœ“ Hin kijibin amanamaa taataatii!

๐Ÿ“š  Yoo Nama Taate:

       โœ“ Jaalala baayโ€™isi.
        โœ“ Beekumsa idaโ€™i.
        โœ“ Qabeenya hiri.
        โœ“ Inaaffaa hirโ€™isi.
        โœ“ Ilaalcha wal-qixxeessi.
       โœ“ Hojii guddisi!
        โœ“ Teessuma xiqqeessi.

๐Ÿ“š  Jaalalli Dhugaa:

   โœ“ Miโ€™aawaadhaa dhandhamadhu.
   โœ“ Urgaawaadhaa fuunfadhu.
   โœ“ Gammachuudhaa simadhu.
   โœ“ Icciitiidhaa eeggadhu.
   โœ“ Dorgommiidhaa itti hirmaadhu.
   โœ“ Qabsoodhaa injifadhu.
   โœ“ Abdiidhaa obsaan eeggadhu.
   โœ“ Qabeenyaa horadhu.
   โœ“ Bultiidhaa ijaaradhu.
   โœ“ Gaaddisaa jala boqadhu!

๐Ÿ‘‰  โ€œBareenni fokkataa?โ€ jennaan, =
       โ€œYoo Daare!โ€
๐Ÿ‘‰  โ€œBeekaan dogoggoraa?โ€ jennaan,
         = โ€œYoo Aara'e!โ€
๐Ÿ‘‰  โ€œHiyyeessi duroomaa?โ€ jennaan,
          = โ€œYoo Xaare

Abdii kutuu banaan galmii atii gahuu hin dandeenye tokkollen hin jiru akkasitti ofii amansiisaa obbaleessa koo/ obbaleetti too.
Rabbi kee qabachuu yeroo hunda.


@Islamtub
@Islamtub
@Islamtub
2024/05/17 02:05:30
Back to Top
HTML Embed Code: