π€π€π€π€π€π€π€π€
Dhugaan si Jaallattii
Lubbuu sif keennitee
β@AMMUURI
Qalbii kee Haaromsii
Akkuma Qaamni Namaa
Fayya dhabe dhukkubsatu...
Nagaa tahee deemuudhaaf
Dawaa Barbaaddatu...
Qalbiinis Ni dhukkubsatti
Zikrii rabbii yoo daggattu...
Waamicharraa fagaattee
Gorsa yoo dhagahu dhabde...
Achumman Shaaggattii
Lamuu gatii dhabdee...
#Kanaaf
Osoo isiin gogdee
Daandirra achin bahiin...
Towba qulqulluu godhii
Of dagattee hin tahiin...
Zikrii bayyiisuudhaan
Arraba kee jiisii.....
Taphaaf Maalayaanii
Waan sin fayyanne dhiisi..
Zikrii Heddummeessuun
Qalbii haarayoomsii...
Join ππππ
@amirtemama1 @amirtemam1
Yaada Dhaamsa Yoo Qabaattan
Asin naa ergaa πππππππ
@Ammuuri
Ilmoo isheetiif duutii
Jirreny ofi dhiistee
Yaa Rahmaan Nu Taasi
Nama Haqa Isii Guutee
π€π€π€π€π€π€π€π€
Dhugaan si Jaallattii
Lubbuu sif keennitee
Ilmoo isheetiif duutii
Jirreny ofi dhiistee
Yaa Rahmaan Nu Taasi
Nama Haqa Isii Guutee
β€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈ
β€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈ
Dhugaan si Jaallattii
Lubbuu sif keennitee
β@AMMUURI
Qalbii kee Haaromsii
Akkuma Qaamni Namaa
Fayya dhabe dhukkubsatu...
Nagaa tahee deemuudhaaf
Dawaa Barbaaddatu...
Qalbiinis Ni dhukkubsatti
Zikrii rabbii yoo daggattu...
Waamicharraa fagaattee
Gorsa yoo dhagahu dhabde...
Achumman Shaaggattii
Lamuu gatii dhabdee...
#Kanaaf
Osoo isiin gogdee
Daandirra achin bahiin...
Towba qulqulluu godhii
Of dagattee hin tahiin...
Zikrii bayyiisuudhaan
Arraba kee jiisii.....
Taphaaf Maalayaanii
Waan sin fayyanne dhiisi..
Zikrii Heddummeessuun
Qalbii haarayoomsii...
Join ππππ
@amirtemama1 @amirtemam1
Yaada Dhaamsa Yoo Qabaattan
Asin naa ergaa πππππππ
@Ammuuri
Ilmoo isheetiif duutii
Jirreny ofi dhiistee
Yaa Rahmaan Nu Taasi
Nama Haqa Isii Guutee
π€π€π€π€π€π€π€π€
Dhugaan si Jaallattii
Lubbuu sif keennitee
Ilmoo isheetiif duutii
Jirreny ofi dhiistee
Yaa Rahmaan Nu Taasi
Nama Haqa Isii Guutee
β€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈ
β€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈ
Insha Allhβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈ
Insha Allhππππ
Insha Allhβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈ
Insha Allhππππ
Insha Allhβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈ
As wr wb Obboleewwan Aakiraa Kaayyoo Jama'aatul keyrii wani dhaabbateef Islaamummaa Guddisuufi Ykn Cimsuuf yoo ta'u Fedhii Rabbiitin karaaleen ittiin cimsinu 1,Yatiima gargaaruun
. ......... 2,Rakkataa keenya kan muslimaa gargaaruun
......... 3,Gorsa garagaraa waa'ee keeyrii irraa Ulamaa'ii teenyarras ta'ee haala technology ammaatin kan darbu caqasnee dubbisne page keenya kanarratti maxxansuun akkan an baradhu akka obboleessi baratuuf walgargaaruu
...... 4,Nashiidaalee garagaraa maxxansuu wal ijaarun wal tumsuu....... 5,Telegram, facebook and imo or other online akka nu tumsitan isin tumsinun jedha INSHAA ALLAAH Fedhii Rabbitiin β€οΈβ€οΈβ€οΈ

#COVID19 #COVID19Ethiopia
Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 4,120 gaggeeffameen namoota dabalataa 142 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 1,486 taasiseera.
Haala dhukkubsattoota :-
γ½οΈ Namoonni har'a qabamu isaani mirkanaa'e keessaa 140 lammii Itoophiyaa, 1 lammii Poorchugaal, 1 lammii Jibuutii (umurii 7 - 78) yoo ta'an, koorniyaan dhiira 84 fi dubartii 57.
γ½οΈ Namoonni qabamu isaani mirkanaa'e: 126 magaala Finfinnee, 2 naannoo Tigraay, 7 naannoo Oromiyaa, 6 naannoo Amaaraa, 2 naannoo Affaar fi 1 naannoo Somaalee irraati.
Gama biraan namoonni dabalataa 15 dhibee kanarra bayyanachu isaanin walqabate lakkoofsa waliigalaa namoonni bayyanatan 246 gaheera.
@JAMA'AATUL KEYRI GROUP

#DrLiaTadesse
Itoophiyaatti namoota dabalataa 150 irratti vaayirasiin koronaa argamuu ministeerri fayyaa beeksiseβοΈ
Itoophiyaan sa'aa 24 dabre keessa namoota 5,141 'f qorannoo Koroonaa vaayirasii kan taasiste yogguu tahu, namoota 150 irratti vaayirasichi argamuu Ministirri Fayyaa biyyattii beeksiseera.
Haala dhukkubsattootaa:-
Namoota sa'aa 24 dabran keessa qabamuun isaanii mirkanaa'e keessa 147 lammilee Itoophiyaa yoo ta'an, 3 lammilee Ameerikaatii.
β’ Kooriyaan isaanii 94 dhiiroota yommuu tahan, 56 ammoo dubartoota. Akkasumas umriin isaanii waggaa 3 - 72 gidduu kan jiraaniidha.
Namoonni qabamuun isaanii mirkanaa'ee keessaa:-
γ½οΈ Namoonni 123 Finfinneerraa, namoonni 2 naannoo Tigraay: namoonni 13 naannoo Amaaraa: namoonni 6 naannoo Somaalee: namoonni 2 naannoo Oromiyaa: namoonni 3 naannoo Kibbaa: namni 1 naannoo Affaar irraa vaayirasichan qabamuun ibsameera.
β’ Lakkoofsi namoota waliigalaa biyyattiitti Covid-19n qabamaniis 1,636 taheera.
Gama kaaniin ammoo, sa'aatii 24 dabre keessa namoonni haaraan 4 magaalaa Finfinnee irraa vaayirasicha irraa bayyanachuus beekameera. Waliigalattis namoonni 250 COVID-19 irraa bayyanataniiru.
JAMA'AATUL KEYRI

Channel name was changed to Β«π JAMA'AATUL π KEYRI GROUPπΒ»
πααα₯ ααα α½α
α¨α°αα½ α΅α α°α΅ α°αα
αααα«α±α α«αα αα α΅α α°α΅
α°αα°α αααα α₯α΅αα α αα αα α !
α α°α α΅α α°α΅ αααα α α«α±α
α αααα!
See more..........
@Islamickeyri join
α¨α°αα½ α΅α α°α΅ α°αα
αααα«α±α α«αα αα α΅α α°α΅
α°αα°α αααα α₯α΅αα α αα αα α !
α α°α α΅α α°α΅ αααα α α«α±α
α αααα!
See more..........
@Islamickeyri join