Telegram Web Link
Forwarded from Mayk Inspire (HUŽÃIFĂ)
■ Nama jaalattuuf #abaaboo kennuuf, hamma du'utti hin eegin! osoo lubbuun jiruu kenniif!

:¨·.·¨: ❀🌹
 `·. @Myk15king
@Myk15king
@Myk15king
Forwarded from Mayk Inspire (Mayko)
Hiriyaa gaarii qabaachuun carroomuu dha hiriyaa kee kabaji . walkabajuuf umurii dhaan wal caaluun dirqama mitii

Join Godhun Matii Kenyaa ta'aa 👇
@Myk15king @Myk15king @Myk15king
Ajajaa Mitii Khabajaan isiin Gafanee
Forwarded from Qualitymovbot
Nama Cimaa Ta'ii Jechuun Hin Kufiin Jechuu Mitii...!
Yoo Kuftees Ka'u Barii Jechuu Dha Malee...!
Forwarded from Mayk Inspire (Mayko)
"Milkaa'uu yoo barbaadde seera tokko kabajuu qabda"...Iniis Malii Yoo Jetaan👇👇

"Gonkumaa of hin sobin"

Jechoota Babaaredaa,Onnachiso Fi kkf Argachuuf Chanala Kenyaa Join Godhun Matii Kenyaa ta'aa 👇
@Myk15king @Myk15king
Ajajaa Mitii Bekii Khabajaaf Jalaalan Isiin Gafanee
📥 @Mayk15k
Forwarded from Mayk Inspire (Mayko)
#Repost

Jireenya jiraattu keessatti ati yoomiyyuu jireenyaan dorgomaadha.

Dorgommii jireenyii sittii Fide hunda karaattii kufte boohaa hin tahin. Obsaan cimii injifadhuu moohataa tahi.

Join Godhun Matii Kenyaa ta'aa 👇

@Myk15king

@Myk15king
Join Godhun Matii Chanala Kenyaa ta'aa
Forwarded from Mayk Inspire (Mayko) via @Fast_promotions_bot
Na jaalattuus humaamiti na jibbituus humaamiti garuu na jaalachaa na jibbuu hin dandeessu Sababnisaas Jaalalaa fi jibbi onnee takka keessa waliin jiraachuu hin danda'an waan taheefi.....
Forwarded from Mayk Inspire (Myk_15)
#Dhamsaa...

•Yoomiiyyuu Tanaan Nama Hin Amanin...JALLAADHUU MALEE
●SABABINSAA
•Gaaddidduun Ketuu Gaafa Dukkanni Dhufee Sii Dhiisee Badaa Waan Ta'eef

@Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king
👆Link📎Asii Olii kana Tuquun Matii Chanala Kenyaa ta'aa
📩 @Mayk15k
Forwarded from Dandii Milka'iina (Myk_15) via @Fast_promotions_bot
Enyumaa Kee Jalaadhu Malee Hin Jibiin Namoonni Biroo Hedduun Kaan Akaa Kee Tahuu Hawwaan Bay'een Jirachuus HUBADHUU
Forwarded from Dandii Milka'iina (Myk_15) via @Fast_promotions_bot
Waan dubbattu of eeggannoodhaan ilaali... Dubbiin Tee Gochaa Kee Caalaa Humnaa Guddaa Qabdii Waan Ta'eef
Forwarded from Dandii Milka'iina (lYl łøĺ🤦‍♂️)
#Maliif.....
☆ Namoonni Yeroo Bay'ee Milkaa'inaa Issaanitif of Sababeefaatu...

☆ Kufaatii Issaanitif Immoo Nama Biraa Sababeefaatu/Komaatu....
☆Kun Maliif Ta'ee...?
Namoonni Yeroo qabsoo kootti fageenya Kessaan eegatan yeroo milkaa'ina koottis Fageenya Kessaan dachaadhan dabaluu Akkaa Qabdaan Hin Dagaatinaa....🤔
Forwarded from Mayk Inspire (Myk_15)
#REPOST

Namoota Gatii Namummaa Beekan Bira Gafaa Ooltu Ammaa Geessu Ol Geesse Debita

Gaafa Namoota Gatii Namummaa Hin Beekne Bira Ooltu Garuu Gatii Qabachuu Keeyyuu Shakkaa Deebita!
👌Kanafuu Bakka Olmaa Kee Tolchii...

👇link Asii Gadii kana Tuquun Matii Chanala Kenyaa ta'aa 🙏
@Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king
Forwarded from Mayk Inspire (𝖬𝖺𝗒𝗄)
#REPOST
...
#Jecha_takkaan!

➾Jecha takkaan nama ajjeesuu dandeessa. Jecha takkaan lubbuu namaas baraaruu dandeessa.
➾Jecha takkaan hawaasa tokko ijaaruu dandeessa. Jecha takkaan hawaasa guutuu addaan diigu dandeessa.
➾Jecha takkaan abdii namatti horuu dandeessa. Jecha takkaan hamilee nama tokkoo cabsuu dandeessa.
👉Osoo hin dubbanneen duratti waan dubbachuu qabnu haa tilmaamnuu!🌹🍂
👉Dubbiidhaan duratti irra deddeebinee haa yaannuu!
Join us# @Myk15king
@Myk15king
@Myk15king
Forwarded from Dandii Milka'iina (Myk_15) via @Fast_promotions_bot
Addunyaa Tanarra Namni akka Harmee Ofii hin jiru hin jiraatus 💔
Forwarded from Dandii Milka'iina (Myk_15) via @Fast_promotions_bot
#Dhamsaa...
Kan Sii Beekutu Baayedhaa Malee...
Kan Siif Beekuu Murasaa Bekii🙃
Forwarded from Dandii Milka'iina (Myk_15) via @Fast_promotions_bot
#Ethio_Telecom
#Ethio_Telecom
Kabajamtotaa Mamillotaa Kenyaa Bara Baajataa #2014 Milkaa'inaan Xumuruu Kenyaa Ilaalchisee Tumsa Gootaniif Akka Galataatti Gafa Guyyaa 22-24,2014 E.C Kufamaa Interneta Gb1.5 Kufamaa Sagalee Daqiqaa 45 Kufamaa Ergaa Barefamaa Sms 100 Bilisaan Yemmu Isiniif Keninu Gammachuu Guddaadhanii Galatoomaa 🙏🙏....Kan Asii Gadii Kana Kessaa Kan Fetaan Filachuun Fayyadamuu ni Dandesuu👇👇
Forwarded from Mayk Inspire (Myk_15)
#Myk15king
@Myk15king @Myk15king

"Abdii uummata bal'aa!"
@Myk15king
-jecha gorsaa fi qorsa qabduf
@Myk15king
-galaa jireenyaaf
@Myk15king
-ergaa hayyootaa
@Myk15king
-seenaa qabsawotaaf
@Myk15king
-imanaa beektotaaf
@Myk15king
-Madda beekkumsaf
@Myk15king
▷kayyoodhaf hojanna
@Myk15king
☆Waliintaanee seenaa galmeessina
@Myk15king
Chanala Kenyaa Join Godhun Matii Kenyaa ta'aa 🙏🙏
@Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king @Myk15king
2024/05/12 20:05:56
Back to Top
HTML Embed Code: