Telegram Web Link
Forwarded from Inspire Oromia
Yeroo sababa itti fuftuun yaaduu hin dandeenyetti, sababa irra deebitee jalqabdu yaaduu qabda. Beekumsa qabdu hojiirra oolchuun rakkoolee jiran hiikuun tarkaanfii fudhadhu. Harka kennachuu fi kallattii sirriin irra deebi’anii jalqabuu gidduu garaagarummaa guddaatu ​​jira.

━━━━━━━━━━━
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
👍3513🥰3
Suuta deemuu kee hin sodaatin. Dhaabbachuu sodaadhu.

— Jaappaanota
━━━━━━━━━━━
👍5514🥰7
Like fi Hiriyyoota Keessaniif Share Godhaa mee ✖️✔️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍4315🔥4
Akka namaatti yeroo addunyaan akka kufaa jirtu nutti dhaga’amu rakkoo fi dhukkubbii irratti xiyyeeffachuu barbaanna. Garuu Rabbiin hundumaa danda’u waan hundumaaf furmaata akka qabuu fi sirreeffamuun isaa dhimma yeroo qofa akka ta’e beeki. Amantii qabaadhu.

━━━━━━━━━━━
2️⃣@Jechamoota🖌️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
45👍32
Yoo sodaatte - hin dalagin,
Yoo dalagaa jirta ta'e - hin sodaatin.

—Genghis khan
━━━━━━━━━━━
@Jechamoota🖌️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍3816
👑 VS 🇬🇧 Kamtu injifata?

Galchii Tilmaamaa keessan COMMENT godhaa!!
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍3410
Nama iccitii Nama biraa fidee siif odeesse hin amanin.

━━━━━━━━━━━
❤️@Jechamoota🖌️
👍4013👏5
Ummataaf barreessitee of qabaachuu dhabuu irra, ofii keetiif barreessitee ummata dhabuu wayya.

― Cyril Connolly
━━━━━━━━━━━
❤️@Jechamoota🖌️
👍4615🥰4
Mul'anni hundarra gaariin kan dhufu ol ba'iinsa cimaa booda.

-Anonymous
━━━━━━━━━━━
❤️@Jechamoota🖌️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
29👍12🥰5
Nama 10f Share godhaa mee Hundi keessanuu ❤️❤️

━━━━━━━━━━━
❤️@Jechamoota🖌️
❤️@Jechamoota🖌️
❤️@Jechamoota🖌️
❤️@Jechamoota🖌️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍247
Forwarded from Inspire Oromia
Jalqaba si tuffatu, achiin sitti kolfu, achiin siin wal lolu, achiin ati ni injifatta.

━━━━━━━━━━━
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
42👍15🥰5👏5
Gammaduudhaaf sababoonni gaggaariin baay'eedha.

━━━━━━━━━━━
❤️@Jechamoota🖌️
44👍15🥰5🔥4👏2
Reaction fi Share cimsaa akka dafnee dafnee Post goonu. Haguma isin react fi Share gootaniin dafnee dafnee maxxansina. Galatoomaa 😔

❤️@Jechamoota🖌️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍367
Forwarded from Inspire Oromia
Adeemsi isaa waan si dhukkubseef qofa bu'aan isaa hin bareedu jechuu miti.

━━━━━━━━━━━
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
👍3313
Miiraa fi fedhii kee irraa osoo hin taane. Namoota Onnee kee irraa jaaladhu.

━━━━━━━━━━━
🔝@Jechamoota🖌️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
43👍10🥰7
Forwarded from Inspire Oromia
Yeroo callistee ijaartu namoonni waan itti duulan hin beekan.

━━━━━━━━━━━
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
👍403
Hiriyyummaan jecha jaalala jedhu kan biraati.

━━━━━━━━━━━
🔝@Jechamoota🖌️
👍373
Mataa kee ol qabadhu, Onnee kee jabeefsdhu .

━━━━━━━━━━━
🔝@Jechamoota🖌️
34👍7👏1
Qaamni kee waanuma fedhe jala dhaabbachuun dandamachuu ni danda’a. Kan amansiisuu qabdu sammuu keeti.

—Mike Mentzer
━━━━━━━━━━━
🔝@Jechamoota🖌️
👍39🥰75🔥3
2025/07/09 20:12:43
Back to Top
HTML Embed Code: