Yoo akka-waan hunda dhabaa jirtu sitti dhaga'ame, .
yaadadhaa, mukkeen waggaa waggaan baala isaanii kan dhaban taΚΌus, amma iyyuu ol dhaabbatanii guyyoota fooyyaΚΌoo taΚΌan akka dhufan eegu.
β Jaappaan
βββββββββββ
βοΈ@JechamootaποΈ
yaadadhaa, mukkeen waggaa waggaan baala isaanii kan dhaban taΚΌus, amma iyyuu ol dhaabbatanii guyyoota fooyyaΚΌoo taΚΌan akka dhufan eegu.
β Jaappaan
βββββββββββ
βοΈ@JechamootaποΈ
Forwarded from Verified Paid Airdrops
https://www.tg-me.com/tonstationgames_bot/app?startapp=ref_t6pf9gk7ncjjp1nteyb4jf
FARMING Guyyaa 17 keessatti dhaabatee List ta'uuf jira kanaaf Dafaatii eegalaa..
Information Dabalataaf.
π @Verified_Paid_Airdrops
β @Verified_Paid_Airdrops
FARMING Guyyaa 17 keessatti dhaabatee List ta'uuf jira kanaaf Dafaatii eegalaa..
Information Dabalataaf.
β @Verified_Paid_Airdrops
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Quality Button
CHANNEL KANNEEN JOIN GODHAA π²π²
Jireenya Kee Keessatti Nama Lama Yoomiyyuu Hin Dagatin:-
1-: Nama waan hunda dhabe, akka ati injifattu qofaaf.
(Abbaa Kee)
2-: Nama dhukkubbii hunda keessatti si waliin ture.
(Haadha kee)
Gonkumaa hin Dagatin...
βββββββββββ
βοΈ @JechamootaποΈ
1-: Nama waan hunda dhabe, akka ati injifattu qofaaf.
(Abbaa Kee)
2-: Nama dhukkubbii hunda keessatti si waliin ture.
(Haadha kee)
Gonkumaa hin Dagatin...
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Barumsi karaa ulfaataa ta'een baratame bara baraan si waliin jiraata.
βββββββββββ
βοΈ @JechamootaποΈ
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Jijjiirama hin mormin. Kanaafis of galateeffadhu.
βββββββββββ
βοΈ @JechamootaποΈ
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Tapha waancaa xumuraa Nation's LIGUE harraa kamtu injifata. Tilmaamaa mee.!
Portugalπ΅πΉ π πͺπΈ Spain
Portugal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π¨BREAKING: PORTUGAL WINS THE NATIONS LEAGUE π π΅πΉ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Kan nu mufachiisu namoota osoo hin taane, waan nuti isaan irraa eegnuudha.
- Hannah Shebar
βββββββββββ
βοΈ @JechamootaποΈ
- Hannah Shebar
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
YOUR SUCCESS IS IN YOUR HAND.
Milkaa'inni harka kee keessa jira.
βββββββββββ
βοΈ @JechamootaποΈ
Milkaa'inni harka kee keessa jira.
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Reactπ π
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Jireenyi akkas...
Yeroo tokko tokko si miidhu.
Yeroo tokko tokko balaadhaaf si saaxilamu.
Yeroo tokko tokko maqaa si balleessu.
Yeroo tokko tokko haala kee si hin hubatan.
Yeroo tokko tokko si cunqursu.
Yeroo tokko tokko si aarsu.
Yeroo tokko tokko si dhukkubsu.
Yeroo tokko tokko hiyyeessa taata...
Tasumaa hin gaddinaa. Sababni isaas rakkina booda salphanni, obsa booda boqonnaatu jira, halkan booda ganama, rakkina booda badhaadhinni ni jira guyyaa gaddaa booda gammachuutu jira.
βββββββββββ
βοΈ @JechamootaποΈ
Yeroo tokko tokko si miidhu.
Yeroo tokko tokko balaadhaaf si saaxilamu.
Yeroo tokko tokko maqaa si balleessu.
Yeroo tokko tokko haala kee si hin hubatan.
Yeroo tokko tokko si cunqursu.
Yeroo tokko tokko si aarsu.
Yeroo tokko tokko si dhukkubsu.
Yeroo tokko tokko hiyyeessa taata...
Tasumaa hin gaddinaa. Sababni isaas rakkina booda salphanni, obsa booda boqonnaatu jira, halkan booda ganama, rakkina booda badhaadhinni ni jira guyyaa gaddaa booda gammachuutu jira.
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Inspire Oromia
Kufaatiin Carraadha
Kufaatiin malee milkaaβinni jiraachuu hin dandaβu.
Kufaatii:
- Dandeettii dandamachuu ni ijaara
- Humna ni kenna
- Guddina ni saffisiisa
- Carraa ni kakaasa
- Jabaa si taasisa
- Galma kee qajeelcha
Kufaatiin tarkaanfii milkaaβinaati.
βββββββββββ
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
Kufaatiin malee milkaaβinni jiraachuu hin dandaβu.
Kufaatii:
- Dandeettii dandamachuu ni ijaara
- Humna ni kenna
- Guddina ni saffisiisa
- Carraa ni kakaasa
- Jabaa si taasisa
- Galma kee qajeelcha
Kufaatiin tarkaanfii milkaaβinaati.
βββββββββββ
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
Kitaabota dubbistanii bareedaa JETTAN Comment Jalatti barreessaa mee!!
Yeroo tokko tokko. .. ni qoramna. Dadhabina keenya agarsiisuuf osoo hin taane, cimina ykn jabina keenya argachuuf.
βββββββββββ
βοΈ @JechamootaποΈ
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM