Telegram Web Link
2️⃣5️⃣0️⃣0️⃣0️⃣

🔤🔤🔤🔤🔤🔤🔤🔤🔤

🙏☺️🙏

✍️@Jechamoota
✍️@Jechamoota
✍️@Jechamoota
✍️@Jechamoota
✍️@Jechamoota
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Nama tokko deebii isaatiin osoo hin taane gaaffii isaatiin murteessi.

- Voltaire
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
My Hero 🔟
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namni kamiyyuu, gufuun kamiyyuu, shakkiin kamiyyuu, sodaan kamiyyuu ykn sagalee hamaan kamiyyuu nama ta’uu barbaaddu akka hin taane si hin dhowwu. Sana murteessuu qabda!

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Jaalalaan hojjadhu.....

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Yeroo tokko tokko BAABURRI dogoggoraa bakka sirrii ta'etti nu geessuu danda'a.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🔑Galataa fi Dinqisiifannaa.

Dhugumatti humni galata caalu lafarra hin jiru.

Galteeffannaan miira gadhee biroo hunda yeroo sanatti ni cufa .

Nama biraa irraa homaa hin fudhatu, garuu humna guddaa siif kenna.

Namoota ati galateeffattu osoo hin taane. Namoonni gammadan kan galateeffataniidha.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Nama ati beektu hunda keessa, Nama ati hin beeknetu jira.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Wanti gaariin salphaatti hin dhufu!!!
Jireenya gaarii, hojii milkaa'aa, itti quufinsa miiraa, fi hiriyyoota amanamoo ta'an qabaachuu yoo barbaadde cimtee hojjechuu qabda.

Carraan hanga kana qofa si geessuu kan danda'u yoo ta'u kan hafe guutummaatti sirratti hundaa'a, hamma carraaqqii ati guyyaa guyyaan gootuu fi dandeettii dogoggora kee irraa barachuu irratti hundaa'a.

Yeroo tokkoof illee namni biraa akkuma kee humnaa fi of kennuudhaan lola kee naaf loluuf deema jettee hin yaadin.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Filannoon cimaan fedhii cimaa barbaada.

—Thanos
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
"Dhiifama, garuu badii koo miti": dhiifama gaafachuu keessatti dogongora 4

- dhiifama sirritti gaafadhu ❤️🩹

Namoonni baay'een sirnaa fi garaa qulqulluu malee dhiifama kan gaafatan yoo ta'u, kunis hariiroo ni miidha. Mee dogoggora afur yeroo dhiifama gaafannu hojjennu haa dubbannu.

1. Dhiifama duwwaa gaafachuu.
"Eeyyee dhiifama" ykn "dhiifama" jettee sun gahaadha jettee yaadda. Dhiifama duwwaa gaafachuun qola keessaa homaa hin qabneedha.

2. Dhiifama garmalee gaafachuu.
"Baay'een gadde! Miira hamaatu natti dhaga'ama!" Dogoggora sirreessuuf, waliigaltee dhabuu furuuf, akkasumas hariiroo tokko sirreessuuf dhiifama gaafachuun barbaachisaadha. Dhiifama garmalee gaafachuun sanaaf hin mijatu.

3. dhiifama gaafachuu guutuu hin taane.
Nama sana ija keessa ilaaltee "waan sanaaf dhiifama" jetta. Isaan sun dhiifama garmalee ykn duwwaa gaafachuu caalaa gaarii ta'us, isaanis baay'ee bu'a qabeessa miti.

4 Haaluu
"Waa'ee sanaaf dhiifama, garuu badiin koo hin turre" jettee ibsita. Badii kee garaadhaa amanuu mannaa, ofirraa ittisuu fi waan hundumaa haalta. Haaluun hariiroo sana suphuudhaaf si hin gargaaru.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namoonni tokko tokko bakka bareedaa barbaadu.
Kaan immoo iddoma sana miidhagsu.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namoonni namoota haaraa dinqisiifachuu fi namoota dur waliin dhaabbatan dagachuu irratti busy ta'anii jiru.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Gonkumaa booyyee wajjin wal'aansoo hin qabsaa'inaa. Lamaan keessanuu ni xurooftu garuu booyyeen ni jaallatta.

—George Bernard Shaw
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🗣 Qajeelfama barbaachisoo 3 kan ani hordofuuf yaalu.

1️⃣ Seera madaallii. Yeroo hundumaa giddu galeessa warqee argachuuf nan yaala. Kun keessumaa yeroon murtoo akkamii akkan murteessu sirriitti hin beekne na gargaara. Qajeelfamni kun, jireenya koo keessatti kutaalee adda addaa keessatti wanta tokko illee guutummaatti akkan hin dhiisne naaf hayyama.

2️⃣ Seera sirnaa. Yoo waan tokko yeroo hunda fi naamusaan hojjette, yeroo muraasa booda bu'aan isaa jiraachuun isaa hin oolu. Qajeelfamni kun waanuma fedhe galmaan gaʼuu dandaʼa

3️⃣ Seera jijjiiramaa. Yaalii hedduu booda waan tokko galmaan gahuu yoo dadhabde, akkaataa itti galmaan gahuufi yaada kee jijjiiri. Sana booda yeroo gabaabaa keessattis bu'aa isaa ni argatta.

React "🔥"
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩💡💡💡💡💡💡💡💡🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🐲🐲🐲🐲🐲🐲🐲🐲
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Bu'aa fooyya'aa hin hawwin...

BU'AA FOOYYAA ARGACHUUF HOJJADHU!

Rakkoo xiqqaa hin hawwinaa...

HANGA RAKKOON KEESSAN BADUTTI HOJJADHU !

Jireenyi osoo naaf salphaa ta'ee jettee hin hawwin...

HANGA JIREENYI SALPHATUTTI HOJJADHU!

HANGA FOOYYOFTUTTI OF IRRATTI HOJJEDHU...
SANA BOODA , JIREENYI SALPHAA TA'A!

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Wanti hunda irraa barbaachisaa ta'e sii dha.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namoonni React👍, Share🔅, Comment ✉️ Godhaa nu jajjabeessaa nu waliin jirtan hundi keessanuu hedduu galatoomaa 🪦🪦

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2025/07/04 09:25:17
Back to Top
HTML Embed Code: