Waan kamiirraa ka'uu dandeessa. Guutummaatti of deebiftee uumuu dandeessa. Wanti dhaabbataa ta’e hin jiru. Ati hin qabamne. Filannoo qabda.
Yaada haaraa yaaduu dandeessa. Waan haaraa barachuu dandeessa. Amala haaraa uumuu dandeessa. Wanti guddaan har'a murteessuu qofa malee of duuba hin ilaalin.
━━━━━━━━━━━
🔋 @Jechamoota🖌️

Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍55❤20👏5
Yeroon harka kennatte, yeroo namni biraa akka injifatu hayyamteedha.
—Kobe Bryant
━━━━━━━━━━━
🔋 @Jechamoota🖌️
—Kobe Bryant
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤27👍8🥰3
1. "Yeroo wanti dhageessanii fi wanti argitan wal hin simne ija kee amani."
- Dale Renton
━━━━━━━━━━━
1️⃣ @Jechamoota🖌️
- Dale Renton
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤48👍16
Qeerroo fi qarreef
1. Osoo cabdee jirtuu, bifa suukaneessaa keessa jirtuu, miira gaddisiisaa keessa jirtuu fi yeroo jireenyi kee jeequmsa keessa jiruutti hin jaallatin. Dursa jireenya kee sirnaan qabadhu.
2. Hojii idilee qopheessi. Guyyaa hunda sa'aatii Halkan 5:00 tti rafii, ganama sa'aatii 1:00 AM irratti dammaqi.
3. Guyyaan daqiiqaa 60 dubbisi, barreessi waan hubatte xiinxaluun dabarsi.
4. Ogummaa galii guddaa qabu kan ji'atti $10k+ siif argamsiisu baradhu.
5. Waan gatii salphaa ari'uu dhiisi. Gammachuu caalaa waan barbaachisaa ta'eef dursa kenni.
6. Jabaatanii turuuf yoo xiqqaate guyyaatti pushup 200 fi squats 100 rukuti. Akkasumas namoota %97 caalaa fayyaa taata.
7. Ganama bishaan qorraa tokko Shower fudhachuun amala kee ijaari.
8. Intarneetii madda galii keessanii godhi. Maallaqa argachuuf carraawwan dhuma hin qabne jiru.
9. Jireenya keetif itti gaafatamummaa 100% fudhadhu malee haala ykn nama kamiyyuu gonkumaa hin komatin.
10. Fayyaa keessan fooyyessuuf pirootiinii, fuduraalee haaraa fi bishaan liitira lama nyaata guyyaa guyyaa keessan keessatti hammadhu.
11. Namoota sochii godhanii fi jireenya gaarii jiraachuu hawwan waliin jiraadhu. Gareen keessan wal hamannaa, wal komannaa, wal hinaaffaa hin qaban.
12. Uffata gaarii, urgooftuu gaarii irratti invast godhaa, akkaataa itti haasa'anis baradhaa. Milkaa'ina kee %94n ni guddifta.
13. Uumama waliin michuu ta'i, guyyaatti tarkaanfii 10,000 deemuun sammuu kee qulqulleessi, miira kee guddisi fi dandeettii kalaqaa kee argadhu.
14. Namoota fedhii isaanii qofaaf kan kee caalaa dursa kennan irraa fagaadhu . Isaan duubatti deebi'iinsa keef isa guddaadha.
15. Caatii, poornoogiraafii fi dhugaatii alkoolii dhiisuuf qaroo ta'i. Isaanis yaada namaa kan jeeqan kan hamaa kee ol kaasan, afaan si hidhu, akka dhiphinnis sitti dhagahamu kan godhaniidha.
━━━━━━━━━━━
🎰 @Jechamoota🖌️

❤48👍34💯6👏1
React godhaa Mee Amma kan Online irra jirtan 👍❤️🙏✅
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤86👍29🔥6🥰6😁6
Kufaatiin mataa isaatiin waan hamaa miti, garuu irraa barachuu dhabuun sababa hin qabu.
—Alison Levine
━━━━━━━━━━━
🔄 @Jechamoota🖌️
—Alison Levine
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤40👍11
Share fi Reaction Hoo'isaa mee 23K haa galluu. Hundi keessanuu➡️ 🚨 🚨 🚨 🚨 🚨
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍48❤12🥰11🔥8
Gonkumaa xuriin kee yeroo darbee egeree kee irratti mallattoo akka kaaʼu hin godhin.
—Jillian Graham
━━━━━━━━━━━
🔖 @Jechamoota🖌️
—Jillian Graham
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍49❤13🔥3
Forwarded from Inspire Oromia
Qilleensi barii iccitii sitti himu hedduu qaba. Deebitee hin rafin.
—Rumi
━━━━━━━━━━━
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
—Rumi
━━━━━━━━━━━
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
👍51❤19🔥4👏4
Hundaa irra deebitee jalqabuu hin sodaatin, Seenaa kee haaraa kana caalaa jaallachuu dandeessa.
━━━━━━━━━━━
🆕 @Jechamoota🖌️
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤57👍12🔥2🤯2
Dhukkubbiin gosa adda addaattu jira kan yeroo onneen kee boossu ijji kee hin boonne.
━━━━━━━━━━━
🔴 @Jechamoota🖌️
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤55👍20👏2
Gaaf tokko addeessi maqaa keetiin yoo si waamte hin ajaa'ibsiifatin, halkan hunda waa'ee kee itti hima waan ta'eef.
—Shahrazad al-Khalij
━━━━━━━━━━━
🔴@Jechamoota🖌️
—Shahrazad al-Khalij
━━━━━━━━━━━
🔴@Jechamoota🖌️
❤56👍23
👍47❤15