Telegram Web Link
Forwarded from Inspire Oromia
WAAN HUNDI SABABAAF TA'A, TASGABBAA'AA.

━━━━━━━━━━━
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
🥰27👍142
Sagalee kee ol hin kaasin falmii kee fooyyessi malee.

- Desmond Tutu
━━━━━━━━━━━
⚔️@Jechamoota🖌️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍5416
Forwarded from Inspire Oromia
Gaaddidduu kaleessaa irraa kaasee hanga barii boruutti kan dhaabbataa ta'e jabina kee qofa.

━━━━━━━━━━━
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
👍5417
Jireenyi gabaabaa ta’us, yeroo of eeggannoo malee qisaasessuun ammas gabaabsaa jirra.

- Victor Hugo
━━━━━━━━━━━
⚔️@Jechamoota🖌️
👍5426🔥3😁2
✔️ Yourself from 😡 Things
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
24👍11
Ka isaan si darbaadan caalaa ati of barbaachista.

━━━━━━━━━━━
⚔️@Jechamoota🖌️
👍5618🔥6
HAPPY MOTHERS DAY 🙈🙈
45👍9🥰4
Kan darbe iddoo jireenyaa osoo hin taane iddoo barumsaati.

━━━━━━━━━━━
⚔️@Jechamoota🖌️
53👍26🤔5
Imala tokko tokko kophaa kee taasisuu qabda.

━━━━━━━━━━━
@Jechamoota🖌️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍6522😁4
Bofti gogaa isaa jijjiiruu danda'a malee amala isaa jijjiiruu hin danda'u.

—Persians
━━━━━━━━━━━
🔴@Jechamoota🖌️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍6420🥰3
DUUBA kee osoo hin ta'in FUULDURRI kee si barbaada.

━━━━━━━━━━━
@Jechamoota🖌️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
44👍14🥰7
Manni hundi dukkana hanga haati hirribaa kaatutti.

—Khalil Gibran
━━━━━━━━━━━
@Jechamoota🖌️
53👍22🔥4
Forwarded from Inspire Oromia
Garuu dhumarratti namni of ajjeesuu caalaa jiraachuuf hamilee guddaa isa barbaachisa.

—Albart Camus
━━━━━━━━━━━
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
👍3011🥰5
Forwarded from Inspire Oromia
Beekumsi gocha malee qisaasama yoo ta'u hojiin beekumsa malee gowwummaadha.

—Al Ghazali
━━━━━━━━━━━
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
30👍15🔥3
Nama deebi'ee si hin jaalanne jaallachuu keetiin dhiifama hin gaafatin; onneen kee akka itti kennuu qofa beeka.

—Mahmoud Darwish
━━━━━━━━━━━
@Jechamoota🖌️
35👍13
Nama tokko aarii isaa isa irratti murteessuu kee dura. Dhukkubbii isaanii isaan gaafadhu.!!

━━━━━━━━━━━
@Jechamoota🖌️
25👍14🔥3
Forwarded from Inspire Oromia
Gammachuun jireenya keetii qulqullina yaada keetii irratti hundaa’a: kanaaf, akkaataa kanaan eegi, yaada safuu fi uumama sababa qabeessa ta’eef hin mijoofne akka hin keessummeessineef of eeggadhu.

-Marcus Aurelius
━━━━━━━━━━━
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
19👍12👏2
Forwarded from Inspire Oromia
Namni iddoo biqiltuu keessatti dhalate gatii abaaboo gonkumaa hin beeku.

-Anonymous
━━━━━━━━━━━
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
39👍12
Jireenya jiraattu jaalladhu. Jireenya jaallattu jiraadhu.

━━━━━━━━━━━
@Jechamoota🖌️
👍52🥰94👏1
Post itti aanu reaction 100 ol eerga gootan booda nu eegaa!!

React fi Share Waliif godhaa!
👍10829🥰2
2025/07/09 01:51:12
Back to Top
HTML Embed Code: