Telegram Web Link
Forwarded from Quality Button
Falaasamoota [PHILOSOPHY] Addunyaatiin wal baraa🌐🌐🌐
Forwarded from Kilinika Jaalalaa (.)
"Isheen eenyuudha?"
Isheen Kutaa jireenya koo isa hunda caaluu dha .

@JTrue_Love
@JTrue_Love
@JTrue_Love
Aduun lixxu hundi carraa deebisanii ka'uuti.

JOIN: JECHOOTA HAYYOOTAA

━━━━━━━━━━━
✍️@JechamootaπŸ–ŒοΈ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Sirboota Aadaa naannoo keessatti hedduu beekamuu fi hedduu jaalattan Comment Jalatti barreessaa mee... πŸ’¬πŸ’¬πŸ’¬πŸ’¬πŸ’¬πŸ’¬πŸ’¬πŸŸ‘πŸ‘πŸ‘
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Yoo deebi'anii dhufan hagam duubatti dhiisanii akka dhufan gonkumaa hin dagatin.

JOIN: JECHOOTA HAYYOOTAA

━━━━━━━━━━━
✍️@JechamootaπŸ–ŒοΈ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Inspire Oromia
YEROO HUNDA

-Yeroo hunda ofitti tola ooli.

-Yeroo hunda of eeggadhu.

-Yeroo hunda waan gaarii ofitti dubbadhu.

-Yeroo hunda eebba ykn tola sitti oolame lakkaa'i.

-Yeroo hunda akka gaariitti of ilaali.

-Yeroo hunda of kabaji.

- Yeroo hunda of dinqisiifadhu.

-Yeroo hunda gatii ofiif kenni.

-Yeroo hunda ofii keetiif achi jiraadhu.

-Yeroo hunda ofitti gammadi

-Yeroo hunda yaada gaarii yaadi.

-Yeroo hunda obsi.

- YEROO HUNDA GARA FUULDURAATTI TARKAANFADHU.

━━━━━━━━━━━
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
Namni ati waanuma hunda mirkaneessuu qabdu ofii kee qofa.

━━━━━━━━━━━
✍️@JechamootaπŸ–ŒοΈ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ’¬πŸ’¬πŸ’¬πŸ–Œ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Garmalee yaaduun dhumarratti mi'a ulfaataa ta'a.

━━━━━━━━━━━
✍️@JechamootaπŸ–ŒοΈ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Yeroo tokko na Tuffadhuutii, Gooftaan GAME kanaa eenyu akka ta'e sitti agarsiisa.

- For Tg Bio
━━━━━━━━━━━
✍️@JechamootaπŸ–ŒοΈ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Kan darbe dagadhu, garuu barumsaa yaadadhu.

━━━━━━━━━━━
✍️@JechamootaπŸ–ŒοΈ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Badii keenya keessaa inni hamaan fedhii badii namoota birootiif qabnuudha.

β€”Ali ibnu Abi Xaalib
━━━━━━━━━━━
✍️@JechamootaπŸ–ŒοΈ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Barumsi tokko tokko kitaaba ykn gorsa irraa hin argamu.

Gantummaa, Abdii kutannaa fi nama hin taane gargaaruuf yaaluun kan dhufaniidha

━━━━━━━━━━━
✍️@JechamootaπŸ–ŒοΈ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Verified Paid Airdrops
⭐️ Fuel your Telegram with $MAJOR

Now you can conveniently and profitably purchase Telegram Stars and Telegram Premium directly within @Major app using our token.

Major: It's easy to shine ⭐️

πŸ˜€@Verified_Paid_Airdrops
βœ…@Verified_Paid_Airdrops
Yoo namoonni baay'een nama gaarii ta'uu kee sitti himaa jiraatan.

Si jaallatu jechuu miti.

Sitti Fayyadamuuf salphaadha jechuudha.

━━━━━━━━━━━
✍️@JechamootaπŸ–ŒοΈ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ€‘πŸ€‘πŸ€‘πŸ€‘πŸ€‘
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸŽ†πŸŽ†πŸŽ†
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namni Sirriin yoomiyyuu si hin dadhabu.

━━━━━━━━━━━
✍️@JechamootaπŸ–ŒοΈ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2025/07/05 21:39:45
Back to Top
HTML Embed Code: