Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namoota naannoo kee jiran waliin akka of hin madaalle yaali. Jireenyi fiigichaa miti; murtoo sirrii yeroo sirrii ta'etti murteessuudha. Saffisa mataa keetiin waan tokko hojjedhu; waan namni hundi hojjechaa jiru irratti xiyyeeffannaa xiqqeessi.
Haalota xiqqoo beektutti hin hinaafin. Namoonni naannoo kee jiran yeroo milkaa'ina guddaa irra ga'an hin hinaafin; isaaniif gammadi, obsi yeroon kee akka dhufu beeki. Wanti hundi yeroo sirrii ta'uu qabutti ta'a.
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota🖌️
Haalota xiqqoo beektutti hin hinaafin. Namoonni naannoo kee jiran yeroo milkaa'ina guddaa irra ga'an hin hinaafin; isaaniif gammadi, obsi yeroon kee akka dhufu beeki. Wanti hundi yeroo sirrii ta'uu qabutti ta'a.
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namoonni tokko tokkos jireenyuma kee irrattii ofiif "shufeerii" ta'anii si immoo gargaara "raddaati" isaanii si gochuu barbaadu.
~from comment
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota🖌️
~from comment
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Quality Button
CHANNEL KANNEEN JOIN GODHAA 📲📲
Guyyoonni Abdiidhaan Jalqaba Abjuun Xumurama!
Guyyaan Hundi abdii Tokko Tokko Waliin Jalqaba
Garuu Guyyaan Hundi Muuxannoo Tokko Tokko Waliin Xumurama
“Sun Jireenya”
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota🖌️
Guyyaan Hundi abdii Tokko Tokko Waliin Jalqaba
Garuu Guyyaan Hundi Muuxannoo Tokko Tokko Waliin Xumurama
“Sun Jireenya”
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Jaalalli siif maalii dha? Define godhaa mee💭 💭
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Maaliif of mirkaneessuuf carraaqqii goota? Ati akkuma jirtutti gaarii dha.
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota🖌️
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namoonni tokko tokko sammuun isaanii kan yeroon isaa irra darbee waan ta'eef si haaraa arguu hin danda'an. Kun uumamaa fi waanuma jiruudha. Wanti isaan si keessatti arguu didan waan isaanitti dhaga’amuu diduudha. Isaan dhiisaa tii of fayyisuu fi gara haaraatti guddachuu itti fufaa.
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota🖌️
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Wantoota yeroo hunda yaadachuu qabnu 12!
📌 Kan darbe jijjiiramuu hin danda'u.
📌 Yaadni dhugaa kee hin ibsu.
📌 Imalli nama hundaa adda adda.
📌 Murtiin sirratti miti.
📌 Garmalee yaaduun gaddatti nama geessa.
📌 Gammachuun keessaa argama.
📌 Yaadni kee miira kee irratti dhiibbaa qaba.
📌 Kolfi nama irraa namatti ni daddarba.
📌 Gaarummaan bilisa.
📌 Dhiifnee itti fufuun homaa miti.
📌 Wanti naanna'u, naanna'ee dhufa.
📌 Yeroo hunda wanti yeroo wajjin ni fooyya'a.
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota🖌️
📌 Kan darbe jijjiiramuu hin danda'u.
📌 Yaadni dhugaa kee hin ibsu.
📌 Imalli nama hundaa adda adda.
📌 Murtiin sirratti miti.
📌 Garmalee yaaduun gaddatti nama geessa.
📌 Gammachuun keessaa argama.
📌 Yaadni kee miira kee irratti dhiibbaa qaba.
📌 Kolfi nama irraa namatti ni daddarba.
📌 Gaarummaan bilisa.
📌 Dhiifnee itti fufuun homaa miti.
📌 Wanti naanna'u, naanna'ee dhufa.
📌 Yeroo hunda wanti yeroo wajjin ni fooyya'a.
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Seera kunuunsa anniisaa
- Waan jijjiiramuu hin dandeenye fudhachuu
- waan darbe irra deddeebitee hin jiraatin
- nama hunda gammachiisuuf hin yaalin
- hinaaffaa hin qabaatin
- kitaaba hawwataa hin taane yeroon cufi
- hiriyoota irraa maallaqa hin liqeeffatin
- hin sobin
- amantaa ofitti hin dhabin
- murtoo keetif of hin komatin
- xiinxali
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota🖌️
- Waan jijjiiramuu hin dandeenye fudhachuu
- waan darbe irra deddeebitee hin jiraatin
- nama hunda gammachiisuuf hin yaalin
- hinaaffaa hin qabaatin
- kitaaba hawwataa hin taane yeroon cufi
- hiriyoota irraa maallaqa hin liqeeffatin
- hin sobin
- amantaa ofitti hin dhabin
- murtoo keetif of hin komatin
- xiinxali
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Shamarreen kamiyyuu Ilma hiyyeessa hin barbaaddu, .
Garuu haati kamiyyuu ilma du'e hin barbaaddu.
Shamarree osoo hin taane haadha keen dinqisiifamuuf abjuu kee ari'i
Garaagarummaan Jira.
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota🖌️
Garuu haati kamiyyuu ilma du'e hin barbaaddu.
Shamarree osoo hin taane haadha keen dinqisiifamuuf abjuu kee ari'i
Garaagarummaan Jira.
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Inspire Oromia
Namoota naannoo kee jiran caalaa ulaagaa fi galma ol’aanaa qabaachuu keetiif gonkumaa dhiifama hin gaafatin.
━━━━━━━━━━━
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
━━━━━━━━━━━
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
Lubbuu Keetiin Ala Diinni Hin Jiru..
Diinni Dhugaa Keessa Kee Jiraata..
Isaannis....
Aarii..
Boona..
Ofittoo..
Maxxantummaa..
& .
Jibba..... Dha.
Kanaaf kanneen balleessuuf yaalaa....
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota🖌️
Diinni Dhugaa Keessa Kee Jiraata..
Isaannis....
Aarii..
Boona..
Ofittoo..
Maxxantummaa..
& .
Jibba..... Dha.
Kanaaf kanneen balleessuuf yaalaa....
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
SAGALEE MIILA KEESSANII WANTOOTA SIIF HIN MALLE IRRAA DEEMU JAALACHUU BARI
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota🖌️
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Yeroo baayyee haasaa kootti gaabbe malee callisee hin beeku.
™️ Publilio Siro
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota🖌️
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM