π¦Β°β’ Of eeggadhu sababni isaas miidhaa ati nama irratti goote yoomiyyuu hin hubattu, hanga wanti walfakkaataan sirra gaβutti. Ani ni kakadha, wanti ati nama irratti gootu hundi dhumarratti sitti deebi'a gariis ta'ee hamaan.
βββββββββββ
βοΈ @JechamootaποΈ
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€32π12π2
Sadarkaa kaayyoo keetti ol hin baatu, sadarkaa amala keetiitti kufta. Abjuun salphaadha. Discipline baayβee xiqqaadha. Guyyoota rakkisoo irratti wanti ati hojjettu, yeroo gaarii irratti waan ati karoorfattu caalaa barbaachisaa dha.
βββββββββββ
βοΈ @JechamootaποΈ
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€33π6π₯°2
Namoota akkuma isaan jiranitti fudhadhu, garuu bakka isaaniif malu kaa'i.
-Anonymous
βββββββββββ
βοΈ @JechamootaποΈ
-Anonymous
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π₯°26β€13π13
Gaarii hojjedhu, wanti gaariin akka gama kan kee dhufu.
βββββββββββ
βοΈ @JechamootaποΈ
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π25β€11
Dhiifama godhaa fi hubataa ta'i. Garuu, gonkumaa gowwaa hin ta'iin.
βββββββββββ
βοΈ @JechamootaποΈ
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€42π₯°12π2
Jireenyi dhugaa addunyaa namoonni fakkiif jiraatan keessatti of ta'uu qofa.
βββββββββββ
βοΈ @JechamootaποΈ
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€28π4
Aadaa miidhagina irratti xiyyeeffate keessatti dhugaa taatee turuun fincila callisaati.
Addunyaa gulaalliidhaan guutamte keessatti dhugaa ta'i.
βββββββββββ
βοΈ @JechamootaποΈ
Addunyaa gulaalliidhaan guutamte keessatti dhugaa ta'i.
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€23π6π₯°4π1
Namni dargaggeessa kabaju hin jiru, Hanga inni cimaa ta'ee sooressa ykn beekamtii qabaatutti .
βββββββββββ
βοΈ @JechamootaβοΈ
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€42π₯°3π1
Addunyaa kee irratti maaltu ta'aa jiraatus
Eenyummaa kee gonkumaa hin dhabin
βββββββββββ
βοΈ @Jechamootaπ
Eenyummaa kee gonkumaa hin dhabin
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€23π₯°4π4π1
π€΅ Garee kee gara milkaa'inaatti geessuuf dandeettii geggeessummaa horadhu!
π₯ Of beekuu:
Cimina kee fi naannoowwan fooyyaβiinsa barbaadan hubadhu. Of beekuun hogganaa caalaatti dammaqee fi garee kee karaa buβa qabeessa taβeen akka bulchitu si gargaara.
π₯ Guddina mul'ata:
Mulβata egeree fi galmoota ifa taβe qabaadhu. Hogganaan kaayyoo ifa taβe qabu gareen isaa buβaa adda taβe akka galmaan gaβuuf kakaasa.
π₯Miira namaaf yaadu horachuu:
Namaaf yaaduu, jechuunis dandeettii miiraa fi ilaalcha namoota kaanii hubachuu shaakali. Kunis garee keessatti walitti dhufeenya cimaa uumuun buβa qabeessummaa hojii garee ni dabala.
βββββββββββ
βοΈ @Jechamootaπ
π₯ Of beekuu:
Cimina kee fi naannoowwan fooyyaβiinsa barbaadan hubadhu. Of beekuun hogganaa caalaatti dammaqee fi garee kee karaa buβa qabeessa taβeen akka bulchitu si gargaara.
π₯ Guddina mul'ata:
Mulβata egeree fi galmoota ifa taβe qabaadhu. Hogganaan kaayyoo ifa taβe qabu gareen isaa buβaa adda taβe akka galmaan gaβuuf kakaasa.
π₯Miira namaaf yaadu horachuu:
Namaaf yaaduu, jechuunis dandeettii miiraa fi ilaalcha namoota kaanii hubachuu shaakali. Kunis garee keessatti walitti dhufeenya cimaa uumuun buβa qabeessummaa hojii garee ni dabala.
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€24π5π3
Forwarded from Inspire Oromia
DAANGAAN KEESSAN SAMMUU KEESSAN QOFA.
βββββββββββ
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
βββββββββββ
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
@Inspire_Oromia
β€19π3
EEBBIFAMTOONNI BARA KANAA BAGA GAMMADAN BAGA ITTI GEESSAN. BAGA MILKOOFTAN. MILKIIN KEESSAN ADDAAN HIN CITIN. BARRI BARA MILKII KEESSANII HAA TA'U.π π π
CONGRATULATIONSπ π π π π π π₯³
βββββββββββ
βοΈ @Jechamootaπ
CONGRATULATIONS
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€31π5π₯°3π2π1
Nama hundatti waan argitee fi waan yaaddu hunda hin himin. Namni hundi hiriyyaa keetii miti
βββββββββββ
βοΈ @Jechamootaπ
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€50π14
Haati Koo akkas Jetti
"Hanga barbaadde boo'i, .
Garuu yeroo boo'uu dhiiftutti
Sababa wal fakkaatuun lammata akka hin boonne mirkaneeffadhu β .
βββββββββββ
βοΈ @Jechamootaπ
"Hanga barbaadde boo'i, .
Garuu yeroo boo'uu dhiiftutti
Sababa wal fakkaatuun lammata akka hin boonne mirkaneeffadhu β .
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€66π10
Urjii arguuf dukkanni tokko tokko ni barbaachisa.
βOsho
βββββββββββ
βοΈ @Jechamootaπ
βOsho
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€43π14
Onnee si jaalatu gonkumaa hin miidhin. Sababni isaas tarii onneen sun lammata si jaallachuu hin danda'u ta'a.
βββββββββββ
βοΈ @Jechamootaπ
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π31β€21
Namni hundi seenaadhaaf uumame. Garuu Namoonni gariin seenaa dubbatu. Gariin immoo seenaa hojjatu.
βββββββββββ
βοΈ @Jechamootaπ
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€34π8
Namoonni dureeyyiin battalumatti yaada irraa gara gochaatti deemu.
Yoo duroomuu barbaadde atis tarkaanfii fudhadhu.
βββββββββββ
βοΈ @Jechamootaπ
Yoo duroomuu barbaadde atis tarkaanfii fudhadhu.
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€34π9
"Akka waan namni si ilaalu hin jirreetti shubbisuu qabda."
-William W. Purki
βββββββββββ
βοΈ @Jechamootaπ
-William W. Purki
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€45π15π₯°2
Qeerransi belbela godhate ni beelawa.
-Moongoolota
βββββββββββ
βοΈ @Jechamootaπ
-Moongoolota
βββββββββββ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€26π6