Jireenyi dhugaa addunyaa namoonni fakkiif jiraatan keessatti of ta'uu qofa.
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota🖌️
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Aadaa miidhagina irratti xiyyeeffate keessatti dhugaa taatee turuun fincila callisaati.
Addunyaa gulaalliidhaan guutamte keessatti dhugaa ta'i.
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota🖌️
Addunyaa gulaalliidhaan guutamte keessatti dhugaa ta'i.
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namni dargaggeessa kabaju hin jiru, Hanga inni cimaa ta'ee sooressa ykn beekamtii qabaatutti .
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✍️
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Addunyaa kee irratti maaltu ta'aa jiraatus
Eenyummaa kee gonkumaa hin dhabin
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota📝
Eenyummaa kee gonkumaa hin dhabin
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🤵 Garee kee gara milkaa'inaatti geessuuf dandeettii geggeessummaa horadhu!
💥 Of beekuu:
Cimina kee fi naannoowwan fooyya’iinsa barbaadan hubadhu. Of beekuun hogganaa caalaatti dammaqee fi garee kee karaa bu’a qabeessa ta’een akka bulchitu si gargaara.
💥 Guddina mul'ata:
Mul’ata egeree fi galmoota ifa ta’e qabaadhu. Hogganaan kaayyoo ifa ta’e qabu gareen isaa bu’aa adda ta’e akka galmaan ga’uuf kakaasa.
💥Miira namaaf yaadu horachuu:
Namaaf yaaduu, jechuunis dandeettii miiraa fi ilaalcha namoota kaanii hubachuu shaakali. Kunis garee keessatti walitti dhufeenya cimaa uumuun bu’a qabeessummaa hojii garee ni dabala.
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota🖌
💥 Of beekuu:
Cimina kee fi naannoowwan fooyya’iinsa barbaadan hubadhu. Of beekuun hogganaa caalaatti dammaqee fi garee kee karaa bu’a qabeessa ta’een akka bulchitu si gargaara.
💥 Guddina mul'ata:
Mul’ata egeree fi galmoota ifa ta’e qabaadhu. Hogganaan kaayyoo ifa ta’e qabu gareen isaa bu’aa adda ta’e akka galmaan ga’uuf kakaasa.
💥Miira namaaf yaadu horachuu:
Namaaf yaaduu, jechuunis dandeettii miiraa fi ilaalcha namoota kaanii hubachuu shaakali. Kunis garee keessatti walitti dhufeenya cimaa uumuun bu’a qabeessummaa hojii garee ni dabala.
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Inspire Oromia
EEBBIFAMTOONNI BARA KANAA BAGA GAMMADAN BAGA ITTI GEESSAN. BAGA MILKOOFTAN. MILKIIN KEESSAN ADDAAN HIN CITIN. BARRI BARA MILKII KEESSANII HAA TA'U.🎆 🎆 🎉
CONGRATULATIONS🎇 🎉 🎉 🎉 🎉 🎉 🥳
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota🖌
CONGRATULATIONS
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Nama hundatti waan argitee fi waan yaaddu hunda hin himin. Namni hundi hiriyyaa keetii miti
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota🖌
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Haati Koo akkas Jetti
"Hanga barbaadde boo'i, .
Garuu yeroo boo'uu dhiiftutti
Sababa wal fakkaatuun lammata akka hin boonne mirkaneeffadhu “ .
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota🖌
"Hanga barbaadde boo'i, .
Garuu yeroo boo'uu dhiiftutti
Sababa wal fakkaatuun lammata akka hin boonne mirkaneeffadhu “ .
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Onnee si jaalatu gonkumaa hin miidhin. Sababni isaas tarii onneen sun lammata si jaallachuu hin danda'u ta'a.
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota🖌
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namni hundi seenaadhaaf uumame. Garuu Namoonni gariin seenaa dubbatu. Gariin immoo seenaa hojjatu.
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota🖌
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namoonni dureeyyiin battalumatti yaada irraa gara gochaatti deemu.
Yoo duroomuu barbaadde atis tarkaanfii fudhadhu.
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota🖌
Yoo duroomuu barbaadde atis tarkaanfii fudhadhu.
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
"Akka waan namni si ilaalu hin jirreetti shubbisuu qabda."
-William W. Purki
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota🖌
-William W. Purki
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Maaliif yeroo kadhannu, yeroo boonnu, gaafa dhungannu, yeroo aabjonnu ija keenya cufna; sababni isaas wantoonni jireenya keenya keessatti baay'ee mimmiidhagoo ta'an Onnee irratti kan nutti dhaga'aman malee kan ijaan mul'atan miti.
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota🖌
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Quality Button
CHANNEL KANNEEN JOIN GODHAA 📲📲
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Sammuun cimaan osoo hin komatin rakkata, sammuu dadhabaan immoo osoo hin rakkatin komata!
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota🖌
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
“Iddoo kan kee hin taane ykn namoota si hin fakkaanne waliin turuu caalaa wanti lubbuu nama miidhu hin jiru.”
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota🖌
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM