Telegram Web Link
Namoonni dureeyyiin battalumatti yaada irraa gara gochaatti deemu.

Yoo duroomuu barbaadde atis tarkaanfii fudhadhu.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota🖌
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
"Akka waan namni si ilaalu hin jirreetti shubbisuu qabda."

-William W. Purki
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota🖌
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Qeerransi belbela godhate ni beelawa.

-Moongoolota
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota🖌
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Maaliif yeroo kadhannu, yeroo boonnu, gaafa dhungannu, yeroo aabjonnu ija keenya cufna; sababni isaas wantoonni jireenya keenya keessatti baay'ee mimmiidhagoo ta'an Onnee irratti kan nutti dhaga'aman malee kan ijaan mul'atan miti.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota🖌
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Bofa qabachuudhaaf Harka diina keetii fayyadami.

_Pershiyaanota
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota🖌
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Sammuun cimaan osoo hin komatin rakkata, sammuu dadhabaan immoo osoo hin rakkatin komata!

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota🖌
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
“Iddoo kan kee hin taane ykn namoota si hin fakkaanne waliin turuu caalaa wanti lubbuu nama miidhu hin jiru.”

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota🖌
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
React godhaa mee ❤️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namoonni du'an namoota lubbuun jiran irra abaaboo hedduu argatu sababni isaa gaabbiin Galata irra cimaa waan ta'eef.

- Anne Frank
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota🖌
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
NAMA BIRAA HAMAA FAKKEESSUUF YAALUUN GONKUMAA GAARII HIN FAKKATTAN.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota🖌
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
DHAYI JALAA!
Gadi Lakkifameera.

====•••••========

ILAAMEEE!
FALMADHU SIYAAMEE
MAALTUU DHUFAAAAA
MIIDHAMNI KANAAN ALAA
/DHAYI JALAAAAAAA/2
1-Biyyi namaan qananiitiiiiiii
Nubiyyarraa bayyanatteen nu ariitiiiii
Oromoo bakka hin bu'uuuu
Jilli ajjeesu sablammii ardha du'uuu
2-Roorroo gochi hadhaawuu
Harki rasaasaa adda keetti lakkaawu
Sabakoo maaltu sihafeeee
Kai furmaanni akka siidhufu dafeeee
3-Bilisummaan mara koobaa
Maajiratta gabrummaatti damboobaa
Haqarra eenyu badaddaaa
Hin uffatin foonkoo uffata gaddaaaa
4-Mana hidhaa cufa teenyaa
Yom guman bahe takkaa nama keenya
-Goota duulli dadhabeeeee
Yaabooree baasaa tuutaa jajjabeeeeee
1AAyyoofii Aabbooooo
Rashananii yaabbooo
Kanarra maaltu galaa
Teechee laalta balaaa/dhayi jalaaa/
2Si Jijjigaa dhiiguuuuuu
Mana sirraa diiguuuuuu
Kanarra maaltu galaaaa
Teeche laalta balaaaaa/dhayi jala/
3Qaalayinsa jiruuuuuuuu
Deega eboon diruuuuuu
Kanarra maaltu galaaaa
Teechee laalta balaaaaa
4Dabra hin oolu barriiiiiii
Seenaa taati marriiiiiiiiii
Kanarra maaltu galaaa
Teechee laalta balaaaa/dhayi jala/
/Dhayi jalaa aboo dhayi jalaa/×2

/ILAAMEE/
FALMADHU SIYAAMEE
MAALTUU DHUFAA
RAKKINNI KANAAN ALAA
/DHayii jalaa aboo dhayi jala/
5-Oromiyaan magariisaaaaa
Biyya mijooftuu nagaan amaniisaa
-lafa lammii gagammadoo
Waanbadetu itti yaame gadadoooo
6-Jaarmiyaa soba seeqeeee
Qubsuma gaafa afrikaa mara jeeqee
-Yaa haleelu kormichiiiiiiiiiiii
Faanaddoo dugda galchudha qorichii
7-Boosettin gurra dhoosaaa
Opdo bilisa baaftetu lubbutti siqoosaa
Afasaa foolatu argiiiiiiiii
qorannoo baraaruu dadhabe dargiiiiiiii
8-Nikulariin fe'e dhoowuuuuu
Hin jiru dhabni lolee ummata moowuu
-Dhiibbaan itti cimulleeeee
Oromon inuma qawwee jalan bulleeee

5. Marammartoo gaafuu
Suma sumaan daafuu
Kanarra maaltu galaaa
Teechee laalta balaaaa/dhayi jala/
6Tiyyumaan nabaasiiiiii
Motorakee kaasiiiiiiiiiii
Kanarra maaltu galaa
Teechee laalta balaaa/dhayi jalaa
7Dadhabannee qoosaaa
Falma diddaa dhoosaaa
Kanarra maaltu galaaaa
Teechee laaltaa balaaaa/dhayi jala/
8Daaktuun nyaatu garbiiii
Irraa nu aansa rabbiiiiiiiii
Kanarra maaltu galaaaa
Teechee laalta balaaaaa/dhayi jala
(Dhayi jalaa abboo dhayi jalaa)×4

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota🖌
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namni tokko jireenya isaa keessatti yoo si barbaade, akkamitti akka si qabatu sirriitti ni beeka.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota🖌
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Join 🆕🔽🔽

💞@Kilinika_Jaalalaa❤️
💞@Kilinika_Jaalalaa❤️
💞@Kilinika_Jaalalaa❤️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
We are.............?
Hiriyyoota keenya gowwoomsuu caalaa hiriyoota keenya amanamuu dhabuun nama qaanessa.

—Kartik Gambhir
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota🖌
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Kophaa ta'uuf ija jabina qabaachuun namoota waan si barbaadaniif osoo hin taane waan si barbaachisaniif gara jireenya keetti affeeruuf bilisa si baasa.

-Mandy Hale
━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota🖌
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Waa'ee Jaalalaa (.)
Guyyaa koo keessatti wanti ulfaataa ta'e seeqa kee arguu dhiisuu fi si hammachuu dhabuudha. Fageenyi addaan nu baasuu danda'a, garuu onneen koo yeroo hunda si waliin jira. 💕

❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

💞@Kilinika_Jaalalaa❤️
💞@Kilinika_Jaalalaa❤️
💞@Kilinika_Jaalalaa❤️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Arbi waca sarootaatiif jedhee deemsa hin dhaabu. Wanta hundaaf deebii kennuun si hin barbaachisu itti fufuu qofa qabda. Kan si duuba waa'ee kee dubbatu si duuba waan jiruufi. Ati gara fuulduraatti jiraadhu. Yeroo San isaan duubatti si irraa fagaataanii si duubatti hafuu.

━━━━━━━━━━━
✍️@Jechamoota🖌
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2025/06/30 20:08:52
Back to Top
HTML Embed Code: