Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Ilmi maatii isaa kabajuuf fedhii hin qabne kabaja dhugaa nama kamiifuu hin qabaatu.
Billy Graham
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
Billy Graham
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Akkuma waqtiilee namoonni ni jijjiiramu. Garuu garaagarummaan jiru, waqtiin darbee booda, deebi'ee dhufa.
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Any Quotes tips
Fear is just like fire; it can be helpful if you know how to use it. If not, you'll get burned.
—Mike Tyson
—Mike Tyson
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA / LIFE TIPS
Jechamoota adda addaa Afaan Ingiliffaatiin hordofuuf
https://www.tg-me.com/+TvMOsPB0xQfozIfU
Link olii Join godhaa ❤️❤️
https://www.tg-me.com/+TvMOsPB0xQfozIfU
Link olii Join godhaa ❤️❤️
Telegram
Any Quotes tips
World quotes tips
Wantoonni ati barbaaddu hundi, jiru. Abjuu fi galmi kee hundi galma gahuu danda'a. Wantoonni kun hundi sababa waan qabaniif sammuu keessan keessa naanna'u. Hanga galma kee bira geessutti hin dhaabbatin. Ati dandeettii qabda, dhuguma.
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA / LIFE TIPS
Jechamoota adda addaa Afaan Ingiliffaatiin hordofuuf
https://www.tg-me.com/+TvMOsPB0xQfozIfU
Link olii Join godhaa ❤️❤️
https://www.tg-me.com/+TvMOsPB0xQfozIfU
Link olii Join godhaa ❤️❤️
Telegram
Any Quotes tips
World quotes tips
Waan sitti dhagaʼamu dubbadhu, gaarummaadhaan. Miira kee ibsuun bareedaadha, gonkumaa hin sodaatin, hin qaanfatin.
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Jireenya Kee Keessatti Namoota Gosa Sadii Yoomiyyuu Hin Dagatin.
1. Yeroo rakkisaa keessatti ka si gargaare.
2. Yeroo rakkisaa keessatti kan si dhiise.
3. Kan yeroo rakkisaa keessa si galche.
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
1. Yeroo rakkisaa keessatti ka si gargaare.
2. Yeroo rakkisaa keessatti kan si dhiise.
3. Kan yeroo rakkisaa keessa si galche.
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Carraan yeroo hunda jajjaboo ni fayyada, nama of hin gargaarre gonkumaa hin gargaaru.
—Ful. T. Barnum
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
—Ful. T. Barnum
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Haqa Ajaa'ibaa
Kana beektuu: Guyyaan har'aa jechuunis July 6 “Guyyaa Dhungannaa Idil-addunyaa” 💋 dha.
July 6 is “International Kissing Day” 💋
July 6 is “International Kissing Day” 💋