Telegram Web Link
━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
Hanga waan guyyaa guyyaan hojjettu jijjiirtutti jireenya kee gonkumaa hin jijjiirtu. Iccitiin milkaa'ina keetii hojii guyyaa guyyaa kee keessatti argama.

━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
Yeroo tokko tokko, fageenya xiqqoo uumuun namoonni dhugumatti hammam akka isaanif hiika qabdu akka hubatan gargaara.

━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota
━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
✈️ WAAN JAALALA HIN TAANE

1. Nama sobuu fi dugda duubaan waan tokko hojjechuun jaalalaa MITI.

2. Namatti waan caalatti isaaf malu itti himanii harka kennachiisuun jaalala MITI. .

3. Guyyaa guutuu waan baay'ee itti baay'ateef nama tokko check up gochuu dhiisuun jaalala MITI.

4. Jireenya nama tokkoo to'achuun jaalala MITI.

5.Jaalala jechuun yeroo falmii afaan arrabsoo fayyadamuu miti.

6. "Ati kan koo qofa" jechuun jaalala miti.

7. Password Instagram kee gaafachuun jaalala miti.

8. Tuffachuu fi deebii booda deebisuun jaalala miti.

9. Yeroo hunda hojiin qabamuun jaalala miti.

10. Jaalala jechuun halkan hanga sa'aatii 2 ykn 3tti hirribaa si waliin haasa'uu miti.

SHARE AKKA GOOTAN ABDIIN QABA!!
━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️
2024/05/29 08:58:12
Back to Top
HTML Embed Code: