Jireenyi baay'ee gabaabaa dha: bakka taa'uu hin barbaannetti kiyyootti sakaalamtee hin dabarsin.
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
React, Repost, Share godhaa mee Saahibban. 🏆 🏆
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Yeroo sodaan balbala kee rukutu hundatti, .
Yeroo hundumaa hamilee sirrii balbala bantuun qabaadhu, .
Milkaa'inni sodaa duubaan waan eeggatuuf, .
Sana booda galma kee bira ka ga'u si qofa!
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
Yeroo hundumaa hamilee sirrii balbala bantuun qabaadhu, .
Milkaa'inni sodaa duubaan waan eeggatuuf, .
Sana booda galma kee bira ka ga'u si qofa!
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Addunyaan kennaan hundi maallaqa ta’uu akka qabutti akka yaaddu si taasisa, kanaaf kennaa jireenyaa maatii, fayyaa fi tasgabbii sammuu xiqqeessita.
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Addunyaan baayyee rakkatti. Jeequmsa namoota badaa irraa kan ka'e osoo hin taane, Callisuu namoota gaarii irraa kan ka'e!
—Napoleon
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
—Napoleon
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Amma yeroon waan hin qabne kan itti yaaddu miti. Wanta jiruun maal gochuu akka dandeessu ka itti yaadduudha.
– Ernest Hemingway
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
– Ernest Hemingway
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Nama tokko deebii isaatiin osoo hin taane gaaffii isaatiin murteessi.
- Voltaire
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
- Voltaire
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namni kamiyyuu, gufuun kamiyyuu, shakkiin kamiyyuu, sodaan kamiyyuu ykn sagalee hamaan kamiyyuu nama ta’uu barbaaddu akka hin taane si hin dhowwu. Sana murteessuu qabda!
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Yeroo tokko tokko BAABURRI dogoggoraa bakka sirrii ta'etti nu geessuu danda'a.
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🔑Galataa fi Dinqisiifannaa.
✨Dhugumatti humni galata caalu lafarra hin jiru.
✨Galteeffannaan miira gadhee biroo hunda yeroo sanatti ni cufa .
✨Nama biraa irraa homaa hin fudhatu, garuu humna guddaa siif kenna.
✨Namoota ati galateeffattu osoo hin taane. Namoonni gammadan kan galateeffataniidha.
━━━━━━━━━━━
✍️ @Jechamoota✅
✨Dhugumatti humni galata caalu lafarra hin jiru.
✨Galteeffannaan miira gadhee biroo hunda yeroo sanatti ni cufa .
✨Nama biraa irraa homaa hin fudhatu, garuu humna guddaa siif kenna.
✨Namoota ati galateeffattu osoo hin taane. Namoonni gammadan kan galateeffataniidha.
━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM