Chaanaaliin Burhaan Binuuril Qur'aan
Jedhu Maalummaa Amantaa Islaamaa Amantaalee Gara garaatiin wal bira qabuun Ragaa Qur'aana, Hadiisa, Hayyoota Islaamaa Lafee Dugdaa Taasifachuun, Dhaloota Isalaamaa Qaruufi Warroota Muslima hin ta'in Islaamummaa Beeksisuuf warra Islaamummaa irratti Gaafiileefi Burjaajessaa gara garaa kaasaniif Deebii kennuuf Kan Hundaa'e Yoo ta'u Namoonni Hunduu #Join Gochuun akka irraa fayyadamtan Hiriyyoota keessanillee akka irratti Afaffeertan Afeeramtanii jiru Yeroo Dubbisaafi Qorannoo Gaarii
BURHAAN BINUURIL QUR'AANA @Jemal89

Yoon facaasin maal Haamu
▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️
Yoon dubbisin maal dubbatu🌺
Yoo hojjatin maal argatu🌺
Yoon dhalchin maal dhungatu🌺
Yoo facaasin maal haamu🌺
Yoon qabaatin maal Yaamu🌺
Haa Dubbisu haa baratu🌺
Haa facaasu Haa Horatu🌺
Dubbisee Haa dubbatu🌺
Namuu akka guddatu🌺
Furtuufi karaa garsiiftuu🌺
Beekumsa Haa godhatu🌺
Ijaan funaanaa qubaan facaasa🌺
Baraa Barsiisaa argaa garsiisaa🌺
Furmaanni Rakkoo Yoomuumiyyu isaa🌺
@Jemal89
▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️
Yoon dubbisin maal dubbatu🌺
Yoo hojjatin maal argatu🌺
Yoon dhalchin maal dhungatu🌺
Yoo facaasin maal haamu🌺
Yoon qabaatin maal Yaamu🌺
Haa Dubbisu haa baratu🌺
Haa facaasu Haa Horatu🌺
Dubbisee Haa dubbatu🌺
Namuu akka guddatu🌺
Furtuufi karaa garsiiftuu🌺
Beekumsa Haa godhatu🌺
Ijaan funaanaa qubaan facaasa🌺
Baraa Barsiisaa argaa garsiisaa🌺
Furmaanni Rakkoo Yoomuumiyyu isaa🌺
@Jemal89
"Bineensallee haa ta'u nuti Yesuusitti Amanne" ❗❗😋
Guyyaa Tokko paastariin Tokkoofi Ustaazni Tokko Waa'ee Amantaa Irratti waliin Mari'atanii Ustaazni Mee Namni Yesuus Waaqa Jedhee amane maal Argata? Jedhee gaafate.
Phaastarichi Ragaa Ergaa (Rom 10: 9)irra jiru kan" Yesus gooftaa akka ta'e afaan keetiin yoo beeksifte, Waaqayyo du'aa akka isa kaase immoo garaa keetti yoo amante fayyina bara baraa in argatta." Jedhu dhiheessef Keewwaticha irratti Yesus waaqa ta'uu nama amanetu jannata(Jireenya Bara Bara Baraa) Argata Wanti jedhu hin jiru. Osomaa Akkas jedheeyyuu Barsiifni Phaawuloos Kun ammoo barsiisa Yesuusin waan wal faallessuuf Ustaazni Ragaa Wangeela Yohannis 17:3 irra jiru dhiheesseef Keewwata kana irratti Jireenya bara baraa Kan Argamsiisu maal Akka ta'e Yoo dubbatu akkana jedhee jira.
(Yoh 17: 3)
" Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kiristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara baraa ti."
Yesuus Namni tokko jireenya Bara baraa Kan argatu:Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa;Yesuusii waaqa Saniin ergame Beekudhaan akka ta’e barsiisee jira.
Phaawuloos ammoo Yesuus akka Gooftaa ta'e Afaan keetiin yoo beeksifte fi Waaqayyo Yesuusin akka du'aa kaase Yoo garaa keessatti amante Jireenya bara baraa Kan Argattu akka ta’e barsiisa.
Wanti Yesuus barsiisuufi Wanti Phaawuloos barsiisu Yoo wal faallesse;Barsiifni Yesuus akka fudhatamu Kan Phaawuloos akka gatamu wal nama hin gaafachiisu. Yesuusuu akkana hin jennee ree? " (Mat 10: 24) "#Bartuun_barsiisaa_isaa #gararraa_miti, hojjetaanis isa isa hojjechiifatu gararraa miti."
Phaastarichi Yeroo Ragaan inni dhiheeffate kufaa ta'uu arge, Deebiin isaa "Bineensallee haa ta'u nuti Yesuusitti Amanne" Kan Jedhu ture😀😀miskiiiin Deebiin paastarichaa Kun ammoo;Ana Du'aa'ii Abu Jahalii tokko na yaadachiise.
Akkuma beekamu Diinota Nabi Muhammad keessaa Mata jabeessi Abu Jahliin Ture. Qur'aanaan falmaa Turee Abdii murannaan; akkana jedhee Du'aa'ii kadhate"Yaa Allaah Yoo Qur'aanni Kun dhugumaan Kan sibiraa buufame ta'e Dhagaa (Adabbii) samii irraa nurratti Roobsi "jedhee kadhate. Yaa Abbaa wallaalaa! Dhuguma Ati Abuu Jahli. silaa Hayyuu ta'ee Akkana jechuu qaba ture" Yaa Allaah Yoo dhugumaan Qur'aanni Kun si biraa buufame Nu qajeelchi" Phaastarichis silaa Deebiin isaa Kan ta'uu qabu; Egaa Karaan jireenya Bara baraa Waaqa dhugaa tokkichatti amanuufi Yesuus ergamaa Isaa ta'uu amanuudhaanii? Jedhee Daandii sirrii filachuu qaba ture. Garuu "Yesuus bineensallee haa ta'u nu itti amanne jedhe kaa😀😀😀😀
Xiiqitu Dhara irratti isaan goggoyse malee Ragaa waan qabaniif Dukkana keessa hin jiraatan❗ @Jemal89

YESUUSIN BEEKTAA❓
Kutaa Tokkoffaa
Yesuus Ani Nama ofiin Jedha kiristiyaanonni ammoo Ati waaqa jedhuun Eennutu dogoggore?
Oromoon Yoo Mammaaku Kan Abbaa irra beeku budaadha jedha!
Dubbiin akkas fakkaatti.
YESUUS NAMA TA'UU
..............RAGAA MACAAFAA
Gosa Ragaa 1ffaa: Yesuus mataan Isaa inni akka nama ta'e barsiisuu isaa
(Yoh 8: 40)
" Ani dhugicha isan Waaqayyo irraa dhaga'e isinitti himeera; isin garuu ana nama akkasii ajjeesuu barbaaddu; Abrahaam akka kana hin hojjenne. "
Keewwata kana keessatti Yesuus " ana nama akkasii ajjeesuu barbaaddu" jechuudhan inni nama ta'uu Isaa Ragaa baheera. Erga Yesuus Ani Nama ofiin jedhe nuti Akkamitti Lakki Ati namaa miti waaqa malee jennee Yesuusin kijibaa taasifna. Waa'ee Yesuus nutu Yesuusin caalaa beekaa?Kun Yesuusin tuffachuu hin ta'uu? Eeyyummaa Isaa isa sirrii inni ittiin of beeksise waakkachuu mitii? Yesuusin caalaa Namni Yesuusin beeku ni jiraa ree? Inni Namummaa isaa malee waaqummaa Isaa takkaa Ragaa bahee hin beeku Ani Nama ofiin jedhe malee Ani waaqa ofiin hin jenne.
Namni Yesuusin Jaalatu dubbii Isaa hin Raawwata. Waan inni barsiisellee ni fudhata. Namni Yesuusin hin Jaalanne ammoo Dubbii Yesuus ni baqata. Waanuma Yesuus hin barsiin of keessaa fuudhe dubbata.
(Yoh 14: 23)
" Yesus deebisee, "Eenyu illee yoo na jaallate dubbii koo in raawwata, abbaan koo immoo isa in jaallata; nuyis isa bira in dhufna, iddoo jireenyaas isa bira in godhanna."
(Yoh 14: 24)
" Namni ana hin jaallanne immoo dubbii koo hundumaa hin raawwatu, dubbiin isin dhageessan kunis kan abbicha isa na ergee ti malee, kan koo miti" jedheen."
Yaa kiristiyaanota Yoo Dhuguma Yesuusin Jaalattan Dubbii Isaa Raawwadhaa inni Ani Nama ofiin Jedheera namummaa Isaa fudhadhaa inni Ani waaqa ofiin hin jennee waan inni hin barsiisin irraa baqadhaa.

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Dhiirri Muslimaa Dubartootaa Ormaa Maalif Harka hin fuune gaafii jedhuuf Deebii dinqisiisaa kenname
@Jemal89
@Jemal89
Maqaan Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata godhaa ta'eetin.
#Sadummaa (#Sillaasee)
#Kutaa_Tokkoffaa
Boqonnaa kana keessatti Bu'uura Amantaa Kiristiyaanaa kan ta'e Barsiisa Sadummaa (Sillaasee)Seenaa Dhufaatii isaa, Ragaalee Baaybilii keessaa sadummaa (Sillaasee) dhaaf dhihaatan sakatta'uun sirrii ta'uuf ooluu isaa Kan ilaallu ta'a.
Sadummaan Utubaa kiristiyaanummaa waan ta'eef, Barnoota sirrii Yoo ta'e Amnticha sirrii kan taasisu Yoo ta'u, Dogoggora taanaan ammoo Amnticha guutumaan guutuutti kan diigu waan ta'eef Boqonnaa kana sirritti akka Hordftan kabajaan Isin affeera.
Hiika Jechichaa.
Jechichi kan dhufe Jecha Afaan giriikii "Tiriniti is" Jedhu irraa Yoo ta'u hiikkaan Isaa "walitti Hidhamiinsa Qaama sadanii" Jechuudha. Jechi Afaan oromoo Sadummaa jedhu Ammoo jecha Afaan Gi'iizii Sillaasee jedhu irraa Kan hiikame Yoo ta'u Sillaasee Jechi jedhu Ammoo Manni Amantaa Kiristiyaanaa Waaqni Qaamaan sadih waaqummaan tokko Yaada jedhu Ibsuuf itti fayyadamtan.
Sadummaan Bu'uura Amantaa Kiristiyaanaa akkuma ta'e Amantaaleen Birollee Bu'uura Amantaa mataa isaanii qaban.
Fakkeenyaaf Bu'uurri Amantaa Yehuudotaa Sheemaa"Jedhamuun Yoo Yaamamu Jechichi "Waaqni Tokko Qaamaa tokkoon" Yaada jedhu Ibsuuf Tajaajila.
Bu'uurri Amantaa Islaamaa ammoo Tawhiida Jedhamuun Yoo Beekamu Jechi Kun Yaada Rabbiin Rabbumman, Eenyummaan(Zaataan) Tokko Yaada jedhu Ibsuuf Tajaajila.
Addunyaa Irratti warri Rabbii Tokko qofatti Amanan Jecha Afaan Ingiliffaa "Monotheism" Jedhuun Yoo Yaamaman Isaanis Sadarkaa duraa irratti Kan beekamaan Muslimootafi Yahuudota.Kiristiyaanonni ammoo Sadummaa Waaqaatti waan Amananiif "Modalism" ykn Waaqa tokko qaama sadihiin Jedhamanii waamamu
Waaqa Qaamolee Guutun sadih irratti hundaa'e,waaqummaa sadummaa kana Hayyoonni Amantaa Kiristiyaanaa Maqaa amalaa sahitti qoqqoodu.
1ffaa:Abbaa:-Abbaa Yoo ta'u Abbummaan kan amalaati.
2ffaa:Ilma-Kan dhalate Yoo ta'u ilmummaan kan amalaati.
3ffaaa:-Hafuura Qulqulluu - Kan bahe Yoo ta'u bahiitiin kan amalaati.
Sadanuu guutumaan guutuutti waaqa Yoo ta'an Qaama waaqummaa kan mataa isaanitiifi akka qaban amanamaa. Inumaayyu tokko tokko irra hin caalu gar garis hin bahan Barnoota jedhu qaban.
Seensaaf Hiika Sadummaa Erga laalle itti Aansinee Ammoo Seenaa Dhufaatii Sadummaa (Sillaasee) Boqonnaa gara garaatti qoodnee kan ilaallu ta'a.
Seenaa ka'uumsa sadummaa(Sillaasee)
Sadummaan Yerorraa gara yerootti Barnoota guddachaafi jijjiiramaa dhufe malee yeroma tokkotti Boca amma qabu kana qabaachaa akka hin turin Galmeen seenaa ni hubachiisa.
Galmee seenaa Barnoota Nabiyyootaafi Amantaa namoota Qulqulluu Dhufaatii Kirstaanummaa dura turan Yoo Qorannu Waa'ee Sadummaa waaqaa Tokkoon Isaanillee Barsiisaa akka hin turin ni hubanna. Kun ammoo Sadummaan (Sillaasen) dhaloota Yesuus kirstoos booda Kan Uumame malee Sana dura gonkumaa akka hin turin nu hubachiisa.
Sadummaan (Sillaaleen) Baaybilii keessatti iddoma takkattittillee Kan hin dubbatamin ta'uufi Moggaasa kanas kan Argate Keewwattoota tokko tokko irraa ka'amee akka ta’e hubatuun ni dubbatama.
Dhugumatti Macaafa kuusaa macaafolee hedduu ta'e kan Hammaan guddaa ta'e kana keessatti Jechi Sadummaa Sadummaa (Sillaasee) jedhu yeroma tokkollee Dubbatauu dhabuun isaa Waan haguugamee bira dabramuu miti. Haala Nama dinqisiisuun Jechi Kun Qur'aana keessatti qofa Barreeffamee arganna.
Suuraa Nisaa'i 4:171 irratti akkana Jedhamee Barreeffamee
وَلَا تَقُولُوا ثَلَاثَةٌ ۚ انتَهُوا خَيْرًا لَّكُمْ ۚ إِنَّمَا اللَّهُ إِلَٰهٌ وَاحِدٌ ۖ
Rabbiin "Sadih" hin jedhinas. Isarraa dhorgamaa ;isiniif caalaa (ta'aa) Rabbiin dhugaan gabbaramaan tokkicha qofa.
Itti fufa.......
Qopheessaan Obboleessa Keessan Jamaal Kadiir
Namni barumsa Amantii Islaamaafi kiristaanaa wal bira qabdanii barachuu barbaaddan link kana tuqaa