"Ati garuu Maalif Osoo jannata galuu carraa qabdu ibidda galuu filatte"?
___________________________
Yeroo Hedduu kiristiyaanonni gara keessatiin dhufanii gaafii na gaafatu turan. Osomaa gafiif deebii taasifnuu namoota natti dhufan keessa tokkoon guyyaa tokko Namni Yesuusin Yaa gooftaa jedhu hunduu Jannata seenuu akka hin dandeennefi Yoo jannata seenuu kan barbaadu ta'e muslima ta'uun akka irra jiraatu itti hime. Yoo Ragaa barbaadefis Jedhee Macaafa isaatifi maddoota Islaamummaa irraayis walitti qabee kenneef. erga dhugaa Hubate waan deebisu dhabnaan akkana jedhee ijjannoo isaa Kan Xumuraa naaf laate
"Muslimlima ta'ee Jannata Seenuu irra, Kiristiyaana ta'ee ibidda seenuu naaf wayya!!!"naan jedhe ani hoo yoo maal jedheen wayya
Akkana jedheen" Ati garuu Maalif Osoo jannata galuu carraa qabdu ibidda galuu filatte"jedheen
Sabni koo sun! Osoo hama tokkos deebii naaf hin kennin sokke. innis hin deebine namnis naan deebifne Namoota Meeqatu dhugaa Islaamummaa hubatee Osoo jiru Haaluma adda addaatif dhugaa irraa fagaate! Yaa Allaah Lammiilee Kiristiyaanaa kan waaqeffataa,... dukkana kufrii keessaa gara Ifnana Islaamummaa nuuf deebisi
Aamiin
@Jemal89

Balbala Jannata tan warra soomu malee namni tokkos hin seenne.
____________________________
عَنْ سَهْلٍ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهُ، عَنِ النَّبِيِّ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ قَالَ : " إِنَّ فِي الْجَنَّةِ بَابًا يُقَالُ لَهُ : الرَّيَّانُ، يَدْخُلُ مِنْهُ الصَّائِمُونَ يَوْمَ الْقِيَامَةِ، لَا يَدْخُلُ مِنْهُ أَحَدٌ غَيْرُهُمْ، يُقَالُ : أَيْنَ الصَّائِمُونَ ؟ فَيَقُومُونَ لَا يَدْخُلُ مِنْهُ أَحَدٌ غَيْرُهُمْ، فَإِذَا دَخَلُوا أُغْلِقَ فَلَمْ يَدْخُلْ مِنْهُ أَحَدٌ ".رواه البخاري رقم. 1896
Sahli (RA) Nabiyyii ﷺ irraa akkana jechuun nuuf odeessee jira." Jannata keessa bar balbala Rayyaan¹ Jedhamtutu jira. guyyaa Qiyaamaa warra Soomana soomantu Isiin seena.isaan malee namni biraa hin seenu. "Warri Soomana Sooman Eessa jiran? Jedhamaan; ka'anii dhaabbatan.Isaaniin ala nam tokkos hin seenu. Yoo isaan seenan ni cufamti, isaan malee namni tokkos hin seenu.
🔰
@Jemal89
_____________________
Rayyaan jechuun dheebu baaftuu jechuudha warri soomanaa Addunyaa Irratti Rabbiif jecha dheebuu oollan;Rabbiin galata Isaanitiif Rayyaaniin Qopheessef;Rabbiin Warra Haqa soomanaa guutee bor Rayyaaniin argatan nu haa taasisu

Bukaariitu gabaase
lakk. 1896@Jemal89
_____________________
Rayyaan jechuun dheebu baaftuu jechuudha warri soomanaa Addunyaa Irratti Rabbiif jecha dheebuu oollan;Rabbiin galata Isaanitiif Rayyaaniin Qopheessef;Rabbiin Warra Haqa soomanaa guutee bor Rayyaaniin argatan nu haa taasisu
4_5866013393109911585.pdf
910.4 KB
Pdf kana irra Hadiisota Sahiiha Shantamii torba (57)waa'ee ji'a Ramadaanaatifi Hadiisota Da'iifaafi Mawduu'a saddeet (8) waa'ee Ji'a Ramadaanaa Dubbatan argattu Namni Afaan Arabaa beektan itti fayyadamaa kan hin beekne Rabbiin isin haa barsiisu
https://www.tg-me.com/Jemal89
Rasuulli Rabbii ﷺ akkana jedhan:"Ramadaanni Jiini Barakaa isinitti dhufee jira."
🔰Sahiiha Nasa'ii lakk. 2105
___________
Yaa Allaah Ja'a Barakaa kana keessa waa hunda keessatti Barakaa nuuf godhi
https://www.tg-me.com/Jemal89
🔰Sahiiha Nasa'ii lakk. 2105
___________
Yaa Allaah Ja'a Barakaa kana keessa waa hunda keessatti Barakaa nuuf godhi
https://www.tg-me.com/Jemal89
KUN AFAAN BIYYA KAMIITI?
---------------------------------------------------
Uumaan guddichi waa hunda uume, siree mootuma isaa irraa bu'ee; Gadaamessa hintala Yehuudaa takka keessa seenee; Ji'oota sagaliif dukkana Gadaamessa isii keessaa turee; guyyaan dhalatu geennan Osoo haati karaa deemtu akka tasaa dhalatee; manni Bultii keessumaa bakki waan hin jirreef huccuun maramee; siree horiin keessaa nyaatu(Gaandaa) keessaa ciibsamee; waan mootota Yeroo Sana biyya bulchaa turaniin ni ajjaafama jedhamee sodaatameef dhoksaan baqataniinii; turtii waggootaa booda gara biyya itti dhalatee deebisanii; Yeroo Umriin isaa waggoota kudha lama guutu; Ayyaana kabajuuf haadha fi Abbaa waliin deemee Achitti badee hafee; haadhafii Abbaan Ilmi keenna nu jalaa bade jedhanii cinqamanii; jiruun biyya lafaa waan isa Rakkifteef waan dirratti uffatuufi waan qoonqotti liqimsu argachuuf ogeessa Muka soofu ta'ee; suuta suutan hojjaaan(dheerinaan guddatee, Rakkina isa mudate irraa muuxannoo fudhatee, ogummaa fi beekumsas dabalatee;saba isaa barsiisuu eegaluuf waggoota soddoma itti fudhatee; Guyyoota Afurtamaafi Halkan Afurtama Qofa waan soomeef beelaye, Seexaanni isa Qormaatuuf olii gadiin isa naannayee; sabni isaa ergaa isaa irraa fudhatuu didee isa Rakkisee; barattoota inni waggoota sadihiif itti ifaajee barsiise keessaa tokko isa ganee; mallaqaaf jecha isa dabarsee diinotaaf kennee; ni ajjeefna jedhanii itti murteessanii; osoo inni du'a na oolchi Jedhee waaqa kadhatu dirqamaan mukattii Rarraasanii diinonni isaa isa ajjeesanii" guyyoota sadihiifi Halkan sadi" Awwala keessaa turee; barii sanbata guddaa Dubartoonni isaa Awwaala keessa jiru dibata dibuuf Yeroo dhaqan Awwala keessaa dhabanii; akka du'aa ka'e Barattootatti himanii;Waaqni du'aa isa kaasee; namoota" cubbuu irraa bilisa baase!!!! "
Waaqni kiristiyaanonni itti Amanan; kan itti Amanaa jedhanii nullee itti nu waaman; kan Yesuus jedhamu seenaan isaa Gabaabinaan kana fakkaata! Kuni garuu Afaan biyya kamiiti!
Waaqni Asoosama yartuu akkananaa kanaan seeneffamuun sirriidhaa!
Wangeelli Afran kanuma nuuf Seenessu mitii ree?
Dhugumatti Uumaan dachiif samii uume salphina akkanaa irraa Qulqqullaa'e jira.
Kun amma Afaan Waaqa ittiin ibsanii?
Ilaachi Kun Dukkana galaana gadi fagoo kan danbaliin Gubbaan jiru, kan danbalii san Gubbaan Duumessi jiru Dukkana wal yaabbateen wal fakkaata. Namni Allaah'n ifnana isaaf hin taasisin ifaa homaatuu hin qabu. Huddumminna Dukkana keessa jiruu irraa Kan ka'e Dukkana keessaa jiraachuu isaas hin hubatu
Obboleessa Keessan
Jamaal Kadiir

Assalaamu Aleykum warahmatullaahi wabarakaatu
IID MUBARAK
عيد مبارك تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال وكل عام وانتم بخير
@Jemal89
Obboleewwan koo Muslimaa hundi Baga Ayyaana Iida Fixriitin isin gahe
IID MUBARAK
عيد مبارك تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال وكل عام وانتم بخير
@Jemal89
Durummaanis hin waartu hiyyummaanis itti hin fuftu
✍️Waa'il ilma hajaral-hadramii namni jedhamu kan fiixaan isaa Mootota hadra-mowtil-yamanii ta'e tokko Islaamummaa isa ifa baasuun gara madiina Rasuula ﷺ bira dhufe. Rasuulliﷺ Rabbii osoo Waa'il Madiinaa hin gahin dura sahaabota isaanitiin "hanbaan ilmaan moototaa isinitti dhufaa jira" jedhaniinii turan
Yeroma Waa'il dhufe Nabiyyiin ﷺ isa simatanii ofitti dhiheessan. Ergasii Qabeenya lafaa kan inni dhiisee dhufee kan wal madaalu kan midhaan of irraa qabu kennaniif. Akka lafa kennameef itti agarsiisuf jecha mu'aawiyaa ilma Abbaa suufiyaan (RA) isa waliin ergan.
Yeroo sanitti Mu' aawiyaan akkaan hiyyeessa waan tureef hiyyummaa irraa kophee godhatu hin qabu ture.
Mu'aawiyaan Waa'iliin "mee of duubaan gaala kee na huddeelachiisi" jedheen
Waa'il akkana jechuun deebii kenneef"donyummaa gaalatiif Osoo hin taane ati nama mootota duubaan huddeellatuuf maluu miti"jedheen
Mu'aawiyaan ni jedheen
"Ergasuu kophee naaf kenni kaa"
Waa'ilis akkana jechuun deebiseef
"donyummaa kopheetif osoo hin taanee ati garuu nama kophee moototaa godhatuun maluu miti haa ta'uu garuu gaddiddu gaalaa jala deemi!!" jedheen
Ergasii Barri naanna'ee Mu'aawiyaan kaliifaa ta'ee biyyoota hedduu bulchuu eegale. Waa'ilis erga Umriin isaa ganna saddeetama ga'e gara shaam dhaqe. Mu'aawiyaa siree Mootii irra taa'aa jirutti ol seene. Siree irraa bu'ee waa'ilin bakka ofii taa'u teessise. Ergasii seenaa isaanii kan yeroo dabre waliin dabarsan isa yaadachiise. mallaqnis akka kennamuuf ajaja dabarse.waa'il ammoo "nama na caalaa itti hajamuuf kenniif ani ammoo erga obsa kee argeen booda osoo barri of duuba deebi'ee guyyaa san of fuulduratti si baadhee jedheen hawwa" jedheen jedhama
Durummaanis hin waartu; hiyyummaanis itti hin fuftu walitti dhufeenyafi waliin jireenya kee keessatti gidduu galeessa ta'i Addunyaan ni naannofti waan ta'eef guyyaa tokko taatema San bira si dhaabdi tola oolaa obsa qabaataa ta'i nama hammeenna sirratti raawwateefis.
🔰 Maddeen:-
Al-badrul-munzir (7/69)
AL-Bidaayaa wannihaayaa (J. 5)
Taariik Al-kabiirAl-kabiir kan Bukaarii( 8/175)
Sahiiha Ibnu hibbaan fuula (7205)
➖➖➖➖🔶➖➖➖➖

ISLAAMUMMAAN AMANTAA NABIYYOOTA HUNDAATI
Islaamummaan Amantaa Rabbiiti, isa malee Amataan Rabbii hin jiru. Rabbiin Amantaa kanaaf tumsuuf, haala isaaf mijeessuuf Amantaalee biroo hunda irra caalchisuuf waadaa seenefi jira.
Garuu Amantaan Islaamaa kuni kan akkamiiti. Amantaan biraa kan Rabbiin waliin hariiroo qabu kan Amantaa Islaamaatiin dorgomtu ni jiraa? deebiin isaa akkana
Aal-e-Imran 3:19
إِنَّ ٱلدِّينَ عِندَ ٱللَّهِ ٱلْإِسْلَٰمُۗ
Aali-Imraan 3:29
Dhugumatti amantiin Rabbiin biratti [fudhatama qabu] Islaama qofa
Barnoota keenna itti Aanu keessatti Fedha Rabbiitiin Ragaalee Qur'aanaatiin Nabiyyoota Rabbiin muslima ta'uu Isaanii nutti hime kan waliin ilaallu ta'a
Obboleessa Keessan
Jamaal Kadiir
@Jemal89
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata godhaa ta'eetin

Rabbiin Amantaa wal faallessu hin buufne amantaan Rabbiin Nabiyyoota isaa irratti buuse tokko qofa Innis Islaamummaadha Rabbiin ol Aane akkana jedha
Aal-e-Imran 3:19
إِنَّ ٱلدِّينَ عِندَ ٱللَّهِ ٱلْإِسْلَٰمُۗ
Aali-Imraan 3:29
Dhugumatti amantiin Rabbiin biratti [fudhatama qabu] Islaama qofa
Nabiyyootafi Ergamtoonni hundi Amantama tokkicha kana qabatanii dhufan
Barnoota keenna itti Aanu keessatti Fedha Rabbiitiin Ragaalee Qur'aanaatiin Nabiyyoota Rabbiin muslima ta'uu Isaanii nutti hime kan waliin ilaallu ta'a
Obboleessa Keessan
Jamaal Kadiir
@Jemal89
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan_ _Rahmata godhaa ta'eetin
Hiika Islaamummaa
hiika Maqaa kanaa ilaaluu keennan dura gabaabsinee Moggaasa Maqaa Amantaa Islaamaa Amantaalee biroo irraa waan Adda isa taasisu haa ilaalluu
HIIKA JECHA ISLAAMA JEDHUU AKKA AFAANITTI
Jechi "Islaama" jedhu hiika Afaanitiin(Lugaatin)
Hundee Jechoota " silmi" fi " Salaam jedhu irraa Kan dhufe yoo ta'u silmi " jechuun: Ajajamuu , booji'amuun , maskamuu, harka Kennuu , Abboomamuu fikkf jechuu yoo ta'u " Salaam " jechuun ammoo " Nagaya" Tasgabbii , jechuudha.
HIIKA JECHA ISLAAMA JEDHUU SHERI'AADHAN
Jecha Islaama jedhu hiika sheri'aatiin
Guutuun guutuutti Allaahaf Ajajamuun/booji'amuun/maskamuun/ harka Kennuun/Abboomamuun shirkiifi warra shirkii irraa Qulquullaa'uun Nageenya gidduu ilma namaatifi Rabbititti argamu jechuudha . Islaama Jechuun
Fakkeenyaaf hiikni jecha Islaama jedhuu Ajajamuu, booji'amuu, maskamuu... Jennee dabarsinee jirra Muslima jechuun ammoo Ajajamaa, Booji'amaa, masakamaa ,....Jechuudha
hiika Islaamummaa irraa maal hubanna!?
Islaamummaan Gooftaa Aalama hundaa kan ta'e Allaahaf Ajajamuun Amantaa Nageenya/Tasgabbii nama gonfachiisu ta'uu fikkf
@Jemal89
Hiika Islaamummaa
Hiikni Maqaa tokkoo maalummaa moggaafamaa Ibsuuf gahee guddaa taphata, maalummaa moggaafamaa, kaayyoofi ergaa isaa hiikuma Maqaa isaa irraa hubachuun wantoota danda'amu keessaa tokko Maqaa Amantaa Islaamaati
. hiika Maqaa kanaa ilaaluu keennan dura gabaabsinee Moggaasa Maqaa Amantaa Islaamaa Amantaalee biroo irraa waan Adda isa taasisu haa ilaalluu
Moggaasni Maqaa Amntaa Islaamummaa moggoosa Amantaalee birootin gara gara
Amantaaleen Addunyaa kana irra jiran hedduun Moggaasni isaanii hoggantoota Amantaa isaanii, lafa isaanii yookan maqaa nama
dhunfaa irraa madda
Fakkeenyaaf, Yahuudummaan Maqaa nama dhuunfaa Yahuudaa jedhamu kan horteen isaa Israa’iil (Ya’aquub) irraa taate irraa fudhatamee Amantaaf kenname.Kiristiyaanummaan ammoo Maqaa kabajaa Iisaa ilma Maryam isa masiih jedhamu Afaan giriikiitin kiristoos jechuutti hiikanii Hordoftoota isaatis Kiristiyaanota jedhanii moggaasan.
Amantaa hinduufi budihaas yoo fudhanne inni tokko lafa irraa yoo moggaafamu inni Kuun Maqaa nama dhunfaa irraa fudhatame
Islaamummaan hoo? _Faaruun Kan Rabbii Aalama hunda Kophaa isaa uumeetii Islaamummaan Maqaa lafaas ta'ee Maqaa namaa irraa hin fudhatamnekana hubachuuf hiika
jecha Islaama jedhuu waliin haa ilaalluu
HIIKA JECHA ISLAAMA JEDHUU AKKA AFAANITTI
Jechi "Islaama" jedhu hiika Afaanitiin(Lugaatin)
Hundee Jechoota " silmi" fi " Salaam jedhu irraa Kan dhufe yoo ta'u silmi " jechuun: Ajajamuu , booji'amuun , maskamuu, harka Kennuu , Abboomamuu fikkf jechuu yoo ta'u " Salaam " jechuun ammoo " Nagaya" Tasgabbii , jechuudha.
HIIKA JECHA ISLAAMA JEDHUU SHERI'AADHAN
Jecha Islaama jedhu hiika sheri'aatiin
Guutuun guutuutti Allaahaf Ajajamuun/booji'amuun/maskamuun/ harka Kennuun/Abboomamuun shirkiifi warra shirkii irraa Qulquullaa'uun Nageenya gidduu ilma namaatifi Rabbititti argamu jechuudha . Islaama Jechuun
Maqaa Amantaayoo ta'u
muslimni ammoo maqaa Namni Amantaa Islaamaa hordofu ittiin yaamamuudha_ . Hiikni isaas hiikuma gotch-ibsa maqaa Islaama jedhuutiFakkeenyaaf hiikni jecha Islaama jedhuu Ajajamuu, booji'amuu, maskamuu... Jennee dabarsinee jirra Muslima jechuun ammoo Ajajamaa, Booji'amaa, masakamaa ,....Jechuudha
hiika Islaamummaa irraa maal hubanna!?
Moggaasni Islaamummaa Maqaa namaatis ta'ee maqaa lafaa waliin hariiroo qabaachuu dhabuu isaa
👇
Islaamummaan Gooftaa Aalama hundaa kan ta'e Allaahaf Ajajamuun Amantaa Nageenya/Tasgabbii nama gonfachiisu ta'uu fikkf
JAMAAL KADIIR
_QOPHEESSAAN_
OBBOLEESSA KEESSAN
`
@Jemal89
Nabi Muhammad ﷺ Nabiyyii Xumuraa ta'uu Isaanii keewwanni Qur'aanaa ibsu Suuraa Kam keessatti argama aayanni isaa hoo meeqa?
ISLAAMUMMAA AMANTAA NABIYYOOTA HUNDAATI
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata godhaa ta'eetin
Islaamummaan Amantaa Nuuh (As) ittiin dhufe
وَٱتْلُ عَلَيْهِمْ نَبَأَ نُوحٍ إِذْ قَالَ لِقَوْمِهِۦ يَٰقَوْمِ إِن كَانَ كَبُرَ عَلَيْكُم مَّقَامِى وَتَذْكِيرِى بِـَٔايَٰتِ ٱللَّهِ فَعَلَى ٱللَّهِ تَوَكَّلْتُ فَأَجْمِعُوٓا۟ أَمْرَكُمْ وَشُرَكَآءَكُمْ ثُمَّ لَا يَكُنْ أَمْرُكُمْ عَلَيْكُمْ غُمَّةً ثُمَّ ٱقْضُوٓا۟ إِلَىَّ وَلَا تُنظِرُونِ
فَإِن تَوَلَّيْتُمْ فَمَا سَأَلْتُكُم مِّنْ أَجْرٍۖ إِنْ أَجْرِىَ إِلَّا عَلَى ٱللَّهِۖ وَأُمِرْتُ أَنْ أَكُونَ مِنَ ٱلْمُسْلِمِينَ
Islaamummaan Amantaa Ibraahiim (As) ittiin dhufe
Al-Baqaraa 2:127
وَإِذْ يَرْفَعُ إِبْرَٰهِۦمُ ٱلْقَوَاعِدَ مِنَ ٱلْبَيْتِ وَإِسْمَٰعِيلُ رَبَّنَا تَقَبَّلْ مِنَّآۖ إِنَّكَ أَنتَ ٱلسَّمِيعُ ٱلْعَلِيمُ
رَبَّنَا وَٱجْعَلْنَا مُسْلِمَيْنِ لَكَ وَمِن ذُرِّيَّتِنَآ أُمَّةً مُّسْلِمَةً لَّكَ وَأَرِنَا مَنَاسِكَنَا وَتُبْ عَلَيْنَآۖ إِنَّكَ أَنتَ ٱلتَّوَّابُ ٱلرَّحِيمُ
"Gooftaa keenya! Nu lamaanuu Siif ajajamtoota nu taasisi; sanyii keenya irraas ummata Siif ajajamtoota (taasisi)‘Manaasika’ keenyas (sirnoota hajjiifi umraah irratti raawwachuu qabnus) nutti agarsiisiTawbaa keenyas nurraa qeebali Dhugumatti, Ati Situ akkaan tawbaa qeebalaa, akkaan rahmata godhaadha.
Al-Baqaraa 2:129
رَبَّنَا وَٱبْعَثْ فِيهِمْ رَسُولًا مِّنْهُمْ يَتْلُوا۟ عَلَيْهِمْ ءَايَٰتِكَ وَيُعَلِّمُهُمُ ٱلْكِتَٰبَ وَٱلْحِكْمَةَ وَيُزَكِّيهِمْۚ إِنَّكَ أَنتَ ٱلْعَزِيزُ ٱلْحَكِيمُ
وَمَن يَرْغَبُ عَن مِّلَّةِ إِبْرَٰهِۦمَ إِلَّا مَن سَفِهَ نَفْسَهُۥۚ وَلَقَدِ ٱصْطَفَيْنَٰهُ فِى ٱلدُّنْيَاۖ وَإِنَّهُۥ فِى ٱلْءَاخِرَةِ لَمِنَ ٱلصَّٰلِحِينَ
Al-Baqaraa 2:131
إِذْ قَالَ لَهُۥ رَبُّهُۥٓ أَسْلِمْۖ قَالَ أَسْلَمْتُ لِرَبِّ ٱلْعَٰلَمِينَ
Keewwattoota dabrsine kanniin irraa ammoo Wanti hubannu Rabbiin Nabi Ibraahiimiin akka Muslima ta'uuf "أسلم" Aslim" (Islaamayi/Muslima ta'i/naa jala butami) jennaanin Ibraahiim (As) ammoo "أسلمت" Aslamtu" Islaamaye jechuun akka deebise hubanna Nabi Ibraahiim of qofaaf Islaamaye hin dhiifne Ilmaan isaatifi akka Islaamummaan jiraatan dhaamefi jira
Obboleessa Keessan
Jamaal Kadiir
@Jemal89
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata godhaa ta'eetin
Islaamummaan Amantaa Nuuh (As) ittiin dhufe
Yunus 10:71
وَٱتْلُ عَلَيْهِمْ نَبَأَ نُوحٍ إِذْ قَالَ لِقَوْمِهِۦ يَٰقَوْمِ إِن كَانَ كَبُرَ عَلَيْكُم مَّقَامِى وَتَذْكِيرِى بِـَٔايَٰتِ ٱللَّهِ فَعَلَى ٱللَّهِ تَوَكَّلْتُ فَأَجْمِعُوٓا۟ أَمْرَكُمْ وَشُرَكَآءَكُمْ ثُمَّ لَا يَكُنْ أَمْرُكُمْ عَلَيْكُمْ غُمَّةً ثُمَّ ٱقْضُوٓا۟ إِلَىَّ وَلَا تُنظِرُونِ
Oduu Nuuh isaan irratti dubbisi Yeroo inni ummata isaatiin “yaa ummata kiyya! Yoo (isin waliin) turuun kiyyaafi keeyyattoota Rabbiitiin (isin) yaadachiisuun kiyya isinitti guddate, ani Rabbi irratti hirkadhee, tooftaa keessaniifi isaan Rabbii waliin gabbartani walitti qabadhaa; ergasii dharti keessan isin irraa dhokataa hin ta’in; ergasii yeroo naaf hin kenninaatii narratti raawwadhaa”jedhe.
Yuunus 10:72
فَإِن تَوَلَّيْتُمْ فَمَا سَأَلْتُكُم مِّنْ أَجْرٍۖ إِنْ أَجْرِىَ إِلَّا عَلَى ٱللَّهِۖ وَأُمِرْتُ أَنْ أَكُونَ مِنَ ٱلْمُسْلِمِينَ
“Yoo gara galtan, mindaa homaatuu isin hin gaafadhu Mindaan kiyya Rabbi irratti malee hin taane Ani Muslimtoota irraa ta’uuttiin ajajame.”
Keewwanni armaan olii Kun Nabi Nuuh (As) Muslima akka turan nuuf mirkaneessa
Islaamummaan Amantaa Ibraahiim (As) ittiin dhufe
Al-Baqaraa 2:127
وَإِذْ يَرْفَعُ إِبْرَٰهِۦمُ ٱلْقَوَاعِدَ مِنَ ٱلْبَيْتِ وَإِسْمَٰعِيلُ رَبَّنَا تَقَبَّلْ مِنَّآۖ إِنَّكَ أَنتَ ٱلسَّمِيعُ ٱلْعَلِيمُ
Yeroo Ibraahiimiifi Ismaa’iil "Yaa Rabbi Ati dhagahaa beekaa dhaa! nurraa qeebali" jedhaa; bu’uura manaa (Ka’abaa) ol fuudhan (ummataaf himi).
Al-Baqaraa 2:128
رَبَّنَا وَٱجْعَلْنَا مُسْلِمَيْنِ لَكَ وَمِن ذُرِّيَّتِنَآ أُمَّةً مُّسْلِمَةً لَّكَ وَأَرِنَا مَنَاسِكَنَا وَتُبْ عَلَيْنَآۖ إِنَّكَ أَنتَ ٱلتَّوَّابُ ٱلرَّحِيمُ
"Gooftaa keenya! Nu lamaanuu Siif ajajamtoota nu taasisi; sanyii keenya irraas ummata Siif ajajamtoota (taasisi)‘Manaasika’ keenyas (sirnoota hajjiifi umraah irratti raawwachuu qabnus) nutti agarsiisiTawbaa keenyas nurraa qeebali Dhugumatti, Ati Situ akkaan tawbaa qeebalaa, akkaan rahmata godhaadha.
Al-Baqaraa 2:129
رَبَّنَا وَٱبْعَثْ فِيهِمْ رَسُولًا مِّنْهُمْ يَتْلُوا۟ عَلَيْهِمْ ءَايَٰتِكَ وَيُعَلِّمُهُمُ ٱلْكِتَٰبَ وَٱلْحِكْمَةَ وَيُزَكِّيهِمْۚ إِنَّكَ أَنتَ ٱلْعَزِيزُ ٱلْحَكِيمُ
Gooftaa keenya! Ergamaa isaan irraa ta’e kan keeyyattoota kee isaan irratti qara’u, kan kitaabaafi ogummaa isaan barsiisee isaanis qulqulleessu isaan keessatti ergi Dhugumatti, Ati Situ akkaan injifataa, ogeessa."
Al-Baqaraa 2:130
وَمَن يَرْغَبُ عَن مِّلَّةِ إِبْرَٰهِۦمَ إِلَّا مَن سَفِهَ نَفْسَهُۥۚ وَلَقَدِ ٱصْطَفَيْنَٰهُ فِى ٱلدُّنْيَاۖ وَإِنَّهُۥ فِى ٱلْءَاخِرَةِ لَمِنَ ٱلصَّٰلِحِينَ
Sila nama lubbuu isaa gowwoomse malee namni amantii Ibraahiim irraa gara galu ni jiraa? addunyaa keessattis isa filannee jirra; dhugumatti, inni Aakhiraa keessattis warra gaggaarii irraayyi.
Al-Baqaraa 2:131
إِذْ قَالَ لَهُۥ رَبُّهُۥٓ أَسْلِمْۖ قَالَ أَسْلَمْتُ لِرَبِّ ٱلْعَٰلَمِينَ
Yeroo Gooftaan isaa "(Rabbiin jala) butami" isaan jennaan, [Inni] "Gooftaa aalamaa jala butameera" jedhe [yaadadhu].
Al-Baqaraa 2:132
وَوَصَّىٰ بِهَآ إِبْرَٰهِۦمُ بَنِيهِ وَيَعْقُوبُ يَٰبَنِىَّ إِنَّ ٱللَّهَ ٱصْطَفَىٰ لَكُمُ ٱلدِّينَ فَلَا تَمُوتُنَّ إِلَّا وَأَنتُم مُّسْلِمُونَ
Ibraahiim ilmaan isaatiif ishee (Islaamummaa) dhaamee ture; Ya’aquubiis (sanuma dhaame); "Yaa ilmaan kiyya! Dhugumatti, Rabbiin amantii isiniif filee jiraa Muslimoota taatanii malee hin du’inaa" (jedhe).
Keewwattoota dabrsine kanniin irraa ammoo Wanti hubannu Rabbiin Nabi Ibraahiimiin akka Muslima ta'uuf "أسلم" Aslim" (Islaamayi/Muslima ta'i/naa jala butami) jennaanin Ibraahiim (As) ammoo "أسلمت" Aslamtu" Islaamaye jechuun akka deebise hubanna Nabi Ibraahiim of qofaaf Islaamaye hin dhiifne Ilmaan isaatifi akka Islaamummaan jiraatan dhaamefi jira
Obboleessa Keessan
Jamaal Kadiir
@Jemal89
Islaamummaa Amantaa Yaa'aquub (As) ittiin dhufe
Obboleessa Keessan
Jamaal Kadiir
@Jemal89
Al-Baqaraa 2:133
أَمْ كُنتُمْ شُهَدَآءَ إِذْ حَضَرَ يَعْقُوبَ ٱلْمَوْتُ إِذْ قَالَ لِبَنِيهِ مَا تَعْبُدُونَ مِنۢ بَعْدِى قَالُوا۟ نَعْبُدُ إِلَٰهَكَ وَإِلَٰهَ ءَابَآئِكَ إِبْرَٰهِۦمَ وَإِسْمَٰعِيلَ وَإِسْحَٰقَ إِلَٰهًا وَٰحِدًا وَنَحْنُ لَهُۥ مُسْلِمُونَ
Sila yeroo Ya’aquubitti
duuti dhufnaan ilmaan isaatiin "ana booda maal gabbartu?" jedhu isin bira jirtumoo? Isaanis ni jedhan: "Nuti Gooftaa kee, Gooftaa abboota kee Ibraahiim, Ismaa’iiliifi Isihaaq gabbaramaa tokkicha kan ta’e gabbarra Nuti Isaaf ajajamtoota (Muslimoota)."
Cuunfaa
▪️Nabi Nuuh, Nabi Ibraahiim, ilmaan Nabi Ibraahiim, akkasumas Nabi Ya'aquubiifi ilmaan isaanii muslimoota akka turan keewwattoonni Qur'aanaa dabrsine ni mirkaneessa
▪️Kanaafuu Islaamummaan Amantaa Jalqabaati malee Amataa Haarawa Jaarraa 7ffaa eegaltee miti
Itti fufa......
Obboleessa Keessan
Jamaal Kadiir
@Jemal89
عيد مبارك!
كل عام وأنتم بخير
تقبلﷲ منا ومنكم صالح الأعمال
IID MUBARAK Taqabalallaahu minnaa waminkum saalihal A'amaal

እኔም አፋር ነኝ!
★★★★★★★
መረጃውን ተደራሽ እናድርግ ሼር!
**************
የኢትዮጵያ ካስማ፣ የሀገሩ ዘብ፣ የአንድነት አርማ የሆነው ኩሩ ህዝብ ደስታውና መከራው ደስታዬና መከራዬ ነው።
በአፋር በተከሰተው የጎርፍ አደጋ በ10ሺዎች የሚቆጠር ህዝብ ከቤት ንብረቱ ተፈናቅሏል። አርብቶ አደር ለሆነው ማህበረሰብ አለኝታው የሆኑት የቀንድ ከብቶቻቸውና ግመሎቻቸው አልቀዋል። ጉዳቱ ለወራት ሊቀጥል እንደሚችል በተገመተው አደጋ መድረሻ ያጡ ወገኖቻችን ለረሃብ ተጋልጠዋል።
ጉዳታቸው የሁላችንም ጉዳት ነውና ሆ ብለን በጋራ "እኔም አፋር ነኝ" ስንል ከጎናቸው እንቆም ዘንድ ጥሪያችንን እናስተላልፋለን።
ስለ አፋር ያገባኛል ዝም አንልም ካሉ
*******************
በዓይነት በአዲስ አበባ ደረጃ ፍልውሃ ቶፊቅ መስጅድ ምግብ ነክ፣አልባሳት፣የንፅህና መጠበቂያ እና ቁሳቁስ ይዘውልን ይምጡ
ምርጫዎ በገንዘብ ማገዝ ከሆነ በነጃሺ የበጎ አድራጎት አካውንት ብቻ ገቢ ያድርጉ!
የአካውንት ስም:— ነጃሺ የበጎ አድራጎት ድርጅት
ኢትዮጵያ ንግድ ባንክ:— 1000338053235
ዳሽን ባንክ:— 0281188889011
ለበለጠ መረጃ :—
0911229537 ዲኑ አሊ
0911728626 አዱኛው ሙጬ
0944118008 ኤልያስ ከድር

Barsiisota sharrii
Lallabdoota dharaa
Warra dhugaan mormu
Bitamtoota garaa
Falmitoota dhugaa
Deeggartoota dharaa
Gubbaan badhaadhina
Keesson saa kasaaraa
Ni eebbisa seeta inni ni Abaara
Siif kenna fakkaatus inni si saamaara
Arrabni saa damma
Bofa summii du'aa
Daabboo beelan baafne
Faayan qabne bu'aa
Qiyaaman hin geenne
Inni du'en kaane
Erga Awwaalamee Awwaala hin baane
Isa jiruddu'ee yaada du'aa baata
Naaf waliin du'aadhaf nuttillee warwaata
Nuti osoo jirru yaada du'aan dhaallu
Shakkii tokkon qabnu akka sirra caallu
Siifi Reeffa keellee nu akka Awwaallu

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
﷽
إِنَّ اللَّهَ وَمَلائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى
النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا
عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا ﷺ

Al-Baqaraa 2:45
وَٱسْتَعِينُوا۟ بِٱلصَّبْرِ وَٱلصَّلَوٰةِۚ وَإِنَّهَا لَكَبِيرَةٌ إِلَّا عَلَى ٱلْخَٰشِعِينَ
Obsaafi salaataan gargaarsa barbaadaa Dhugumatti, isheen warra [Rabbiin] sodaatan irratti malee ulfaattuudha.
Yoon Salaanne
Yoo Rabbin sodaanne
Jiruun badhaadhami
Dhuugnef Nyaannee
Obsi obsi Jabeessi sujuudaa
Rabbiin Toltuu sii fiduu hedaa
✍
Join @Jemal89

Obboleessa keessan
Jamaal Kadiir
Join @Jemal89