Telegram Web Link
Yaa Rabbi ngyaa fi rahmata hangana hij jedhamne Jaalallee keerratti buusi.
الهم صل وسلم على نبينا
Dhiheenya kana Ahmedin Jebel-አሕመዲን ጀበል Waa'ee "Durummaa" irraa deddeebisee dubbachuu jalqabe.

Sanirraa namuu yaada isaa fufurgisuu itti fufuun arge. Anis akkuma namayyuu namoota sagantaa san qajeellotti hordofaa jirurraayi.

Wannin an hubadhe warri Ustaaz Ahmedin akka dogoggore dubbatu baay'een isaanii Warra mata duree qofa dubbise natti fakkaata😒

Ustaaza Rabbiin Umrii Nuuf haa dheeressu

https://www.facebook.com/100013256774086/posts/pfbid032PSPbBtTtVjwEmjjR3sD32Ea6k1Ju9Ng8gFkV7Y6mTkeKXdoZ1HjT6LfiNBeNCKnl/?app=fbl
Har'a Jawar Mohammed Kitaaba bara 2023 keessa dubbisaa baherra hanga tokko maxxansee ture.

Ergaa guddaan achi keessatti cunfame yoo jiraatehaa dubbisnuudha. Roorroon gama dubbisuutiin nurratti galte haa irratti duulluudha.

Bara 2024 kitaabota dubbisuu qabnu haa qopheeffannuu, hamma dandeenyu haa shaakalluu.

Dhaloota #Iqraa tahuu hojiin haa mul'isnuu
#ShareThisPost

https://www.facebook.com/100013256774086/posts/pfbid033pYjLet4DQxbFrtbn82PwCP5rES1r5YMek3hTrtifchYc64EFoSVWeKeh3rkfeNNl/?app=fbl
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
It is time to say goodbye for unnecessary things
Torbee kana guutuu viidiyoo tiktok gubbaa Sheekha rogeessa da'awaa, hayyuu fi gooticha Sheekh Khaalid Ar-Raashid Mana hidhaa keessatti aakhirame jettuutu naannawaa ture.

Wanni san hangan hubadhuu je'eetuman itti eegaa ture. Kaleessa madda amanamtuurraa akka Sheekhni kheenyaa fayyaa qabanii fi lubbuun jiran adda baafadheetiin jira.

Oduu sheekkotii jiruun ajjeesanii komentii fi Sad emoji itti heddummeeffatan tahuun bare.

Warri akka kiyyatti bitaa isinitti galaa turte akka hin yaaddoyneefin isiniif maxxanse.

#Share_Waliif_Godhaa
https://www.facebook.com/100013256774086/posts/pfbid0vYZh8ebs9MVuC53GbHbzSA2BDW3orjskK4bgW64ZdUY5Wj993bEEV9MSJxDKzPUkl/
Wabii jaalalaa fi tasgabbii!

Onnee qulqulluun olummaa fi milkaa'ina khee ganamaa fi galgala hawwitu, osoo dallansiiftellee hammeenya khee arguu tan ishii yaachiftu, gammachuun tee tan ishii gammachiiftu, gaddi khee khan ishii gaddisiiftu deessuu tee, harmee tee, maamii tee malee hin jirtu.

Yaa ilma namaa Onnee takkittii san madeessuurraa if eegi. Warra haadhaa fi Abbaan kheenya Irraa gammadan nu haa godhu 🤲
الحمد لله على نعمة الإسلام
More than 11000 thausend is children😥
Innaa lillaahi wa innaa ileyhi Raajiuun. Yaa Rabbi Warra ollaa Nabii (saw) qubaturraa taasisi😥
Yaa Abbaa Tuulee Naamusaa fi Ibaadaa sirra barreen hogguu si yaadanna.
Fakkeenyummaan akkana !!

Zabana dargaggessi akka kiyyaa barnootarraa gara galee maalaa yaعnii fi waanuma isa hin fayyanneen yeroo isaa gubu Shekh Jamaal Baddeysaa AbuuRaafii 'n ammas beekkumsa isaanii irratti beekkumsa dabalatanii fakkeenyummaa hojiin nutti agarsiisan.

Sheekha keenya baga gammaddan 🎉
Fakkeenya gaarii nuuf taatan.
Anis nin barreessa, yeroonis ni barreessiti. Garuu bifti barreeffama kheenyaa wal dhabdi.

Ani qalama gurraachaanin waraqaa adii irratti barreessa garuu Yeroon ammoo Qalama adiin sammuu gurraattii keessatti barreessiti 😥
Jireenya kana itti gammadi. Alhamdulillaah warri jireenyuma kanaahuu hin argatin meeqaantami? 🙏 #Hamdak
2024/06/16 14:54:20
Back to Top
HTML Embed Code: