GAT Exam Schedule (Nehassie 2016) To be posted.xlsx
52.4 KB
Jimma University GAT Exam Schedule (Nehassie 2016)
Ergaa Baga Gammaddanii
Yuunivarsiitii Jimmaarraa
Qaammee 5/2016
Yuunivarsitii Jimmaa
*******
Bararttota keenya , Hawaasa Mana Barumsa Addaa Yuunivarsiitii Jimmaa , Maatii barattootaa fi ummata keenya hundi baga gammaddan baga Gammanne!
Barattootni Mana barumsa Addaa Yuunivarsiitii Jimmaa qabxii qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa %98 qabxii darbinsaa argataniiru. Irra deebiin baga gammanne baga gammaddan!
Yuunivarsiitii Jimmaa

የ‘እንኳን ደስ አላችሁ’መልዕክት!
ጅማ ዩኒቨርሲቲ፣
ጳጉሜ 5/2016ዓ ም
********
ዉድ የጅማ ዩኒቨርሲቲ ልዩ የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ቤት ተማሪዎች፣የተማሪ ቤተሰቦች እንዲሁም የዩኒቨርሲቲያችን ማህበረሰብ በሙሉ እንኳን ደስ አላችሁ!እንኳን ደስ አለን!
ጅማ ዩኒቨርሲቲ ባቋቋመው ልዩ የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ቤት የተማሩ ተማሪዎች ዘጠና ስምንት በመቶ (98%) የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተናን አለፉ፡፡
ፈተናውን ላለፉ ተማሪዎች፣ቤተሰቦችና የዩኒቨርሲቲያችን ማህበረሰብ በሙሉ በድጋሚ እንኳን ደስ አላችሁ!
ጅማ ዩኒቨርሲቲ

Godina Kontaatti pirojektiiwwan sadii ijaaramanii tajaajilaaf dabarfamanii kennaman.
Yuunivarsiitii Jimmaa
Onkololeessa 5, 2017
*******
Yuunivarsiitii Jimmaa, Damee Ammayyaatti barattoonni digirii lammaffaa kollejjii Biizinasii fi Ikonomiksii fi gareen barattoota Sagantaa Leenjii Barumsa Qonnaa fi Bineeldotaa sagantaa DTTP tiin pirojektoonni sadii ijaaramuun eebbifamanii tajaajila kennuu eegalan.
Lammiiwwan sababa sigiga lafaatiin mana jireenyaa isaaniirra buqqa'anii yeroo ammaa Ganda Cakkaa Boochaa keessa qubatanii jiraniif Pirojektiin Bishaan Dhugaatii Qulqulluu, manni fincaanii waliiniitii fi ijaarsi bishaan boonoo kan hojjetame yootahu, magaalaa Ammayyaatti lammiiwwan deggersa barbaadaniif sheediin ijaaramee eebbifamuun hawaasaaf dabarfameera.
Sagantaa wal harkaa fuudhinsaa irratti Kantiibaan Bulchiisa Magaalaa Ammayyaa Obbo Taammiraat Caannaaloo "Yuunivarsitiin Jimmaa bulchiinsa zoonii keenyaa wajjin waliigaluudhaan hojii baruu fi barsiisuu babal'isuudhaan rakkoowwan hawaasa naannoo furuuf hojii inni hojjechaa jiruuf galateeffataniiru.
Keessumaa, pirojektiiwwan barattootaan hojjetaman fakkeenya gaarii ta'uusaanii ibsanii hojiiwwan rakkoolee hawaasichaa atattamaan furuu dandeessisan cimanii akka itti fufanis gaafataniiru.
Namoota carraa kanatti fayyadamoo ta'an keessaa Aadde Taaddalech Mokonnoniifi barsiisaa Tasfaahuun Sababoo yaada kennaniin itti fufiinsa pirijektichaa mirkaneessuuf abbummaadhaan eeguuf kutannoo akka qaban dubbataniiru.
Hawaasa Keessa Jirra!
Facebook: https://www.facebook.com/JimmaUniv/
Twitter: https://twitter.com/JimmaUniv
Telegram: https://www.tg-me.com/JimmaUniversityOfficial
LinkedIn: https://www.linkedin.com/school/jimma-university/
YouTube: https://www.youtube.com/@JimmaUniversityOfficia
E-mail: [email protected]

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
በኮንታ ዞን ከ6 መቶ ሺህ ብር በላይ ወጪ የወጣባቸው 3 ፕሮጀክቶች ተገንብተው ለህብረተሰቡ ተላለፉ፡፡
ጅማ ዩኒቨርሲቲ፡
ጥቅምት 5/2017 ዓ.ም
*******
በጅማ ዩኒቨርሲቲ አመያ ቅርንጫፍ የቢዝነስና እና ኢኮኖሚክስ እንዲሁም የግብርናና እንሰሳት የትምህርት ዘርፍ ድህረ-ምረቃ ተማሪዎች ልማት ቡድን ስልጠና ፕሮግራም (DTTP) በጋራ የተሰሩ ሶስት ፕሮጄክቶች ተመርቀዉ ለአገልግሎት ክፍት ሆኑ፡፡ .
ከተሰሩት ፕሮጄክቶች መካከል፤ በገንጂ ገነት ቀበሌ የንፁህ መጠጥ ውሃ ግንባታ፤ ከመኖሪያ ቤታቸዉ በመሬት ናዳ ምክንያት ተፈናቅለዉ በአሁኑ ግዜ በጨካ ቦቻ ቀበሌ ለሰፈሩት ዜጎች የጋራ መጸዳጃ ቤት እና የውሃ ቦኖ ግንባታ እንዲሁም በአመያ ከተማ ድጋፍ ለሚሹ ወገኖች የሼድ ግንባታ ተመርቆ ለህብረተሰቡ ተላልፏል፡፡
በርክብክቡ ወቅት የአመያ ከተማ አስተዳደር ከንቲባ ተወካይ የሆኑት አቶ ታምራት ጫናለሁ፤ ጅማ ዩኒቨርሲቲ ከዞን መንግስት ጋር በመተባበር የመማር ማስተማር ተግባሩን በማስፋፋት የአካባቢዉን ማህበረሰብ ችግሮች ለመቅረፍ እያደረገ ላለዉ ተግባር አመስግነዋል፡፡
በተለይ፤በተማሪዎች የተሰሩ ፕሮጀክቶች ተምሳሌት የሚሆኑ መሆናቸውን በመግለፅ የህብረተሰብ አንገብጋቢ ችግሮችን ለመፍታት የሚያስችሉ መሰል ስራዎች ተጠናክረው እንድቀጥሉም ጠይቀዋል።
የዕድሉ ተጠቃሚ ከሆኑ መካከል ወ/ሮ ታደለች መኮንን እና መምህር ተስፋሁን ሰበቦ በሰጡት አስተያየት የተሰሩ ፕሮጄክቶችን ቀጣይነት ለማረጋገጥ በባለቤትነት ለመጠበቅ ቁርጠኛ መሆናቸዉን ተናግረዋል፡.
በማህበረሰብ ዉስጥ ነን!

Forwarded from Hayalneh Haile
የጅማ ዩኒቨርሲቲ ሲስኮ ኔትዎርኪንግ አካደሚ (Cisco Networking Academy) በ 2017 ዓ.ም የአንደኛ ዙር ሥልጠና በሚከተሉት 10 ዘርፎች ብቃት ባላቸዉ መምህራን ለማሰልጠን ዝግጅት አጠናቆ ይጠብቃችኋል።
NETWORKING & CYBERSECURITY:
1. CCNA Routing & Switching (4000 ብር በ2 ዙር)
2. CCNA Security (3000 ብር በ1 ዙር)
3. CCNA Cyber Operations (3000 ብር በ1 ዙር)
INFORMATION TECH. ESSENTIALS:
4. IT Essentials (2000 ብር በ1 ዙር)
5. Basic Computers (1500ብር በ1 ዙር)
SOFTWARE & APPS DEVELOPMENT:
6. Python Programming (2000 ብር በ1 ዙር)
7. Web Development (2000 ብር በ1 ዙር)
8. Business Apps (Peachtree) (2000 ብር በ1 ዙር)
CREATIVE SKILLS DEVELOPMENT:
9. Photo & Video Editing (2000 ብር በ1 ዙር)
10. Graphics Design (2000 ብር በ1 ዙር)
ስልጠናዉን ለመከታተል የምትፈልጉ ተማሪዎች ከ ጥቅምት 13 እስከ ጥቅምት 30/ 2017 ዓ.ም ድረስ ዘወትር በስራ ሰዓት በአካዳሚዉ ቢሮ በመገኘት መመዝገብ የምትችሉ መሆኑን እንገልፃለን፡፡
ጥቅምት ትምህርት የምንጀምር መሆናችንን እናሳዉቃለን፡፡
የመመዝገቢያ ቦታ አድራሻ
• ዋናዉ ግቢ ሶሻል ላይብረሪ ጀርባ ህንፃ 1ኛ ፎቅ
• ኪቶ ግቢ ዊንግ 8 ህንፃ 4ኛ ፎቅ ቢሮ ቁጥር 8304
• ግብርና ግቢ ICT ቢሮ
ትምህርቱ የሚሰጥበት ቦታ
• ዋናዉ ግቢ
• ኪቶ ካምፓስ
• ግብርና ካምፓስ
ለበለጠ መረጃ
0471112025 (JU NetAcad) ይደዉሉ።

Gosa Leenjii Neetwoorkiingifi Nageenya saayibariitiin (NETWORKING & CYBERSECURITY training )
1. CCNA Routing & Switching (Marsaa lamaaf qarshii 4000).
2. CCNA Security (Marsaa tokkoof qarshii 3000)
3. CCNA Cyber Operations (Marsaa tokkoof qarshii 3000) .
Gosa leenjii odeeffannoo Teeknooloojiitiin (INFORMATION TECH. ESSENTIALS training )
4. IT Essentials (Marsaa tokkoof qarshii 2000)
5. Basic Computer Skill (marsaa tokkoof qarshii 1500) .
Gosa leenjii Sooftiweeriifi Applikeeshinii Misoomsuu (SOFTWARE & APPS DEVELOPMENT Training )
6. Python Programming (Marsaa tokkoof qarshii 2000) .
7. Web Development training (Marsaa tokkoof qarshii 2000) .
8. Peachtree (Marsaa tokkoof qarshii 2000)
Gosa Leenjii Ogummaa Kalaqaa (CREATIVE SKILLS DEVELOPMENT Training)
9. Photo & Video Editing (Marsaa tokkoof qarshii 2000)
10. Graphics Design (Marsaa tokkoof qarshii 2000)
Barattoonni leenjii kana irratti hirmaachuu barbaaddan sa’aatii hojii Onkoloolessa 13 hanga Waxabajjii 30, 2017tti waajjira akaadaamii keessatti galmaa’uu akka dandeessan isin beeksisna.
Leenjiin Waxabajjii keessa akka jalqabu beeksifna.
Bakka galmee dabalataa
• Mooraa guddaa ( Behind Social Science library)
• Mooraa Teeknooloojii (Wing 8 4th floor office number 8304)
• Mooraa qonnaa (ICT office )
Bakka barumsi itti kennamu
• Mooraa Guddicha
• Mooraa Teeknooloojii
• Mooraa qonnaa
Odeeffannoo dabalataaf
0471112025 (JU NetAcad) irratti bilbilaa.

Yuunivarsiitii Jimmaatti akkaadaamiin Neetwoorkii Cisco (Cisco Networking Academy) leenjii marsaa jalqabaa bara 2017 barsiisota gahumsa qabaniin gosoota leenjii adda addaa 10 armaan gadiitii caqafamaniin leenjifamtoota simaatee leenjisuuf qophii xumuree isin eegaa jira.