Telegram Web Link
Aaga dhaga'aa! Dhaga'aa dhageessisaa. Akkaadaamiin Taatummaa Abbaa Lataa Taatoowwaan ciccimoo Aartii Oromoof Oomishuu isaa itti fufeera. Barsiisota Beekumsaa fi Dandeetti qabaniin barattoota isaa qaree hojiitti kan bobbaasu Akkaadaamiin keenya, Ammas marsaa sadaffaan barattoota idilee qofa simatee barsiisuuf qophii isaa xumureera. Maarree namootni dandeettii fi fedhii Taatummaa qabdan dhuftanii akka galmooftan kabajaan isin beeksisna.

Guyyaan galmee Hagayya 28 hanga Fulbaana 10 bara 2017tti.

Teessoon keenya Finfinnee, Araat Kiiloo (Daalattii) Hooteela Tuurist duuba Gamoo Riift Valley Darbee 4ffaa irra
Lakk. Bilbilaa 0964877777

Akkaadaamii Taatummaa Abbaa Lataa
Galma Kalaqaafi Dandeettii
Follow us on
Telegram:- https://www.tg-me.com/AbbaaLataaActing
Facebook:- https://www.facebook.com/profile.php?id=61550890903742
Instagram:- https://www.instagram.com/aba_lata_acting_academy_?igsh=a21ucGJpbmYwdTJr
YouTube:- https://youtu.be/3XTzS7pTIEA?si=9yQBAKxvJHH7jhw6
Forwarded from Walaloon Jaalala
USDT ni bitna

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Walaloo_bot
Forwarded from Walaloon Jaalala
Walaloowwan Ajaa'ibaan TikTiko irratti jaalatamummaa guddaa kan argate Abbaan Kitaaba Qooxii Haftee Baqqalaa karaa YouTube isaa waan haaraa nuuf fidee dhufaa jira. Subscribe gochaa screenshot isaa nuuf ergaa

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://youtube.com/@hafte123?si=Ag9Yjqv6u7WMjw5W
Forwarded from Walaloon Jaalala via @Kaachuuyebot
Chaanaaalaa fi Garee Teeleegiraamii join gochuun qofa USDT 0.5 hojjadhaa. Hiriyoota affeeruun ammoo USDT 0.2 salphaatti sassaabbachuun wallet keessan irraan baafachuu dandeessu. Jalqabuuf geessituu gadii makami yookaan Join jettu cuqaasuun itti fayyadamaa.
Forwarded from Walaloon Jaalala
🌐 Welcome to Oromia Wisdom Network(OWN)                                                   

πŸ”₯ Jireenya kee jijjiruufi humneessuuf ogummaa, kaka’umsaa fi beekumsa guyyaa guyyaa barbaaddaa?                                                                                                         

➑️ Wantoota channel kanarraa argattan:


πŸ“šYaadota bilchina qaban kitabolee gurguddaa irraa fudhataman.

πŸ‘¨β€πŸ’»Odeeffannoo hojii online bilisaan hojjetaman.

πŸ’«βš‘Gorsoota kaka'umsa namatti horanfi Akkaataa itti positive mindset qabaannu

𝚿🧠Dhugaawwan xiin-sammuu(Psychology facts)

🌎 Beekumsa waliigalaa fi

✍️  🀷 Dhuqaawwan dinqisiisoo A/oromoo fi English'n isiiniif qooda. 



πŸ‘¨β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦ Join godha, hiriyyoota keessaniif share godhaa.                                                             
Click here and Join πŸ‘‡                 
https://www.tg-me.com/+cHmwcqOcMOZkZTI0
Xiqqaatus baayyatus airdrop irraa qarshii hojjachaa jiraachuun keenya beekamaadha. Kanneen akka Notcoin, Avacoin, Dogs, Rockeyrabbit, Hamster irraa qarshii hojjanneerra. Ammammoo warreen abdii gurguddaa qaban kanneen siniif dhiyeessineerra Yaalaa

1. Moon Bix By Binance
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/Binance_Moonbix_bot/start?startApp=ref_356935815&startapp=ref_356935815&utm_medium=web_share_copy

2. Not Pixel by Notcoin
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/notpixel/app?startapp=f356935815

3. pocketFi
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/pocketfi_bot/Mining?startapp=356935815

4. Coub
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/coub/app?startapp=coub__marker_22382983

5. Bird
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/BIRDTonBot/app?startapp=356935815

6. Okx racer
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/OKX_official_bot/OKX_Racer?startapp=linkCode_147250887

7. Free Dog
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/theFreeDogs_bot/app?startapp=ref_RhC74jYT

8. Game
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/gamee/start?startapp=ref_356935815

9. Roolz
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/ROoLZQuest_bot/GODLIKE?startapp=page_eq_chapter__referrerCode_eq_YT65XM6BG

10. Cats & Dogs
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/catsdogs_game_bot/join?startapp=356935815
Gatiin Hamster haala hamaan gadi bu'aa jira. List kan 0.0132 dhaan yemmuu ta'u amma gatiin isaa 0.009 tti gadi bu'eera. Namootni gara USDT tti jijjiirrattanii gurgurachuu barbaaddan @Walaloo_bot irratti nu dubbisa.

@Kaachuupromotion
Lammiileen 'Hamster Kombat' taphacha turani gatii gurgurtaa isaatti mufatan.

Ji'ootaaf taphni kiriptoo tireendi ture erga gurgurtaafi gabaatti ba'ee booda lammiilee Itoophiyaa dabalatee kan biyyoota biroo hedduu dallansuu keessa galcheera.

Ji’oota shaniif badhaasa argachuuf walitti fufiinsaan erga taphatanii booda, fayyadamtoonni kaffaltii guddaa
eegaa turan baay'ee rifataniiru.

Namoonni hedduun waadaa Hamster kombat galaa turee irraa ka'uun miliyeenara ta’uuf abjootaa turan.

Haa ta'u malee, dhumarratti Kamisa kaleessa badhaasa maallaqaa xiqqaa tahe 'Hamster kombat' maamiltoota isaafi gadii lakkiseera.

Kaffaltiin hanga ammaatti kaffalamu harki caalaan doolaara 1 hanga 4 qofa akka tahe Punch Gaazexaa jedhamu Katabee jira.

Lammiileen biyyoota hedduus Waltajjiiwwan Miidiyaa hawasummaa adda addaatti bahuun aarii isaanii ibsuun, 'Hamster Coin' nu dogoggorseera jechuun yaada isaanii ibsachaa jiru.

@Kaachuupromotion
Namootni Telegram wallet irraas ta'u Ton Space irraa USDT qabdan Gatii bareedaadha ni bitna. USDT 5 irraa kaasnee ni bitna. Baayyinni isaa ammuma dabalaa deemu gatiin isaas dabalaa deema. Bot gadiin nu qunnamaa.

@Walaloo_bot
πŸͺ™USDT

πŸͺ™NOT COIN

🐹HAMSTER

🀩Dogs

Gurguruu kan barbaaddan hundumaaf


➑️🎲 @Walaloo_bot
Forwarded from Walaloon Jaalala
🌐 Welcome to Oromia Wisdom Network(OWN)                                                   

πŸ”₯ Jireenya kee jijjiruufi humneessuuf ogummaa, kaka’umsaa fi beekumsa guyyaa guyyaa barbaaddaa?                                                                                                         

➑️ Wantoota channel kanarraa argattan:


πŸ“šYaadota bilchina qaban kitabolee gurguddaa irraa fudhataman.

πŸ‘¨β€πŸ’»Odeeffannoo hojii online bilisaan hojjetaman.

πŸ’«βš‘Gorsoota kaka'umsa namatti horanfi Akkaataa itti positive mindset qabaannu

𝚿🧠Dhugaawwan xiin-sammuu(Psychology facts)

🌎 Beekumsa waliigalaa fi

✍️  🀷 Dhuqaawwan dinqisiisoo A/oromoo fi English'n isiiniif qooda. 



πŸ‘¨β€πŸ‘©β€πŸ‘§β€πŸ‘¦ Join godha, hiriyyoota keessaniif share godhaa.                                                             
Click here and Join πŸ‘‡                 
https://www.tg-me.com/+cHmwcqOcMOZkZTI0
Namootni Airdrop X hojjattan baga gammaddan list ta'ee jira. Namoonni gurgurachuu barbaaddan @Walaloo_bot irratti nu qunnamuuu dandeessu
Kaachuu Promotion
Photo
DeepFake AI beektuu? Mee gaaffiiwwan argaan gadii caqasaa.

1. Osoo nama jaalattan yookan ofii keessan video Jibbisiisaa wayii, kanneen akka p*rnography fi kkf keessatti argitanii maal gootu?
2. Osoo yakka isin hin hojjenne tokkorratti himatni isinirratti banamee, garuu ragaa Video osoo isin yakka hojjettanii isinitti dhiyeessanii, ofii keessan osoo yakka hojjechaa jirtanii of agartanii maal gootu?
3. Osoo isin waan akkasii hin raawwatiin ragaa sagalee keessanii osoo isin waan yakka ta’e dubbattanii isinitti fidanii seeratti isin dhiyeesanii maal gootu?
4. Osoo firri keessan kan kanaan dura boqotee jiru video call isiniif bilbilee sagalee isaatiin akkuma waan lubbuun jiruutti isinitti dubbatee maal gootuu?

Gaaffiiwwan armaan oliitti kaafne kunneen fakkeenya ta'u jenneetu malee wantootni kanaan olitti rakkisoo ta'an yeroo ammaa kanatti karaa salphaa ta'een raawwachuu danda'u. Babal'insa Artificial Intelligence hordofee 'DeepFake Artificial Intelligence' kan jedhamu viidiyoowwan sobaa, sagalee sobaa fi suuraa sobaa fakkeessee hojjechuun kan beekamu addunyaa keenya weeraraa jira. Bara 2017 irraa kaasee qorannoo guddaarra kan jiru yoo ta'u, karaa moodeloota AI kan akka "GAN - Generative Adversarial Network" leenjifamee, waanta qabatamaa hin taane qabatamaa fakkeessee hojjechuu danda'ee jira.

Moodeloonni akkanaa hojiiwwan gaggaarii akka hojjetaniif itti yaadamanii yoo kalaqamaniyyuu yeroo ammaa kana garuu hojiiwwan gaggaarii hin taaneef osoo oolaa jiranii yoo argaman addunyaa keenyaaf sodaa guddaa ta'anii jiru.

Moodeloonni kunneen kan hojjetan suuraawwan, viidiyoowwanii fi sagaleewwan nuti social media garaagaraa irratti maxxansinuu fudhatanii leenjisuudhaan fuula keenya fakeessanii, sagalee keenya fakeessanii, bifa viidiyootti jijjiiruunii fi kkf gochuun dhiyeessuu danda'u. Fakkeenyaaf: DeepFake fayyadamuun video Film beekamaa ta'e keessa ofii keenya galchinee akka waan fiilmicha keessatti hirmaanneetti sagalee mataa keenyaatiin osoo haasofnuu mul'isuu dandeenya.

1. "Yeroo wayii bilbila tokkotu itti gaafatamtuu herreegaa fi faayinaansii dhaabbata guddaa ta'e tokkoof bilbilama. Itti gaafatamtuun kutaa herreegaa fi faayinaansii sunis bilbila yoo kaaftu, sagalee abbaa qabeenyaa dhaabbata sanaa ta'uusaa adda baafattee nagaa gaafatti. Abbaan qabeenyaa sunis nagaa erga gaafateen booda, 'Ani amma qaamaan fageenyarra waanan jiruufi bittaa hatattamaa waan raawwachuu qabnuuf Account ani amma sitti ergurratti maallaqa doolaara miliyoona tokko transfer godhi' jedheenii bilbilasaa cufatee account jedhe ergaaf. Itti gaafatamtuun herreegaa sunis sagaleen isheen dhageesse kan abbaa qabeenyaa dhaabbatichaa ta'uusaarraan kan ka'e shakkii tokko malee ajajamtee waan jedhameen raawwatte. Haa ta'u malee daqiiqaa muraasaan booda ergaan gabaabaa maalaqa bahee abbaa qabeenyaa sanaaf yeroo galu, itti gaafatamtuu sanatti bilbilee 'maalaqni isin baasii gootan maali?' jedhaan. Isheenis maalaqa ati bilbilaan na ajajjedha jettin. Innis akka ajaja akkanaa hin raawwanne yeroo himuuf, isheen immoo sagaleesaa waraabdee akka turte himtiif. Boodarra hattoota DeepFake AI fayyadamanii isaan saaman ta'uusaa adda baafatan". Egaa taatee sana keessatti 'DeepFake AI based Voice Cloning' waan jedhamutti fayyadamanii sagalee namicha sanaa fakkeessuun waan namni biraa dubartittii faana haasawaa jiru, gara sagalee abbaa qabeenyaa sanaatti jijjiiruun (Instant Voice cloning) yakka saamichaa raawwataniiru.

Egaa taateewwan kana fakkaatan yeroo ammaa kana baay'ee babal'achaa jiru. Teeknooloojiiwwan kunneen hojiiwwan gaggaarii hojjechuu kanneen akka Roobootii leenjisuu, moodeloota sosochii taasisan ijaaruu, fuula namoota yakka hojjetanii adda baasuu, konkolaattota yakka hojjetanii miliqan adda baasuu fi hojiiwwan kumaatamaan lakkaa'aman hojjechuu keessatti gahee olaanaa qabaatanillee akkasumas bu'aan hammeenya isaaniis hammana kan hin jedhamnedha.
Kaachuu Promotion
Photo
MAAL GOCHUU QABNAREE?
-------------------------
Teeknooloojii kana jalaa miliqnee jiraachuun ulfaataa ta'ullee, taateewwan shakkisiisoo akka armaan olii kana keessatti osoo waan jedhamne hin raawwatin dura xiyyeeffannoodhaan wantoota mirkaneeffachuu qabnu mirkaneeffachuu qabna. Fakeenyaaf: Dubartiin armaan oliitti maallaqa guddaa kana hattootaaf laatte, osoo maallaqa sana hin ergiin dura osoo dursitee abbaa qabeenyaa sanaaf bilbila isaarratti bilbiltee yookaan email gooteefii mirkaneeffattee gaarii ture. Gama Viidiyootiin yoo ilaalle, Viidiyoowwan karaa DeepFake hojjetaman kunneen xiyyeeffannoon yoo ilaalaman libsannaan ija isaanii kan uumamaarraan adda; yookaan tasuma hin libsatan yookaan immoo turtii yeroo dheeraa booda libsatu, kan nama sirrii waliin yeroo madaalamu garaagarummaa qaba jechuudha.

Gaaffii: Yeroo account keessan kanneen Cryptocurrency ittiin daldaltan - Fkn: #Binance, (Yoo muuxannoo hojii akkasii qabaattan jechuudha) verify goosiftan maalif, "afaan bani, cufadhu", "Ijakee libsadhu", "Mataa kee oliif gadi raasi", "Mataakee bitaa fi mirgatti raasi" isiniin jedhuu? Isaan kunneen hundi karaa ittiin account DeepFake fayyadamee Robot'dhaan baname ittiin ittisanidha. Malli kunis "Liveness Check" jedhama. "Akka nama lubbuun jiru ta'e adda baafachuu" jechuudha. Egaa nutis viidiyoowwan haqummaan isaanii nu shakkisiisu karaa kanaa adda baafachuu dandeenya jechuudha. Sagalee yoo ta'e immoo, tooniin sagalee DeepFake Ai'n hojjetamee "Electronics tone" waan qabuufi jechoota gidduutti gap walqixa ta'e uumaa waan dubbataniifi baay'ee FORMAl kan ta'e ta'uusaarraan adda baafachuu dandeenya.

Egaa waa'een addunyaa AI fi Bad AI osoo haasawamee hin dhumu, barruu biraa fi video waa'ee kanaa barsiisu qabannee deebi'uu dandeenya. Ammanatti yaadni kun yoo sisinitti tole namoota jaallattaniif share godhaa. Isinis barruuwwan akkasii argachuuf nu quunnamaa.

Bayissa, 2024
@Kaachuupromotion
Odeeffannoo Teeknooloojiin wal qabate irratti Afaan Oromoon yeroo yerootti argachuu yoo barbaaddan iddoo sirriin kunooti

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://www.tg-me.com/BayissaaTech
Bitget Wallet lite irraa qarshii hojjadhaa.

https://www.tg-me.com/BitgetWallet_TGBot/BGW?startapp=sharetask-SPNMEjXyoKrPfac
πŸŽβ“ You’re invited to unlock a mystery gift! β“πŸŽ

First 1,000,000 only! Clicking this link guarantees your qualification.

First come, first served, do not wait!

Join me on Bitget Wallet Lite now!
⏰Namoonni baay'een airdrop kana akka qoosaatti ilaalaa jirtu. Airdrop'chi ida'ama Notcoin, dogs fi hamster ti.

⏰Ammas taanaan namoonni hin eegalin yoo jiraattaniif link armaan gadii kana tuquun eegaluu dandeessu.

πŸ”— https://www.tg-me.com/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=77xLZECw
Paws

Airdrop ajaa'ibaa Waan notcoin, Hamster, dogs hojjattaniif qofa qabxii siniif laatu kana akka of hin dabarsine

https://www.tg-me.com/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=77xLZECw
LFG!
PAWS is the new top dog! 🐾
2025/10/18 16:00:30
Back to Top
HTML Embed Code: