Telegram Web Link
Hunduu darbee har'a ga'uu keenyatti haa gammannu. Akkam jirtu ?
Labata maxx. 10ffaan sirriitti mi'aa isaa eeggatee dalagame. Har'a galgala isin bira ga'a.
Labata Maxx. 10ffaa.pdf
1.1 MB
Barruu Labata maxxansa 10ffaa
Labata Magazine 10th Edition

Adoolessa 9, 2021
https://www.tg-me.com/labatamagazine
Labata Afaan Oromoo Digital magazine 10th Edition is online☝️
Og-barruu Saba guddaa Gaanfa Afrikaa; Saba Oromoo keessatti ga'ee isaa taphachuuf hojjeta!👌
Labata Magazine
Monthly Afaan Oromoo Digital Magazine
10th Edition

Bulchaa Abdii
Ga'umsa nam-tolchee/Artificial Intelligence/
/Kutaa 1ffaa/

Dubbisuuf madda gaarii filadhaa. Dubbisni soora madala sammuuti.
https://www.tg-me.com/labatamagazine
[ AARTII OROMOO FI ERGAA ISAA ]
Aartiin waan hunda saba tokkooti. Afaan saba ukkaamfameeti. Uummanni tokko jira kan jedhamu yoo aartii mataa isaa qabaatedha. Itti dhiyaadhaa! Labata Magazine (Afaan Oromoo Digital Magazine) Maxxansa 10ffaa
T.me/labatamagazine
Beekumsi isin bira jiru nama biraa qajeelchuu danda'a. Galteen barruu labataa barreessitootaa fi dubbistoota hojii kanarratti hirmaatan irraayi. Maxxansa 11ffaa irratti qooda fudhaa.
Labatni mudannoo kaleessaa kuusaa; mil'uu boriin ammoo ribuu dhalootaa walitti hidha.
Maxxansa 11ffaa irratti qooda fuudhaa!
www.tg-me.com/labatamagazine
Labata Afaan Oromoo Digital Magazine
T.me/labatamagazine
Dalian University of Technology CSC Scholarship 2022 in China

🌂University: Dalian University of Technology
🌂Degree level: Master’s, PhD
🌂Scholarship coverage: Fully Funded
🌂Eligible nationality: International
🌂Award country: China
🌂Last Date: 31 March 2022

👉Apply Link: https://bit.ly/3qil2xA

---//----
Follow Us on👇

📌Telegram:- https://www.tg-me.com/labatamagazine
yaanni koo dheeraadha
utuu naaf milkaa'ee
wantiin ani yaaduus
yoo bakka naaf ga'ee.....
http://www.tg-me.com/labatamagazine
Jabaa gita hin qabne
Goota garaa hin hirre
Isa utuu jedhee
Gaabbiin of hin cirre

Ejjannoof kaayyoon kee
Daandii haqaaf cicha
Faanni gootummaa kee
Kitila biqilcha

https://www.tg-me.com/labatamagazine
Nageenyi keenya isin haa ga'u. Ji'ootaaf hojii keenya addaan kutuu keenyaaf nu oofkalchaa.
Maxxansa 11ffaa har'a galgala ni argattu.
Labata Maxx. 11ffaa.pdf
6.6 MB
Labata Afaan Oromoo Digital Magazine. 11th Edition
November 30, 2021
https://www.tg-me.com/labatamagazine
Dubbisuuf madda gaarii filadhaa. Dubbisni soora madala sammuuti. Yaada keessan nuuf qoodaa. Galatoomaa! 👆👆
2025/07/02 00:33:39
Back to Top
HTML Embed Code: