T shirt
High quality
Design. Printing. Advertising
For any kind of art work & much more contact us.
+251902165878
@ellangraphics

Forwarded from ❤የልብ ቋንቋ❤
💁♂️ #DILBII!
Waan haaraa qabannee dhufneerra! Mee akkamitti simattuu? Dubbisuuf qophooftanii?🤗
Barruu barattoota Kiristiyaanaa Yuunivarsiitii (FOUCS) #Diillaan kan qophaa'e #Barruun_DILBII qabiyyee hedduu ofkeessatti qabatee; yeroo dhiyootti isin bira ni gaha.
#Dubbisuun_barreessuun_itti_fufa.....
#DILBII_MAGAZINE_COMING_SOON!
#FOCUS_DIILLAA
#BARRUU_DILBII
#ELLAN_GRAPHICS
#DIOS_ENGINEERING
Join
°📚
°• °•. @abdiidhiigakoo.•°
°📚
°• °•. @abdiidhiigakoo.•°
°📚
°• °•. @abdiidhiigakoo.•°
Join
°📖
°• °•. @barruudilbii.•°

#KENNAA
Luwis Armstrong ijoollummaa isaatti mana muusiiqaa seenee barate. Guyyaa tokkos dhaggeeffattoota isaa duratti akkanni faaruu dhageesuuf iskeeliiwwan muuziqaa isaaf kennaman. Innis iskeeliiwwan muuziqaa lama qofaan sirbe. Boodarra wanti muuziqeessaa si jechisiisu hin jiru ittiin jedhame. Sagantaa muuziqaa keessaas nii haqame. Sababa kanaafis luwis baayyee gaddee hin boo'e. Booda hiriyoota isaan garuu akkana jedhe "Muuziqaan keessa koo jira isaan isa keessa koo na keessaa baasuu hin danda'an" jedhe. Suuta suutas muuziqeessitoota jaazii keessaa warra haalaan jaallatamoo ta'an keessaa isa tokko ta'e. Innis muuziqoota hedduu waraabee namoota muuziiqaadhaan baayyee beekamoo ta'an caalaatti gurguratee. Seenaa muuziqaa keessattis bara baraan yaadatama.
Luwis namoota yeroo sanatti dadhabina isaan hamilee isaa cabsaniif bakka kennee irbaata kufaatii ta'e osoo hin taanee yeroof itti dhaga'amee dadhabina isaatti gaddus garuu kennaa ishee keessa isaa jirtuuf bakka olaanaa waan kenneef abdiifi kutannoon hojiisaa itti fufee bakka olaanaa ga'e. Kanaafin kennaa keetiif bakka kenni siin jedhe.
Namoota haala keetiin, jireenya keetiin, qabeenyaa keetiin, dhaba keetiin, bifa keetiin, ulaagaa jireenya keetiin, si madaalanii humna kee dadhabsiisuuf yaalaniif osoo hin taanee kennaa kee isa ibsaa garaa irraa si taasisee bakka hundatti si ibsu, isa eenyuummaa kee Isa dhugaadhaam si golgu, isa kafana hin taane tarsaasee sirraa mancaasuuf bakka kenni. Yeroos kabaja siif malu maqaa siif malu beekamtii siif malu gonfattee bara baraan yaadatama jiraatta. Kanaafuu kennee kee bakka hin dhowwatin kunuunsitee guddisuuf abdii hin kutatin. Kennaa keef yoomillee, eessattillee bakka kenniif innis bakka siif kennaa.
© Isaayyaas Ittafaa
🔖ʜᴀʀ'ᴀ ǫᴀʟʙɪɪɴ ᴊɪʀᴀᴀᴄʜᴀᴀ; ʙᴏʀɪɪғ ʏᴀᴀᴅᴀᴀɴ ǫᴏᴘʜᴏᴏғɴᴀ !
@labatamagazine

⚖️ Har'a qalbiin jiraachaa; Boriif yaadaan qophoofna !
Og-barruu Saba guddaa gaanfa Afrikaa; Saba Oromoo keessatti ga'ee isaa taphachuuf hojjeta!
️Irratti hirmaachuu kan feetan barruu filatamaa ta'een qooda fudhaa.

ɪғᴀ ᴊɪʀᴇᴇɴʏᴀᴋᴏᴏ💡
Nama keessaa-alatti yaaduuf qabxileen jiraachuu isaaf sababa ta'an waan inni fudhatu miti waan inni kennudha.
Baay'een keenya waan ta'uu qabnu beekna; akkamitti gaaffii jedhuuf yoo jireenyaan leenjifamne malee kan hojjechuun nuuf ta'u beekuun qofti kitaaba qajeelfama sirrii qabate malee jireenya sirriitti jiraatame waan bakka hin buuneef leenjifamuun dirqama.
Maalumaafuu, hojii Waaqni Siin ilmaan namootaaf hojjechuu jaallatetti abdii hin kutiin malee jireenyikee Ifa ilmaan namootaa ni ta'a.
"ʏᴏᴏ ᴀᴛɪ ᴏғɪɪғ ʜɪɴ ᴛᴀᴀɴᴇ; ᴇᴇɴʏᴜ ᴀᴋᴋᴀ ʏᴀᴀᴅᴅᴜ sɪɪғ ᴛᴀ'ᴀ, ᴊɪʀᴀᴀᴄʜᴜᴜɴ ᴋᴇᴇ ɴᴀᴍᴏᴏᴛᴀ ʙɪʀᴏᴏғ ʏᴏᴏɴ ᴛᴀᴀɴᴇ ʙᴜ'ᴀ-ǫᴀʙᴇᴇssᴜᴍᴍᴀᴀɴ ᴋᴇ ᴍᴀᴀʟɪ" ?
Jecha Jeneraalli waraanaa dubbate tokko na dhiba !
"Waraanatti osoo hin galiin dura of-ittisaa akkamiin diina rukutuu akka dandeenyu sirriitti karoorsina. Erga waraanatti seennee garuu karoorri keenyaaf waanti nu mudatu wal hin fakkaatu, karoorri baafne homaa akka nun fayyadne argina. Yeroo utuu hin gubiin karoora haaraa dhugaa keessa jirru fakkaatuun lola itti fufna" jedhe.
Jireenya keenyaanis wantoota arguuf karoorsine caalaa taatewwan haaraa hin eegamne argineerra.
Karoora haaraa baasuufis hamilee hin dhabne. Jireenyi Ifa ilmaan namootaa ta’uuf uumame haalota jala dhokachuun waanuma hin tolle !
Leenjifamnee ol jennee jiraachuun murtoo irra hin deebi'amne !

#KITAABA ASOOSAMAA #DHIIGA_KOO MAXXANSI 2FFAAN KUNOOTI!
Kitaaba Asoosamaa ''DHIIGAKOO!''
Eeyyee! Namoonni baayyeen akka kitaaba kana hinarganne sirriittin beeka. Waggaa Afur(4) dura ture kitaabni kun #copy muraasni isaa kan maxxansifamee magaalaa Naqamteetti haala ulfaataa keessatti eebbifame. Haata'u malee, #copy baayyee muraasa waan ta'eef namoota hedduu bira, bakka hedduuttis osoo hin raabsamiin gabaarraa dhume. Yeroo sana namoonni kitaaba kana argatanii dubbisan yaadaafi qeeqa akkasumas gorsa naaf laachaa turan ammallee irra deebi'ee galateeffachuun barbaada.
Maarreegaa! Jaallattoota ogbarruu Oromoo ammas kunoo, kitaaba asoosamaa ''DHIIGAKOO!'' namoota hedduu bira waan hingeenyeef gulaallii 2ffaa isaa maxxansiisuun dirqama natti ta'e. Waan hedduu fooyyessee, gulaala 2ffaa isaa yeroo dhiyootti isin bira gaha.
Ulfaadhaa!
#Barreessuuf_dubbisuun_itti fufa.
✍️ Abdii Margaa

Forwarded from Labata Magazine (Ella)
Labata maxx. 13ffaa.pdf
2.4 MB
Labata Magazine
Maxxansa 13ffaa
Monthly Afaan Oromoo Digital Magazine 13th Edition.
@labatamagazine
@labatamagazine
Maxxansa 13ffaa
Monthly Afaan Oromoo Digital Magazine 13th Edition.
@labatamagazine
@labatamagazine
Siidaan Artiist Alii Birraa eebbifame.
Waxabajji 25/2023 Finfinnee
Siidaan Dooktara Kabajaa Artiist Alii Birraa eebbifame.
Siidaan Artiistichaa Magaala Finfinnee Kutaa Magaala Nifas Silki Laftoo Naanawa Haayilee Gaarmantitti bakka Kantiibaan Bulchiinaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee, ministiroonnii fi aanga'ootni Olaanoo Federaalaa fi magaalattii argamanitti eebbifameera.
Siidaasaarratti ergaan:
“Rabbi moo namumaa
Kan seera jallisee?
Haati teenya takkaa
Maaltu addaan nu baasee?” jedhu ni argama.
Odeeffannoowwan dabalataa kanneen biroo argachuuf👇
@Labatamagazine

TRAINING PROGRAM
BRIDGE INTERNATIONAL COLLAGE
Short Term Course On Web Development and Graphic Design
"Elevate your skills, Ignite your imagination, Invest in your Future: Dive into summer Coding and Graphics Training program"
Register Now
Duration: Two months
Location: Burayu, beside of the City Administration
For more contact us:
+251937742636
+251921179292