#Oduu_Gammachiisaa๐Ÿ˜
Fayyadamtoota #Hulepay hundaaf๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
โœHulepay galmee  eegaleera๐Ÿค™๐Ÿค™๐Ÿค™๐Ÿค™
โœ Hordoftoota keenya Hulepay.com amma banaadha #maallaqa argachuu ammuma eegalaaโœ
โœ๏ธ#Hub๐Ÿ‘ŒRabbittin siniif kakadha kijiba miti 100%dhugaadha jiatti 1000-120000 ittiin hojjachuu dandeessu๐Ÿ‘Œ.
โœ Galmeef step gadii kinoo laali๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
1โƒฃHulepay seentani #Registration kan jedhu gubbaa harka mirgaa kan jiru tuqxu.
2โƒฃ Form sasalphaa inni sin gaafatu guuttu
3โƒฃ (KYC) Kan jedhamu nageenya account keef dhaabbatichaaf waan barbaachisuuf #mattaawqiyaa gandaa keessan keessaf duuba isaa suuraa kaasuun itti guutaa
4โƒฃVIP filachuun jalqabduu
Jechuudhaโœ๏ธ
โœ…๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ€
โœ๏ธโœ๏ธLinkii kanaan seenaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.hulepay.com?reference=rahimudin
https://www.hulepay.com?reference=rahimudin
https://www.hulepay.com?reference=rahimudin
๐Ž๐ƒ๐”๐” ๐†๐€๐Œ๐Œ๐€๐‚๐‡๐ˆ๐ˆ๐’๐€๐€!!

๐€๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ƒ๐ฎ๐ซ๐š  ๐‘๐š๐ค๐ค๐จ๐จ ๐“๐ž๐ค๐ง๐จ๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ข๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐‡๐ž๐๐๐ฎ๐ฎ ๐‘๐š๐ค๐ค๐š๐ญ๐ญ๐ž๐ž ๐๐ข ๐๐ž๐ž๐ค๐ญ๐š๐šโ‰๏ธ

๐‘น๐’‚๐’Œ๐’Œ๐’๐’๐’ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚ ๐‘ญ๐’–๐’“๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’‡ ๐‘จ๐’‡๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ถ๐’“๐’๐’Ž๐’๐’๐’•๐’Š๐’Š๐’ ๐‘ฐ๐’”๐’Š๐’ ๐‘ป๐’‚๐’‹๐’‚๐’‚๐’‹๐’Š๐’๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’‡ ๐‘ธ๐’๐’‘๐’‰๐’๐’๐’‡๐’๐’†๐’† ๐‘ซ๐’‰๐’–๐’‡๐’๐’†๐’† ๐‘ฑ๐’Š๐’“๐’“๐’‚๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’‡๐’–๐’– ๐‘ฑ๐’๐’Š๐’ ๐‘ฎ๐’๐’„๐’‰๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ต๐’– ๐‘ฏ๐’๐’“๐’…๐’๐’‡๐’‚๐’‚

โœ… ๐Ž๐๐ž๐ž๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐“๐ž๐ค๐ง๐จ๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐‡๐š๐š๐ซ๐š๐š ๐Ÿ๐ข๐ข ๐€๐ค๐ค๐š๐š๐ญ๐š๐š ๐ˆ๐ญ๐ญ๐ข ๐…๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐๐š๐ฆ๐š ๐ˆ๐ฌ๐š๐š ๐€๐ซ๐ ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐‡๐จ๐ซ๐๐จ๐Ÿ๐š๐š!!!

Ads: ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/+OTqtpj3yby1lYzU0
https://www.tg-me.com/+0puaGJwLzLgyY2U8
Dubbiilee Hayyoota Addunyaa 16:
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
1. "Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu, kanneen itti fayyadaman beektota qofa. "
โ€” (Thomas Takias)

2. "Sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu kaโ€™i!"
โ€” (Jecha warra Ingilizii)

3. "Ifa arguuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama."
โ€” (Wiiliyaam Sheekispir)

4. "Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun guyyaa harโ€™aa balleessuudha."
โ€” (Maaksim Troobey)

5. "Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu ceephoo jalaa bahuu hin dandeessu."
โ€” (William Shekispir)

6. "Addunyaa kana jechi ibsu hin jiru."
โ€” (Jecha warra Morookoo)

7. "Nama carraa qabu galaanatti yoo darbatteyyuu qurxummii afaanitti qabatee baha."
โ€” (Jecha warra Arabaa)

8. "Namni suuta deemu dafee bakka yaade gaha."
โ€” (Jecha warra Chaayinaa)

9. "Daandii bakka yaadde si geessitu utuu hin beekiin adeemsa hin jalqabiin!"
โ€” (Jecha warra Ingilizii)

10. "Namni waan hundumaa hawwu nama guddaadha. Namni waan argachuu dandaโ€™u qofaa hawwu immoo nama ogeessadha."
โ€” (Jecha warra Aayilaandii)

11. "Namni dogoggora isaa mulโ€™isee himatu akka nama kosii manaa haruuti."
โ€” (Maataammaa Gaandii)

12. "Nama tokko dogoggora isaa irraa deebisuun hojii guddaadha."
โ€” (Abrahan Liinkan)

13. "Namoonni hammuma gammachuuf of qopheessan gammadu."
โ€” (Abraham Liinkan)

14. "Namoota biroodhaaf hin yaadnu yoo taane, wanta namaaf gochuufii dandeenyu yoo dhiifne burqaa gammachuu tokko Akka gogsine beekuu qabna."
โ€” (Rey Liiman Wiilber)

15. "Gammachuu fi shittoon walfakkaatu. Utuu namootaaf biifanii ofiis urgeeffatu."
โ€” (Maaliif Waaltoo Imarsan)

16. "Maallaqni:
โˆš Nyaata malee fedhii nyaataa hin bitu!
โˆš  Qoricha malee fayyaa hin bitu!
โˆš Hordoftoota malee hiriyaa hin bitu!
โˆš Hojjettoota malee Amanamtoota hin bitu."
โ€” (Heenriik
Ibsan)
Garri deemtu akka si harkaa hin badne,bakka irraa kaate yaadachaa sochoโ€™i.

ila
Biyya ufiiti jechuun,kutaa lafaatii mitii beeki,ummata ufiiti jechuun garee waliigaltee qabnuun jechuu mitii beeki,beekkumsa jechuun harcoo kararraa funaanne jechuu mitii beeki.

Jaaloo
Biyyaaf jiraachuu keessa,duโ€™atu jiraa hubadhu,namaaf jiraachuu keessa,tuffatamutu jiraa daawwadhu,ija ufii namaa kennanii,akka ijji namaa hin dhaamne gochuu dandahuun carroomuudhaa,obsaan imala kee xumuri.

Obbolaa
Waan irratti kaadhimamte jaalladhu,waan Rabbi sitti laaffise hojjadhu,waan Rabbiifi namaaf tolu laallachaa raawwadhu.

Namana
Ulfaatini hojii keetii xinnoon,ulfaatina dubbii keetii caalaa beeki.

Hey
โ€œActions Speak Louder than Wordsโ€ jedhan jarri keenna.
DUBBIIN JABAATTEE DAMMAQI ๐Ÿซต

JERRI OFIIFUU WAAN ITTI AMANAN HIN BEEKNE RAAJII FIDANโ€ผ๏ธ

Mana Barnootaa mootummaa keessatti barattoonni Muslimaa amantaa jijjiirsifamaa jiru
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Mana Barnootaa mootummaa keessatti barattoonni Muslimaa amantaa jijjiirsifamaa jiru

Spider Media :  Shawwaal 29/1445
Mana Barnootaa Bultii Addaa Beddellee Keessatti Kitaabni Amantaa Islaamaa Arrabsuufi Barattoota Muslimaa Amantaa jijjiirsisuuf qophaa'e barsiifamaa jira

Biiroo Barnootaa naannoo Oromiyaa jalatti kan bulu Mana Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa Beddellee keessatti barattoota muslimaa amantaa jijjiirsisuuf shirri qinda'aan gaggeeffamaa jiraachuu maddeen Spider Media tti himaniiru.

Sanadni fuula 32 qabu kan barattoota amantaa Piroteestaantii hordofaniifi barsiisota mana barnooticha amanticha hordofan dabalatee qaamolee iccitii duuba jiraniin bifa qinda'aa ta'een qophaa'e addatti barattoota muslimaatiif raabsamaas jira.

Spider Media n sanada isa qaqqabe kana irratti qorannoo gaggeesseen sanadichi amantaa Islaamaa kan arrabsu, kabaja Ergamaa Rabbii (s.a.w.) kan xiqqeessu, walumaagalatti islaamaafi muslima irratti ololaafi yakka maqa balleessaa kan afarsu, jibba kan lallabu ta'uu mirkaneeffateera.

Sanadni barreeffama boqonnaalee garaa garaatti qoodaman hammateefi fuula 32 qabu kun ragaa tokkoon maleetti yakka maqa baleessaa Islaama irratti raawwateera.

Gama kaaniin ammoo barruun kun macaafa qulqulluu kan lallabuufi barattoonni sanadichiraabsameef (barattoonni muslimaa) amantaa Islaamaa dhiisanii kiristiyaana akka ta'an irra deddeebiin kan affeeru ta'uu Spider mirkaneeffateera.

Biyyi keenya sekulaarizimii kan hordoftu ta'ullee Biiroo Barnootaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa jalatti kan bulu Mana Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad.2ffaa Beddellee keessatti ifatti duulli barattoota muslimaa islaamummaa irraa deebisuu gaggeeffamaa jira.

Manneen Barnootaa 'Bultii Addaa' barattoonni ciccomoon qabxii gaarii galmeessan filatamanii dorgommmii erga gaggeessanii booda kan seenan mana barnootaa dhaloota jajjaboo biyyaaf oomishaan abdiin irra jiruudha.

Manni maree dhimmoota Islaamummaa Godina Buunnoo Beddellee, majlisa Naannoo Oromiyaafi kan Federaalaa waliin ta'uun tiksaa olaanaa mana barnootichaa Waajira Barnootaa Naannoo Oromiyaafi qaamolee dhimmi ilaallatu biroo waliin ta'uun rakkoo kana hatattaaamaan yoo hin furre egereen barattoota manneen barnootaa Bultii Addaa yaaddessaa ta'uu barattoonni Mana Barnootaa Bultii Addaa Beddellee Spider Media tti
Himaniiruu.


Namni Muslimaa
Kitaaba San namni dubbisuu barbaaddan keessaan na qunnamaa @Rafiqul_Islaam
๐ŸงถChaanaalota   Akkamii  barbaadduuโ“
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa

๐ŸงถแˆแŠ• แŠ แ‹ญแŠแ‰ต แ‰ปแŠ“แˆ แ‹ญแˆแˆแŒ‹แˆ‰โ“
แŠจแ‰ณแ‰ฝ แ‹จแ‰ฐแˆ˜แˆจแŒกแ‰ตแŠ• แ‰ปแŠ“แˆŽแ‰ฝ แ‹ญแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰

       ๐“๐ก๐ข๐ฌ ๐ˆ๐ฌ ๐‡๐จ๐ฉ๐ž ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐ข๐จ๐ง
         ๐€๐๐ฏ๐ž๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐  ๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ
          ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ//๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ
       ---------------

๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ//๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ 10๐Š+
๐…๐ซ๐ž๐ž ๐–๐š๐ฏ๐ž๐ซ @Rafiqul_Islaam
๐Ž๐ƒ๐”๐” ๐†๐€๐Œ๐Œ๐€๐‚๐‡๐ˆ๐ˆ๐’๐€๐€

๐‘ช๐’‰๐’‚๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’๐’๐’•๐’‚ ๐‘จ๐’‡๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ถ๐’“๐’๐’Ž๐’๐’๐’•๐’Š๐’Š๐’ ๐‘ฉ๐’‚๐’“๐’”๐’Š๐’Š๐’”๐’๐’๐’‡๐’Š๐’Š ๐‘ฉ๐’‚๐’”๐’‰๐’‚๐’๐’๐’‚๐’๐’”๐’Š๐’Š๐’”๐’๐’ ๐‘ป๐’‚'๐’‚๐’ ๐‘ฐ๐’”๐’Š๐’๐’Š๐’Š๐’‡ ๐‘ธ๐’‚๐’ƒ๐’‚๐’๐’๐’†๐’† ๐‘ซ๐’‰๐’–๐’‡๐’๐’†๐’†๐’“๐’“๐’‚๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’‡๐’–๐’– ๐‘ช๐’‰๐’‚๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’๐’๐’•๐’‚ ๐‘จ๐’‡๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ถ๐’“๐’๐’Ž๐’๐’๐’•๐’Š๐’Š๐’ ๐‘ฉ๐’‚๐’“๐’”๐’Š๐’Š๐’”๐’‚๐’ ๐‘ฐ๐’”๐’Š๐’๐’Š๐’Š๐’‡ ๐‘ธ๐’‚๐’ƒ๐’‚๐’๐’๐’†๐’† ๐‘ซ๐’‰๐’–๐’‡๐’๐’†๐’†๐’“๐’“๐’‚๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’‡๐’–๐’– ๐‘ฑ๐’๐’Š๐’ ๐‘ฎ๐’๐’…๐’‰๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ต๐’– ๐‘ฏ๐’๐’“๐’…๐’๐’‡๐’‚๐’‚.

๐‡๐ฎ๐›๐š๐œ๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐š: ๐‘ช๐’‰๐’‚๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’๐’Š๐’Š ๐‘จ๐’‡๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ถ๐’“๐’๐’Ž๐’๐’ ๐‘ป๐’‚'๐’‚๐’ 3๐‘ฒ ๐’‡๐’Š ๐‘ฐ๐’”๐’‚๐’‚ ๐‘พ๐’๐’๐’Š๐’Š๐’ ๐‘ฒ๐’‚๐’ ๐‘ฏ๐’๐’‹๐’‹๐’‚๐’๐’๐’– ๐‘ป๐’‚'๐’‚๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’‡๐’–๐’– ๐‘ต๐’‚๐’Ž๐’๐’Š ๐‘ต๐’–๐’•๐’•๐’Š ๐‘ซ๐’‚๐’ƒ๐’‚๐’๐’‚๐’Ž๐’–๐’– ๐‘ญ๐’†๐’†๐’•๐’‚๐’ ๐‘จ๐’”๐’Š๐’Š๐’ ๐‘ต๐’– ๐‘ธ๐’–๐’๐’๐’‚๐’Ž๐’‚๐’‚

๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐€๐Ÿ๐š๐š๐ง ๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐จ๐Ÿ๐š 3๐Š+
๐…๐ซ๐ž๐ž ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐ž๐ซ: @Rafiiqul_Islaam2
#Oduu_Gammachiisaa๐Ÿ˜
Fayyadamtoota #Hulepay hundaaf๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
โœHulepay galmee  eegaleera๐Ÿค™๐Ÿค™๐Ÿค™๐Ÿค™
โœ Hordoftoota keenya #Hulepay amma banaadha #maallaqa argachuu ammuma eegalaaโœ
โœ๏ธ#Hub๐Ÿ‘ŒRabbittin siniif kakadha kijiba miti 100%dhugaadha jiatti 1000-120000 ittiin hojjachuu dandeessu๐Ÿ‘Œ.
โœ Galmeef step gadii kinoo laali๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
1โƒฃHulepay seentani #Registration kan jedhu gubbaa harka mirgaa kan jiru tuqxu.
2โƒฃ Form sasalphaa inni sin gaafatu guuttu
3โƒฃ (KYC) Kan jedhamu nageenya account keef dhaabbatichaaf waan barbaachisuuf #mattaawqiyaa gandaa keessan keessaf duuba isaa suuraa kaasuun itti guutaa
4โƒฃVIP filachuun jalqabduu
Jechuudhaโœ๏ธ
โœ…๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ€
โœ๏ธโœ๏ธLinkii kanaan seenaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.hulepay.com?reference=rahimudin
https://www.hulepay.com?reference=rahimudin
https://www.hulepay.com?reference=rahimudin
๐Ž๐ƒ๐”๐” ๐†๐€๐Œ๐Œ๐€๐‚๐‡๐ˆ๐ˆ๐’๐€๐€!!

๐€๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ƒ๐ฎ๐ซ๐š  ๐‘๐š๐ค๐ค๐จ๐จ ๐“๐ž๐ค๐ง๐จ๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ข๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐‡๐ž๐๐๐ฎ๐ฎ ๐‘๐š๐ค๐ค๐š๐ญ๐ญ๐ž๐ž ๐๐ข ๐๐ž๐ž๐ค๐ญ๐š๐šโ‰๏ธ

๐‘น๐’‚๐’Œ๐’Œ๐’๐’๐’ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚ ๐‘ญ๐’–๐’“๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’‡ ๐‘จ๐’‡๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ถ๐’“๐’๐’Ž๐’๐’๐’•๐’Š๐’Š๐’ ๐‘ฐ๐’”๐’Š๐’ ๐‘ป๐’‚๐’‹๐’‚๐’‚๐’‹๐’Š๐’๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’‡ ๐‘ธ๐’๐’‘๐’‰๐’๐’๐’‡๐’๐’†๐’† ๐‘ซ๐’‰๐’–๐’‡๐’๐’†๐’† ๐‘ฑ๐’Š๐’“๐’“๐’‚๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’‡๐’–๐’– ๐‘ฑ๐’๐’Š๐’ ๐‘ฎ๐’๐’„๐’‰๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ต๐’– ๐‘ฏ๐’๐’“๐’…๐’๐’‡๐’‚๐’‚

โœ… ๐Ž๐๐ž๐ž๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐“๐ž๐ค๐ง๐จ๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐‡๐š๐š๐ซ๐š๐š ๐Ÿ๐ข๐ข ๐€๐ค๐ค๐š๐š๐ญ๐š๐š ๐ˆ๐ญ๐ญ๐ข ๐…๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐๐š๐ฆ๐š ๐ˆ๐ฌ๐š๐š ๐€๐ซ๐ ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐‡๐จ๐ซ๐๐จ๐Ÿ๐š๐š!!!

Ads: ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/+OTqtpj3yby1lYzU0
https://www.tg-me.com/+0puaGJwLzLgyY2U8
Itoophiyaan mootummaa Falasxiin deeggarte.

Kaleessa galgala Yaa'ii Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Ameerikaa magaalaa Niwyoork keessatti geggeeffame irratti sirni sagalee walitti qabuu Falasxiin biyya haa taatu moo hin taโ€™inii geggeffamaa ture.

Kana waliinis Itiyoophiyaan biyya nagaa ta'uun akka isheef malu sagalee akka kennite marsariitii dhaabbatichaa irraa argameera.

Murtoon Itoophiyaa kunis Israa'el dallansiiseera jedhama.

Falasxiin gama isheetiin deebii kenniteetti, "Namoota bilisummaa Falasxiiniif sagalee kennan hundaan galatoomaa" jetteetti.

Itiyoophiyaa dabalatee biyyoonni 143 Falasxiin biyya taโ€™uun isheef mala jechuun sagalee kennaniiru.

Biyyoonni sagal Falasxiin biyya taโ€™uu hin qabdu jechuun kan sagalee kennan yommuu taโ€™u , biyyoonni 25 Ameerikaa dabalatee callisuu filataniiru.
๐Ž๐ƒ๐”๐” ๐†๐€๐Œ๐Œ๐€๐‚๐‡๐ˆ๐ˆ๐’๐€๐€

๐‘ช๐’‰๐’‚๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’๐’๐’•๐’‚ ๐‘จ๐’‡๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ถ๐’“๐’๐’Ž๐’๐’๐’•๐’Š๐’Š๐’ ๐‘ฉ๐’‚๐’“๐’”๐’Š๐’Š๐’”๐’๐’๐’‡๐’Š๐’Š ๐‘ฉ๐’‚๐’”๐’‰๐’‚๐’๐’๐’‚๐’๐’”๐’Š๐’Š๐’”๐’๐’ ๐‘ป๐’‚'๐’‚๐’ ๐‘ฐ๐’”๐’Š๐’๐’Š๐’Š๐’‡ ๐‘ธ๐’‚๐’ƒ๐’‚๐’๐’๐’†๐’† ๐‘ซ๐’‰๐’–๐’‡๐’๐’†๐’†๐’“๐’“๐’‚๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’‡๐’–๐’– ๐‘ช๐’‰๐’‚๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’๐’๐’•๐’‚ ๐‘จ๐’‡๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ถ๐’“๐’๐’Ž๐’๐’๐’•๐’Š๐’Š๐’ ๐‘ฉ๐’‚๐’“๐’”๐’Š๐’Š๐’”๐’‚๐’ ๐‘ฐ๐’”๐’Š๐’๐’Š๐’Š๐’‡ ๐‘ธ๐’‚๐’ƒ๐’‚๐’๐’๐’†๐’† ๐‘ซ๐’‰๐’–๐’‡๐’๐’†๐’†๐’“๐’“๐’‚๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’‡๐’–๐’– ๐‘ฑ๐’๐’Š๐’ ๐‘ฎ๐’๐’…๐’‰๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ต๐’– ๐‘ฏ๐’๐’“๐’…๐’๐’‡๐’‚๐’‚.

๐‡๐ฎ๐›๐š๐œ๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐š: ๐‘ช๐’‰๐’‚๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’๐’Š๐’Š ๐‘จ๐’‡๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ถ๐’“๐’๐’Ž๐’๐’ ๐‘ป๐’‚'๐’‚๐’ 3๐‘ฒ ๐’‡๐’Š ๐‘ฐ๐’”๐’‚๐’‚ ๐‘พ๐’๐’๐’Š๐’Š๐’ ๐‘ฒ๐’‚๐’ ๐‘ฏ๐’๐’‹๐’‹๐’‚๐’๐’๐’– ๐‘ป๐’‚'๐’‚๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’‡๐’–๐’– ๐‘ต๐’‚๐’Ž๐’๐’Š ๐‘ต๐’–๐’•๐’•๐’Š ๐‘ซ๐’‚๐’ƒ๐’‚๐’๐’‚๐’Ž๐’–๐’– ๐‘ญ๐’†๐’†๐’•๐’‚๐’ ๐‘จ๐’”๐’Š๐’Š๐’ ๐‘ต๐’– ๐‘ธ๐’–๐’๐’๐’‚๐’Ž๐’‚๐’‚

๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐€๐Ÿ๐š๐š๐ง ๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐จ๐Ÿ๐š 3๐Š+
๐…๐ซ๐ž๐ž ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐ž๐ซ: @Rafiiqul_Islaam2
Halkanoota dhiyeenyaa kana,naannoo biyya jirtanitti samii keessatti halluuwwan akkanaa argitanii laata ?
Obomboleettii hamaa aduu irraa gara ardii bubbisetu qilleensa ardii bifa kanaan jijjiiraa jira jedhu. Waggoota 20 as taateen akkanaa addunyaa keenya akka hin mudatin Miidiyaaleen addunyaa gabaasaa jiru.

Haala kanaan itti bubbullaan Saatalaayitii fi Neetwokiin miidhamuun ni sodaatama jedhu.

Ijoolleen Faransaay fi naannawa san jirtan argitanii jirtuu? Yoo amma dura hin qalbisin mee galgala eddoo ifaan magaalaa haalaan hin isin hin jeeqnetti ol laalaa.

Subhaanallaah.
๐Ž๐ƒ๐”๐” ๐†๐€๐Œ๐Œ๐€๐‚๐‡๐ˆ๐ˆ๐’๐€๐€!!

๐€๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ƒ๐ฎ๐ซ๐š  ๐‘๐š๐ค๐ค๐จ๐จ ๐“๐ž๐ค๐ง๐จ๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ข๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐‡๐ž๐๐๐ฎ๐ฎ ๐‘๐š๐ค๐ค๐š๐ญ๐ญ๐ž๐ž ๐๐ข ๐๐ž๐ž๐ค๐ญ๐š๐šโ‰๏ธ

๐‘น๐’‚๐’Œ๐’Œ๐’๐’๐’ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚ ๐‘ญ๐’–๐’“๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’‡ ๐‘จ๐’‡๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ถ๐’“๐’๐’Ž๐’๐’๐’•๐’Š๐’Š๐’ ๐‘ฐ๐’”๐’Š๐’ ๐‘ป๐’‚๐’‹๐’‚๐’‚๐’‹๐’Š๐’๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’‡ ๐‘ธ๐’๐’‘๐’‰๐’๐’๐’‡๐’๐’†๐’† ๐‘ซ๐’‰๐’–๐’‡๐’๐’†๐’† ๐‘ฑ๐’Š๐’“๐’“๐’‚๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’‡๐’–๐’– ๐‘ฑ๐’๐’Š๐’ ๐‘ฎ๐’๐’„๐’‰๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ต๐’– ๐‘ฏ๐’๐’“๐’…๐’๐’‡๐’‚๐’‚

โœ… ๐Ž๐๐ž๐ž๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐“๐ž๐ค๐ง๐จ๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐‡๐š๐š๐ซ๐š๐š ๐Ÿ๐ข๐ข ๐€๐ค๐ค๐š๐š๐ญ๐š๐š ๐ˆ๐ญ๐ญ๐ข ๐…๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐๐š๐ฆ๐š ๐ˆ๐ฌ๐š๐š ๐€๐ซ๐ ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐‡๐จ๐ซ๐๐จ๐Ÿ๐š๐š!!!

Ads: ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/+OTqtpj3yby1lYzU0
https://www.tg-me.com/+0puaGJwLzLgyY2U8
๐‘ช๐‘ฏ๐‘จ๐‘จ๐‘ต๐‘จ๐‘จ๐‘ณ๐‘ฐ๐‘ฐ ๐‘จ๐‘ฒ๐‘ฒ๐‘จ๐‘ด๐‘ฐ๐‘ฐ ๐‘ฉ๐‘จ๐‘น๐‘ฉ๐‘จ๐‘จ๐‘ซ๐‘ซ๐‘ผ๐‘ผโ‰๏ธ
๐‘พ๐‘ฏ๐‘จ๐‘ป ๐‘ช๐‘ฏ๐‘จ๐‘ต๐‘ต๐‘ฌ๐‘ณ ๐‘ซ๐‘ถ ๐‘ป๐‘ฏ๐‘ฌ๐’€ ๐‘พ๐‘จ๐‘ต๐‘ปโ‰๏ธ


Chaanaalii Akkamii Barbaadduโ‰๏ธ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa

แˆแŠ• แ‰ปแŠ“แˆ แ‹ญแˆแˆแŒ‹แˆ‰โ‰๏ธ  แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰ แŠฅแŠ“ แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแŒ แ‰€แˆ™แ‰ฃแ‰ธแ‹ แˆแˆ‰แˆ แŠ แˆตแˆแˆ‹แŒŠ แ‰ปแŠ“แˆŽแ‰ฝ แŠ แˆ‰แŠ•แข

        ๐“๐ก๐ข๐ฌ ๐ˆ๐ฌ ๐‡๐จ๐ฉ๐ž ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐ข๐จ๐ง
         ๐€๐๐ฏ๐ž๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐  ๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ
          ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ//๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ
          @Rafiqul_Islaam

๐€๐๐ฌ: ๐Ÿ‘‡
@Hope_promotions
@GurgurtaaChaanaalii
2024/05/13 05:42:53
Back to Top
HTML Embed Code: