Telegram Web Link
Baga gammaddan! Ramadan Kareem🌙☪️

Hojii (nashiidaa) teenya “Siin bobbaatee galti” ji’a lama dura hojjanne kan yeroo dheeraaf miidiyaa hawaasummaa kan akka tiktok irratti #trend taatee namoottan miliyoonotaan daawwatamtee akkasuma kuma 50k oliin irratti hojjatamte kan namoonni hedduun “yoom gad dhiistan dafaa nuun geessan?” jachuun nu gaafachaa turtan kunooti .
duraan dursa waan hanga ammaa isinirraa turreef dhiifama isin gaafachaa,sababiin hanga ammaa qabneefis waanuma haalonni tokko tokko hin mijaahiniif ture amma immoo xumurree isin biraan gahaa jirra.

irra deebinee dhifama nu ofkolchaaguyya 2f 3n kana keessatti nu eeggadhaa isiniin janna. irra deebinee baga baatii kabajamtuu Ramadaana bara 1445 nagaan geessan.🌙☪️

Stay tune 🙌

Ogeessa Camera fi editor Akkasuma Director Rayyan Mohammed
Ramadan Mubarak
Baga Ji’a Ramadan geessan
💥🎇🎆🌟

Boom💥 Alhamdulillah gara Tiktokitin hordoftoota kuma shantam seene jirra Galaatooma Ummata qashtii 🥰

Graphics Rayyan Mohammed
As wr wb Alhamdulillah

Nashiida *Bahara Dilii🥹 Guyya 5 Shan kheessati View kuma dhibba tokko olin Dawwatamte jirti Galaatoma ummata Qashtii ❤️🙏

Ammas Linkii as gadii👇👇👇khana tuqun seena Dawwadha

https://www.youtube.com/watch?v=fUp467px470

https://www.youtube.com/watch?v=fUp467px470
Obboleeyyan kheenya Khan Wallotti lubbuun isaanii harca'aa jirtu saniif Rabbi Haa Dirmatuuf.🥺😭
As wr wb Alhamdulillah

Nashiida *Bahara Dilii🥹 Torban 4 kheessati View kuma dhibba Jaha olin Dawwatamte jirti Galaatoma ummata Qashtii ❤️🙏

Ammas itti fufa…..Million insha allah 🥰

Ammas Linkii as gadii👇👇👇khana tuqun seena Dawwadha

https://www.youtube.com/watch?v=fUp467px470

https://www.youtube.com/watch?v=fUp467px470
🔶 عيدكم مبارك 🕋
🔶 Eid Mubarak 🔶 ኢድ ሙባረክ

🔹 تقبل الله منا ومنكم.

Rabbi hojii gaggaarii nuuf siniirraa haa qeebalu 🤲

🔹 ኢዳችሁ የተባረከ ይሁን!
ተቀበለላሁ ሚና ወሚንኩም ሷሊሀል አእማል።
(አላህ ከኛም ከናንተም መልካም ስራችንን ይቀበለን!)

"ليس العيد لمن لباس جديد
إنما العيد لمن نجا يوم الوعيد"

•┈┈┈┈•✿❁✿•┈┈┈┈•
🔶 عيدكم مبارك 🕋
2024/05/15 00:46:02
Back to Top
HTML Embed Code: