Telegram Web Link
Forwarded from Obsa Sule
As we we Hordoftoota kiyya kabajamoo fi jaalatamoo nashiidaa yaa jaalallee onnee jattu video addaa yeroo dhihootti isiif qabadheetiin dhufaa jira link kana tuquun hangasuu YouTube channel kiyya subscribe naaf godhuun na eega🙏👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇https://www.youtube.com/@obsasule4469
Forwarded from LikeBot
😔Yaa #abalu keenya waan san waan san na #gargaari,
waan san waan san naaf #kanni haala jachuu #baayyiftuun_abalu san si #jibbaa😡firraa si #fageeysaa😏deema...
😍Yaa #Rabbi☝️waan san waan san na #gargaari,waan san waan san naaf #kanni haala jachuu #baayyiftuun_Allaahan_si_jaalaatee💛💛💛fi #dhiheeysa !
😍Eeysa jira kha akka #Rahmaan.....😍😍🌹🌹
👍#Injifannoon ta warra #nama_caalaa_rabbitti💛haajamuuti...

👂Gurra si calaw😊
I Love Myself So Much❤️!!!!!!!!!
Namni maal naan je'a jattee waan sirrii dalaguu hin sodaatin,
Waan fadhe gootus namni waan je'u hin dhabu.
Obboleessa khiyya Tewfiq Yusuf official waliin Yeroo gaarii dabarsine ture Nama Gaarii fi Bashaasha Taphatadha😊Masha allah🥰🤝

Garuu munshida🎵Ethiopia kheessa haalan dheeradha 😁🫣🤪 Lakkanu an dila khanan …….👊😂
Arra hedduu gammannee jirra!🎉🎊🍾🥳🙌

Dhageessanii? Nashidaan ”Sin bobbaatee galti” Allahu Mawlay yeroo gabaabaa kana keessatti miiliyonaan daawwatamuun seenaa riikardii nashiidaa Afaan Oromoo Cabsitee jirti.!

Dhugaa dubbachuuf waan jannu hin beeynu. kuni kan tahe erga gargaarsa Rabbiitii isiniini. guddaa nuuf galatoomaa isin jaallanna.😍

Thank y’ll for your love & support

Credit: Hamze Alp🙌

Ammas linki armaan Gadi khana tuqun seenati Dawwadha Galaatooma ummata Qashtii

https://youtu.be/VtvQoWeaC64?si=ibcldCzQ_M78alLb

https://youtu.be/VtvQoWeaC64?si=ibcldCzQ_M78alLb

https://youtu.be/VtvQoWeaC64?si=ibcldCzQ_M78alLb
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
*Rasuulallaah_Yaa Gobana Baatee New Nasheed🌅❤️🥰🎵
2024/05/29 02:07:41
Back to Top
HTML Embed Code: