😭Faarfataa Alamaayyoo G/Masqal Nama guddaa fi Tajaajilaa Waggaa 50 oliif Faarfannaa fi Wangeelaan Tajaajilaa turedha. Hamma Guyyaa kaleessaatti Nagaas ture Dhukkubas hin qabu ture. Abbaan Ijoollee 4 kun Kaleessa Galgala Hospitaala Bulee horaatii gara Hawaasaa utuu adeemaa jiruu Gara Gooftaa adeeme.

Odeeffannoowwan Dabalataa fi Haala Boqochuu isaa ilaalchisee maatii irraa Waan Odeeffanne kunoo isin biraan haa geenyu Dubbisaa 👇👇

https://oromiastar.com/%f0%9f%98%adfaar-alamaayyoo-g-masqal-boqotan-nagaatti%e2%80%bc%ef%b8%8f/
https://oromiastar.com/%f0%9f%98%adfaar-alamaayyoo-g-masqal-boqotan-nagaatti%e2%80%bc%ef%b8%8f/
2025/10/25 10:48:09
Back to Top
HTML Embed Code: