Telegram Web Link
Mucaan tokko kaleessa churchiitti እኔ መልካመ ወጣት ነኝ። jechaa oole. Har'ammoo taaksii keessatti yoo qarshii dabaluu baatte sin buusa naan jedhee humnaan qarshii na dabalchiise. Edaa kaleessa anatu xiyyeeffatee hin dhageeffanne malee inni እኔ መልካም ረዳት ነኝ። jechaa tureem.

@miiju
Jalas tokko mana durbee kophaa ishee teessu tokko seenee balbala cufatee yakka gudeeddaa irratti hojjetee isheen iyyinaan namootni birmatanii dhufanii balbala reebanii maaltu bade jedhan. Innis sagalee isaa ol fudhatee yoo maal jedhe gaaridha.
.
.
.
.
.
.
Afuura maaliti ati? amma iyyii keessaa ba'i.

maaligaa kolfanii dhiisuun share gochuudha malee😷

@miiju
Donald Trump jimmatti barate jechuu gaafa dhageessu
.
.
.
.
.
.
White house keessaa nama malee lafa hin qabnu

@miiju
Shawaa ka'i Wallagga ka'i Jimma ka'i Arsi baalee...
.
.
Barana hiriirrii hin jiruu

Waliin taaneey biqiltuu dhaabna🌱🌱


Let's Go whith Abbichu

@Miiju
Eebbifamtoonni baranaa yeroo of jajjabeessan
.
.
Dhiisi Aboo waannaan beekudha Malee Eebbifamuu miti☺️

@Miiju
Mask 😷😷bituu dhaqxee yoo 200 siin jedhan
.
.
Maali kan bayyanachiisutu keessa jiramoo😳

@Miiju
Naannoon tigiraay "Mataa keenya dandeenyeet filanno geggeessina" Yeroo jedhan...

.
.
Tole Walitti firoomsii hoo😂😂

@Miiju
Qabxiilee ijoo sagal waa'ee Gaaddiddeessuu aduu guyyaa Dilbataa Ittoophiyaatti mul'atuuf jiruurratti beekuu qabdan


Gaaddiddeessuu aduu (eclipse) Dilbata boruu kutaalee Itoophiyaa garaa garaatti akka mul'atu eegama. Waa'ee taatee kanaa ilaalchiisees qabxiilee muraasa beeku qabadan kunooti.

@bbcAfaanOromoo ..
========Read more===⤵️
ODUU CACCABSAA

Wallaggatti Lakkofsi shan(5) lakkoofsota keessaa haqameera jedhan.

@miiju
Haasaa bilbilaa OMN fi Hogganaa mijuu waliin.

#OMN : Hello Guyyoo Waariyon jedhama OMN irraa.

#H/mijuu : maal si gargaaruree?

#OMN : Uummanni yeroo ammaa mijuun akka duraanii qoosaa nuuf dhiyeessaa hin jiru
Jedhanii komii kaasaa jiruu isin maal jettu?

#H/mijuu : hin dhaga'amu. Amma wal ga'iirran jiraa booddee naa bilbili.

#OMN : dhageeffattoota keenya booddee irra deddeebinee bilbillus bilbillus bilbila nuuf kaasuuf eeyyamamoo hin taane.

@mijuu
Dr Abiy Yeroo barachaa turetti qormaata keessatti: dhugaa/soba, walitti firoomsii, bakka duwwaa guutii, deebii gabaabaa kennii ni jaalata. Garuu
.
.
.
.
.
Filannoo hin jaalatu jedhan 😁😁😁

@miiju.
Saree yoo guyyaa sadi nyaachiste waggaa sadi si yaadata. Nama yoo waggaa sadi nyaachiste guyyaa saditti si dagata.

@miiju
#Jechoota__gootota__oromoo keessaa muraasa.

1."Ofumaaf dhaamatu malee ana rasaasni
nan danda'u.
Jecha Agarii Tuluu
2". Garbummaa irraa duuti bilisummadha"
Jecha Elemoo Qilxuu
3". Garbummaa hiddaan buqqifna dadhabnu
ilmoo itti guddifna.
Jecha jeneral Waaqoo
Guutuu

4". Boolla ykn gooda tokko keessatti si'a
lama hin ciniinamiin.
Jecha jaarraa Abbaa
Gadaa
5". Duuti koo du'a gootaati, dhiigni koos
dhiiga tasa dhangala'e miti dhiiga Saba
kiyya bilisoomsuuf lola'edha.
Jecha
Maammoo Mazammir

6". Akkas ta'ee dubbiin keenya bofa eegee
qabnaan hin citti gadhiifnaan itti lixxi. Jecha
Haayilamaram Gammadaa
7". Garbummaarra du'an filadhe kanaafan
fincilee daggalatti gale.

Jecha Usumaayyoo muusaa
8". Kan keessa beekuf lollii tapha.
Jecha Abiishee Garbaa

9". Namni kaayyoo isaa hin beekne bishaan
gabatee irraati, gara argetti jallata"

Jecha Eebbisaa Addunyaa
10". Ummanni oromoo barachuu qaba.
Lammiin barate ammoo mirgasaaf falmachuu
danda'a.

Jecha jeneraal Taaddasaa Birruu .....
Kan hafemmoo itti guutaa

Join
@miiju
#Seenaa: kaleessa Hospitaala Minilik dhaqeen dhibeen kee Kaanserii Harmaati kanaaf harmikee citu malee hin ta'u naan jedhan.

#Abdii: ni wallaaltee ati minilik akka harma namarraa kutu.😁

@miiju.
⛔️jireenya jaarraa 21faa
🌍🌐🌐🌐🌐🌐🌐🌐🌎
bilbilli~ Wireless
Bilsheessuf~ Fireless
Konkolaatan~ Keyless
Qarshiin~useless
Nyaanni~ Fatless
Qamisiin~ ሽፋንless
Surreen~beltless
Dargaggoon~ Jobless
Abbaan aangoo~ Shameless
Jaalalli ~ Meaningless
Haalli namaa ~ Careless
Haati warraa~ Fearless
Ijoolleen~ Fatherless
Miirri~ moral less
Barumsi~ Valueless
Daa'imman~ Mannerless
Durboonni~ clothless
Wanti hundinuu LESS LESS
Fedhiin ~ Endless.
Aniyyuu ~ Speechless

@miiju @Eelaah
KANA BEEKI
==========
☞Namni sin jaaladhaa siin jedhu hundi
Jaalallee sitti hin fakkaatitin.

☞Wanti calaqqisu hundi warqii sitti hin
fakkaatiin
☞Namni si waliin haasayu hundi hiriyyaa sitti
hin fakkaattiin..
☞Akkuma biyyaa baateen biyya ormaatti
waan haftu sitti hin fakkaatiin..
☞Akkuma dhiitetti waan haftuu sitti hin
fakkaatiin...
☞Akkuma quufteen waan haftu sitti hin
fakkaatiin
☞Barri dhufaa jiru kan darbe waliin tokko sitti
hiin fakkaatiin..
☞Kan Bokoke hundi quufee sitti hin
fakkaatiin.
☞Kan Dudubatu hundi beekaa sitti hin
fakkaatiin.
☞kan caalisuu hundii waalallaa sitii hin
fakkaatiin.

Join
@miiju
JECHA ABBOOTA KEENYAA.

Nama kokkolfaa nama miidhuu fi bokkaan aduu baasaa roobu tokko.

@miiju
#Technology

Kompiiterarraa karaa qaxxaamuraan ajajawwan 23 fayyadamuu dandeenyu.
CTRL + A ……… Select all
CTRL + B ……… Bold
CTRL + C ……… Copy
CTRL + D ……… Fill down cell
CTRL + E …… Center Alignment
CTRL + F ……… Find. 🔎
CTRL + G ……… Go to current
CTRL + H ……… Replace🔃
CTRL + I ……… Italic
CTRL + J ……… Full justification
CTRL + K ……… Create hyper link
CTRL + L ……… Left Alignment
CTRL + M ……… Tab
CTRL + N ……… New page
CTRL + O ……… Open
CTRL + P ……… Print
CTRL + R ……… Fill right cell
CTRL + S ……… Save
CTRL + U ……… Underline
CTRL + V ……… Paste
CTRL + X ……… Cut
CTRL + Y ……… Redo
CTRL + Z ……… Undo

Share&join godhaa
Share


@miiju
Barsiisaan maths barumsi isaa nama nuffisiisu tokko daree seennaan caalaan gadi jedhee kadhachuu eegale. Achumaan barsiisaan maalif kilaasitti kadhatta gurbaa jedheen. Mucichis maal jedha beektaa?
.
.
.
.
.
Harmeen koo yeroo rafuuf jettu kadhadhu naan jette.

@miiju
Namni natti agarsiisi sin amanaa siin jedha. Waaqayyo immoo na amani sittan agarsiisa siin jedha.

Waaqayyo duwwaatu amanama.

@miiju
2024/06/01 04:03:46
Back to Top
HTML Embed Code: