Telegram Web Link
ODUU GAMMACHIISAA!
As.Wr. Wb.
Ma'hadni Abbaa Jifaar Barattoota isaa woggoota lamaaf barsiisaa ture sadarkaa DIPLOOMAAtiin gaafa guyyaa: 28/3/2017 (Sanbata Xinnaa) eebbisiisa. Hundi keessan saganticha irratti hirmaadhaa gammachuu qooddadhaa jechuun waamicha isiniif goona.
iddoon: Mooraa M/Rahmaa Sa'atii: 2:30-6:30
Dhaabbanni Barnootaa  "Ma'ahada Abbaa Jifaar" Barattoota isaa Eebbisiise.

Jimmaa, Sadaasaa 28/2017.


Guyyaa Har'aa  Ma'ahadni Abbaa Jifaar bartoota sagantaa fagoon Barnoita Islaamaa fi Afaan Arabaa barisiisaa ture 65 marsaa 4ffaa sadarkaa DIPPILOOMAAtiin eebbisiise.

Sagantaa Eebbaa kana irratti Pirezidaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Jimmaa Sheek Muhammadamiin Tamaam, Bakka Buutonni MM.Dh. Islaamaa Godina Jimmaa, ulamooonnii fi keessummoonni baay'een sagantaa gammachuu kana irratti argamaniiru.
Daarekterri Ma'ahada Abbaa Jifaar Sheek Hamzaa Sheek MuhammadNuur keessumootaan baga nagaan dhuftan, eebbifamtootaa fi maatii eebbifamtootaatiin baga gammaddan jechuunis ergaa isaani dabarsani jiru.
https://www.tg-me.com/Muhammadsalih2020
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته

تعلن كلية جما الإسلامية للطلاب الذين سجلوا للكلية، ولم يأخذوا الإختبار  الشفوي والتحريري بأن الاختبار يوم السبت القادم، الموافق 12 جمادى الثاني 1446 وبداية الدرس للناجحين يوم الأحد الموافق 13 جمادى الثاني 1446.
الحمد لله!
استقبلنا اليوم طلاب كلية جما الإسلامية الدفعة الأولى (١٤ جمادى الثاني، ١٤٤٦)
Alhamdu Lillah!
Guyyaa Har'aa (6/4/2017) Koollejjiin Islamaa Jimmaa Barattoota isaa Marsaa Tokkoffaa simate.
Biyya Mootummaan jirutti Abbumti fedhe  Mootummaa of godhuun kun yoom nurraa dhaabbata?

Biyya keenya keessatti rakkoowwan irra deddeebiin mul'atan keessaa kan baay'ee nama jibbisiisuu fi seerii biyyi ittiin bultu jiraa? Qaamni seera raawwachiisu jiraa? Nama jechisiisu abbumti fedhe aangoo xiqqoo argate waan mootummaa addaa hundeesse of se'uudha! Waan fedhe halaala (eeyyamamaa) godhee waanfedhe immoo haraama (dhowwamaa) godha!
Fkn.
* Mana barumsaa kumaatamaan ykn kuma dhibbaan lakka'amu keessaa  manni barumsaa tokko ykn lama waan M/barumsaa gutuu biyyattii keessatti eeyyamamaa dhowwamaa godha.
*Yuniversitii 50 ol biyya keessa jiru keessaa tokkichi waan Yuniversitii biraa hunda keessatti eeyyamamaa dhowwamaa godha!

- Kun maaliif ta'a?
- Maali gaheen mootumma?
- Warri ummata boossisee fi iyyisiisee dhaggeeffachuu jaallatu maaliif hin gaafatamne?
- bara dhufaa darbaa maaliif Muslimoota boossisu?

*Warri ilaalcha dhiphoo iddoo itti gaafatamaa hawaasaa irraa ka'uu qaba!
*Mootummaanis Dirqama isaa haa bahatu!
عيدمبارك
تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال
Baga Iida Faxrii 1446H tiin isin gahe.
2025/06/30 14:12:41
Back to Top
HTML Embed Code: