As. Wr.Wb. Namni hunduu hiikaa Qur'aanaa suuraawwan gaggagabaaboo kanneen guyya guyyaan salaata keessaattii fi zikrii yeroo gara garaa keessatti itti fayyadamnu beekuun baay'ee barbaachisaadha.
Akka namni barbaade hundi hirmaachuu danda'utti suuraalee gaggabaabaa irraa jalqabnee Tafsiira Qur’aanaa jalqabnee jirra.
Carraa sadan armaan gadii keessaa kan isiniif mijjatu fayyadamaa:
1. Qaamaan Masjida Imaam Al-Bukaarii (Kan Mooraa Koollejjii Islaamaa Jimmaa Keessaatti argamu) Jimaataa hanga Sanbata Guddaatti Magribaa fi Ishaa Jidduu.
2. Karaa Facebookii Mohammedsalih Kadir Goobanaa ykn https://www.facebook.com/mohammed.salihkadir live, fi
3. You tube https://youtube.com/@muhammadsalihkadir?si=Q3hsUpdn63xheDtt subscribe gochuun fayyadamuu dandeessu.

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
تشرفت اليوم كلية جما الإسلامية بزيارة جبل من جبال العلم ونجم من نجوم الأرض شيخ المشايخ، المحدث، الفقيه، اللغوي فضيلة الشيخ أحمد وتر وخريج مدرسته والمدرس الآن الشيخ عثمان!
Darsii Tafsiira
Magriiba booda
Namoota Afur
Amnti Tawhiidaa jijjiiran beektuu?
Magriiba booda
Namoota Afur
Amnti Tawhiidaa jijjiiran beektuu?
Muhammadsalih Kadir
2 May 2025 https://youtube.com/watch?v=ukmZ2D77ERw&feature=shared
As.wr.wb
Tafsiira suuraa Al-Bayyinat guutuu isaa👆
Tafsiira suuraa Al-Bayyinat guutuu isaa👆
Muhammadsalih Kadir
https://youtu.be/pdnEeW_2a70?si=b32xzQrrJKsaglLG
Tafsiira Suuraa Alaqii fi Dhugaa saayinsawaa isa keessaa
الاعجاز العلمي في السورة
الاعجاز العلمي في السورة