Telegram Web Link
Forwarded from Faana beekumsaa
BARNOOTA SEERA IIDAA kutaa 3ffaa

Naamusa yeroo iida salaatuuf bahanii

Yeroo iida salaatuuf deeman naamusoonni asii gadii kun eegamuu barbaachisa.

• Qaama dhiqachuu,
uffata bareeda uffachuu,
namni dhiiraa qoftiin shittoo godhachuu, (dubartiin yeroo manarraa gadi baatu shittoo godhachuun dhoowwaadha).
• Guyyaa iida fixrii osoo salaatatti hindeemne waa nyaachuu,
guyyaa iida adahaa ammoo hanga salaatarraa deebi’anii nyaatarraa turuu fii yogguu salaatanii galan uduhiyyaa isaarraa nyaachuu.
• Ganamaan gama dirree iidaa bahuufi yoo dandayame miilaan deemanii dhaquu.

• Karaa tokkoon salaata dhaqanii karaa birootiin galuu.
• Namni dhiiraa sagalee ol fuudhee waliiwajjiin takbiiraa jechuu nidandaya. Abdallaah ibnu umar irraa inni sagalee olkaasee takbiirtaa jedha, warri masgiidaatis jalaa dhagayeeti takbiiraa jedha jechaatu odeeffamee jira waan taheef.

Insha'allah mata duree AKKAATAA TAKBIIRAAN ITTI GODHAMTU jedhu qabannee itti fufna ammas nufaana turaa

Join ➪︎ www.tg-me.com/gaaddisa_dhugaa
Forwarded from Faana beekumsaa
🌟 Obboleewwaniifi Obboleettowwan keenya
🌷kan wol beeknuufi kan wol hin beekne hundi keessan🌷
🌹Baga Rabbiin Iida Alfaxrii Kan bara 1442 tiin Nagaadhaan Isin gahe 🌹

💫EID MUBARAK💫
Kullu aammin wa'antum bikhayir
@gaaddisa_dhugaa irraa
Forwarded from Faana beekumsaa
Suuraa keessan namoonni nuuf ergitan biyya keessaniifi maqaa keessan wojjin nuuf ergaa
namoonni hin ergine hamma saatii 11:30 tti nuuf erguu dandeessu sana booda kan hunda keessanii maqaa keessaniifi biyya keessan wojjin asirratti gadidhiifama (post) godhama

suuraa keessaniifi maqaa akkasumas biyya keessan karaa @gaddisa_comment_bot irratti nuuf erguu dandeessu

erguuf👇
@gaddisa_comment_bot
Forwarded from Ahlu Sunnaa wal-jama'aa (Abđeta Øbborra)
Amiira Mu'uminaa Abbaa Hafsaa Umar Binu Kaxxaab{ R
A } Irraa Odeyfame hin Je'e Ergama Rabbii { ﷺ } Kan
Ja'un Dhagaye Dalagan Wani Fayyaa Tatuun Niyyaa
Toludhaani ilma Namaa Hundafu Waan inni Niyyateetu Isa
jiraaf Namni Rabbii ifii Ergama Isatii Je'e Godaane
Godaansi Isaa Gamuma Rabbii ifii Ergamaa Isaati Namni
Dun'yaa Barbaaduuf Godaane Godaansi Isaa Yookaa
Dhalaa Fuudhuuf Godaane Wanumaa Godanef Argata
{ Bukharii Muslimiitu gabaase }
Dhumarratti ergamaa Rabbiiﷺ irratti Salawaata busuu hin dagatinaa


Share share
👇👇👇👇👇

https://www.tg-me.com/joinchat-VxHosCU84xLve4u9
Forwarded from Faana beekumsaa
Assalamu aleykum worahmatullahi wobarakatu obboleewwan muslimaa bakkuma jirtanutti muslimoota biyya filisxeeniitiif du'aa'ii gochuu hin dagatinaa muslimoota filisxeeniitiif bilisummaa hawwina

Ana Ahdi alaa diini
Ana ahdi alaa diini
Linkii armaan gadii tuquudhaan follow godhaa like godhaa 👇
https://vm.tiktok.com/ZMesWSbo4/
Forwarded from 🔊HARARGEE MEDIA
Watch "NEW QAMAR YUSUF 2021" on YouTube
https://youtu.be/Lbn8Yg1dBeY
Forwarded from Faana beekumsaa
As wr wb Namni chaaneelii islaamaa kan miseensa kuma 6 (6k,member)ol qabu promotionii kan nu woliin dalaguu barbaadu karaa @leenca_islaam tiin nu dubbisuu danda'a

@gaaddisa_dhugaa irraa

👇👇👇👇
@Leenca_islaam
Forwarded from Qerroo media
🙌WOW KABAJAMTOOTA HORDOFTOOTA KEENYA MAAL ARGACHUU BARBAADA?????????
🙏CHANNELI BARNOOTA ADDA ADDA IRRA ARGATU QABANNE DHUFNERRA MAARRE JOIN JOIN QOFA TUQA!!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇🌲🌲👇👇
ITTI DABALUUDHAN WARREN CHANNELI KESSAN BEEKSIFACHU BARBAADAN GALMA KANA JOIN GODHA ISININ JENNA
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@ABDETUOR
🙏 @ABDETUOR 🙏
@ABDETUOR
👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Forwarded from Qerroo media
🙌WOW KABAJAMTOOTA HORDOFTOOTA KEENYA MAAL ARGACHUU BARBAADA?????????
🙏CHANNELI BARNOOTA ADDA ADDA IRRA ARGATU QABANNE DHUFNERRA MAARRE JOIN JOIN QOFA TUQA!!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇🌲🌲👇👇
ITTI DABALUUDHAN WARREN CHANNELI KESSAN BEEKSIFACHU BARBAADAN GALMA KANA JOIN GODHA ISININ JENNA
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@ABDETUOR
🙏 @ABDETUOR 🙏
@ABDETUOR
👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Forwarded from Qerroo media
🙌WOW KABAJAMTOOTA HORDOFTOOTA KEENYA MAAL ARGACHUU BARBAADA?????????
🙏CHANNELI BARNOOTA ADDA ADDA IRRA ARGATU QABANNE DHUFNERRA MAARRE JOIN JOIN QOFA TUQA!!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇🌲🌲👇👇
ITTI DABALUUDHAN WARREN CHANNELI KESSAN BEEKSIFACHU BARBAADAN GALMA KANA JOIN GODHA ISININ JENNA
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@ABDETUOR
🙏 @ABDETUOR 🙏
@ABDETUOR
👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Forwarded from Faana beekumsaa
As wr wb namoonni chaaneelii keessan beeksifachuu barbaaddan ykn miseensa/member keessan ol guddisuu barbaaddan kaffaltii tokko malee karaa @leenca_islaam tiin na qunnamuu dandeessu

Chanelii beeksifachuuf👇
@leenca_islaam

Yoo karaa @leenca_islaam iin isin dide ykn spam yoo taatan👇
@gaddisa_comment_bot tiin nu qunnamaa
Forwarded from Faana beekumsaa
Rahmata rabbiiti moo hojii keenyaan jannata seenna?__________________________👇

Namoonni hedduun waan Rabbiin dalagaa jedhe osoo hin daleyne, waan Rabbiin hin dalaginaa jedhe ammoo dalagaa, akkasuma Salaatallee osoo hin salaatne akki Jedhan “wanni jannata nama naqu/galchu dalagaa teenya osoo hin tahin Rahmata Rabbiiti” jedhan. Jechi isaani kun sirriidha. Garuu wanni beekuu qabnu namni Rabbiin Rahmata godheefii jannata galchu sun nama akkami ? Yookaan ammoo Rahmata Rabbii warra akkamtu arkata?
Gaafii tanaarratti qur’aanni akkana jedha:

وَأَطِيعُوا اللَّهَ وَالرَّسُولَ لَعَلَّكُمْ تُرْحَمُونَ
“Ajaja Rabbii godhaa(raawadhaa), ajaja ergamaa Rabbiitis godhaa! Akka Rahmata arkattaniif (Rahmanni isiniif Godhamuf)”
Suuraa Al Imraan aayata 132

. وَأَقِيمُوا الصَّلَاةَ وَآتُوا الزَّكَاةَ وَأَطِيعُوا الرَّسُولَ لَعَلَّكُمْ تُرْحَمُونَ

“Salaata Dhaabaa (Salaataa), Zakaa Kennadhaa akkasuma ajaja Ergamaa Rabbii godhaa(raawwadhaa)! Akka Rahmata arkatanniif(Rahmanni isiniif Godhamuf).” Suuraa Nuur Aayata 56

Kanaafuu osoo sirritti hin hubanne of sobuu hin qabnu!

Rabbi warra ajaja isaatiifi ajaja ergamaa isaa hunda dalagee; Rahmata arkatee; jannata seenu Nuhaagodhu!

https://www.tg-me.com/Gaaddisa_Dhugaa
Forwarded from Deleted Account
🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥
Chanaalotaa Mediiya OROMOO tahaan karaa Telegramidhaan JOIN Godhadha.👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻
👇👇👇👇👇👇
2025/10/22 08:09:53
Back to Top
HTML Embed Code: