Nami tafsiira baratuu fedhu yaroo gabaabaa keessatti linkii kana irraa argachuu dandeessanπ
Forwarded from Suheyba Adam(su) (Suheyba Adam 9B)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Joinππ godhi waan gaggari afaan keetin arkachuf barachuf sher godhunis nama biran naaf gahi
Joinππ
@suheybaAdam
@suheybaAdam
Joinππ
@suheybaAdam
@suheybaAdam
Forwarded from Hamza Naik official (Hamza naik)
Watch "Motivetional_video_in_afaan_oromoo_part 2" on YouTube
https://youtu.be/IJuPNiqARGo
https://youtu.be/IJuPNiqARGo
Forwarded from Hamza Naik official (Hamza naik)
Watch "Walalo_naik_vs_jordan" on YouTube
https://youtu.be/HMJovdBukQQ
https://youtu.be/HMJovdBukQQ
YouTube
Nike mo jordan mo mudawwarraa caala πwalalo bareeddu tanaa dhaggeyfadha ittiin bohara #Hamza_naik
Walalo nama boharsitu πππ Naik mo jordan mo mudawara calaa jattu tana gorsa if keysa qabdi share qofaa waliif godhun nu gargaraa
Forwarded from Muslim ibnu Shamsuddiin (Muslim ibnu Shamsuddiin)
βππ’π βππππππ
Haadha Isaa Bilisa Baase ...
SEENAA BAREEDDUU KANA DUBBISII SHARE GODHI
Bara Nabi Muhammad S.A.W Keessa Sahaabaa Beekamaa Tokko 'tu Ture
Sahaabota Hunda Isaanii Caaluun Heddumminaan Namni Hadiisa Rasuulaa Odeesse Isa Ture
1. Maqaan Inni Ittiin Beekamu Abu Hureyra Dha
Abu Hureyra 'n Yeroo Amantii Islaamaa Qeebalan Ilmaanis Haadha Manaas Hin Qabu Ture
Kan Inni Jiraatu Haadha Isaa Waliini Garuu Haati Isaa Kun Hordoftuu Amantii Islaamaa Hin Turre
Kanaaf Abu Hureyra 'n Akka Haati Isaa Kun Amantii Islaamaa Fudhattee Addunyaa Fi Aakhiraatti Milkooftuuf Hundaa Ol Yeroo Mara Du'aa'ii Godhaafii Ture
Kana Malees Yeroo Mara Dhugummaa Islaamaa Haadha Isaa Kanaatti Lallabaa Ture Maal Godha Garuu Haati Isaa Kun Amantii Islaamaa Fudhachuuf Eeyyamamtuu Hin Turre
Guyyaa Tokko Abu Hureyra 'n Cina Haadha Isaati Taaβee Tokkichummaa ALLAH Fi Ergamummaa Nabi MUHAMMAD (saw) Akka Amantee Islaamummaa Fudhattu Gaafate
Haati Isaa Garuu Diddaa Ishii Agarsiisuun Dabalataanis Nabi Muhammad 'n Arrabsite
Abu Hureyra 'n Dubbii Haadha Isaatti Dallanuun Booβaa Gara Mana Nabi Muhammad Deeme
Nabi Muhammad S.A.W Abu Hureyra Argee "Maaliif Boossa?" Jedhee Gaafate
Abu Hureyra 'nis "Gara Amantii Islaamaa 'tti Waamichan Haadha Kiyyaaf Godhe Guyyaa Tokko Illee Addaan Kutee Hin Beeku Garuu Haati Kiyya Yeroo Mara Diddaa Fi Jibbaa Malee Tole Naaf Jettee Hin Beektu
Harβas Akkuman Bardhe Taasifadhe ALLAH 'n Tokkicha MUHAMMAD Ergamaa Allah 'ti Jedhii Muslima Taβi Jedhee Yeroon Waamu Na Harkaa Qeebaluu Didde Daangaa Dabartee Jecha Isiniif Hin Malle Yeroo Isheen Jettu Dallansuun Niin Booβe
Kanaaf Yaa Ergamaa Rabbii Maaloo! Haati Kiyya Muslima Akka Taatu Duβaaβii Naaf Godhaa" Jedhee Booβicha Isaa Xumure
Rasuullis Haati Abu Hureyra Akka Muslima Taatu Du'aa'ii Godhaniif
Abu Hureyra 'nis Gara Mana Haadha Isaatti Qajeele Balbala Banatee Yeroo Seenu Haati Isaa "ALLAH Malee Gooftaan Haqaan Gabbaramu Akka Hin Jirree Fi MUHAMMAD (SAW) Ergamaa Fi Garbicha Allah Akka Ta'an"
Ragaa Ba'uun Gara Amantii Islaa
Channel arman gadii #Join Godhaa
ππππππππππ
https://www.tg-me.com/Muslimibnushamuddiin
ππππππππππ JZKL

Watch "Motivetional video in afaan oromoo part 3" on YouTube
https://youtu.be/7nmlETmbKhY
https://youtu.be/7nmlETmbKhY
YouTube
Motivetional video in afaan oromoo part 3
Video addaa addaa tan namaa barsistuu tan namaa khakastu arkachuf chanel kenya subscribe godhaa
Walaloo addaa addaa
Walaloo jalalaa halal
Walaloo senaa
Wal nama boharsituu
Nashidaa gargaraa
Nashida afaan oromoo
Hunda arkachuf chanel kenya subscribe godhaaβ¦
Walaloo addaa addaa
Walaloo jalalaa halal
Walaloo senaa
Wal nama boharsituu
Nashidaa gargaraa
Nashida afaan oromoo
Hunda arkachuf chanel kenya subscribe godhaaβ¦
Forwarded from Hamza Naik official (Hamza naik)
Watch "Motivetional video in afaan oromoo part 4" on YouTube
https://youtu.be/TAVL-PFbqpg
https://youtu.be/TAVL-PFbqpg
YouTube
Motivetional video in afaan oromoo part 4