Telegram Web Link
Forwarded from Eid Ali Musa
====== TATTAAFFI====
Namni akka kuftti hafu yoo jiraate nama kufaati jalqabarratti abdii kutatu jechu
Kufuu fi kau'uun haaluma jiruu tanaati
Namni akka kufetti hafu hin jiru
Arra yoo dhabde boru arkattaa beeki
Nama gad if goote hamilee hin cabin
Atis yoo tattaafatte galma numa geeysa beeki
Abdii hin murin
Tattaafadhu tan hafte rabi qabdi
Yaali yaali booda ni milkooytaa
By edu ali musa
Join my telegram
👇👇👇👇👇👇👇
www.tg-me.com/edualimusa
Forwarded from Eid Ali Musa
======== ICCITII=======
jiruu tana kessatti namni walitti dhufa
Akkuma walitti dhufutti ni deema kuni haal jiruuti
Ilma nama yeroo waliin jiraatu waltti mufata kun wahuma jiruu jiruuf jireenya ilma nama kessatti
Garuu nama jaalattu wajji yoo wali mufatte jerjertee icitii isin jiddu jiru hin baasin tarii yoo badiin kee tahe akka itti wali deebitu dhabda
Kan wali mufatteennkun
Sahiba akka lubbuu wal jaalattan tahu mala
Oboleysa kee tahu mala
Oboleytii tee tahu mala
Hadha mana ykn abbba mana tahu mala
Qadhimaa tee tahu mala
Hiriyaa kee tahu malaa
Kanaaf jecha wali mufachuun yoo dhufe jerjertee iccitii hin baasin
Boodee sheenawuu maltaa
By edu ali musa
www.tg-me.com/edualimusa
GORSA QALBII
🌴🌴🌴🌴🌴🌴

◈RABBIIN HOGGAA GABROOTTAN ISAA MOKKORE KARAA ISAAN RAKKOO SANAKEESSAA ITTIIN BAHAN ISAANIIF KAA'A,

◉NAMA TOKKO TOKKOMMOO SABABAAN RABBIIN DADDAFEE RAKKOO ISAAN KEESSA JIRAN SANA KEESSAA ISAAN BAASUU DHIISUUFI

➠BADII DURAAN ISAAN HOJJATAA TURANIRRAA ISAAN QULQULLEESSUUDHAA

FI

➠MINDAA ISAANIITIIFI DARAJAA/SADARKAA ISAANII ISAANIIF OLGUDDISUUFI

MEE👇👇👇👇👇
ALHAMDU LILLAAH
JEDHAA
KAN RABBIIN MUSLIMA NUTAASISE 🙏


◉Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum

⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
◉Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum

⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Forwarded from Eid Ali Musa
Ilkeen osoon tahin onnee isiitiin cininte tanaaf akana kofaltii ilmoon leencaa .
Namni haalaan si jaalatu
Sin lolaa
Sitti aara
Siiraa usa waan hamtuu yoo sirratti arke
Kana cufa hogaa godhu si jibbee osoon tahin waan si jaalatuu fi akka ati hamtuu itti jirturraa deebituuf na jibbe jettee hin yaadin qalbii isa osoo si jaalattu akka ati sirrooytuuf sin lola beeki
Gurra kee as qabi
Onnetti naaf qabi
By edu ali musa
www.tg-me.com/edualimusa
Forwarded from Eid Ali Musa
Bareedinni sammuu yaaduun beekkama
Bareedinni arrabaa callisuun beekkama
Bareedinni fuulaa seequun beekkama
Bareedinni onnee qulqullinaan beekkama
Bareedinni haasawa dhugaan beekkama

Yoo dandeeyse hujitti hiiki
Gurra as qabi
Onnetti naaf qabi
By edu ali musa
www.tg-me.com/edualimusa
Forwarded from Eid Ali Musa
Jalqaba gonkumaahu namni baratee fi kan hin baratin wal qixa miti
Namni beekumsa qabuu fi namni wallaalaan akka halkani fi guyyaati

Jaalloowwan koo barnoonni hin dhumu yeroon ammoo ni deemti
Yoo hin jalqabin ammuma jalqabi
Yoo kara murte itti fufi
Yoo digrii qabaatte mastar godhi
Halaa kanan itti fufu dandeeysa
Hanqa jirtu baradhu barsiisi baradhu baradhu baradhu
By edu ali musa
www.tg-me.com/edualimusa
Forwarded from Eid Ali Musa
Nama seequ tahi
Nama hammatu tahi
Nama dhugaaf jiraatu tahi
Nama dafee dhifama namaaf godhu tahi
Nama namaaf rifatu tahi
By edu ali musa
www.tg-me.com/edualimusa
Dhaamsa gabaabduu
barbaachiftuu
Dhaamsa gabaabduu sheekaa keenya irraa dhaggeeffadhaa haalaan jaalattu inshaa'allaah.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

⌚️Daqiiqa 2 gadi.📲 MB 1.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩


◉Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum

⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Forwarded from Eid Ali Musa
Jaalloowwan koo

Gaarii yoo hojjattee matuma keetiif itti gammadda
Hamtuu yoo hojjattees sumaatu itti rakkata
Bakka deemtutti gaari dalagi
www.tg-me.com/edualimusa
Jecha Hayyoota islaamaa.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

✯islaamni akka addunyaatti rakkoo keessa hin jiru, inumaa islaamummaa fi islaamni rakkoo addunyaan keessa jirtuuf furmaata. islaamummaan furmaata rakkoo ilma namaati.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

✯ isaan karoorfatanis sharrii xaxanis , Rabbiin isaan caalaa karoorsa, Rabbiin akkaan isaan irra waa karoorsuu beeka. Isaan mala dhawan, rabbilleen mala dhawa, rabbiin irra mala dhawaadha.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

✯ Jiruun adunyaa tanaa gabaabduudha, atis yaaddoo fi hiraariin caalmaatti hin gabaabsin.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

◉Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum

⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Forwarded from Eid Ali Musa
Jechaan namattii fiigu dura
Ati eenyu akka taate if dubbisi
Jechaan namatti fiigu dura maal akka dubbattu beeki
Nama qeequu duraa maalif akka qeequu deemtu beeki

Waan maraafu jerjerri gaarii miti
Hin jerjerin
By edu ali musa
www.tg-me.com/edualimusa
Forwarded from Eid Ali Musa
Hiriyaa jechuun yeroo dheertuu wajji dabarsu miti
Hiriyaa jechuun yeroo dheertu wajji haasawuu miti
Hiriyaa jechuun kan yeroo gaddite si seeqqachiisu
Kan yeroo rakkatte furmaata si wajji laalu
Kan si duuba duai siif godhu
Kan yeroo maraa sin dagannee
Hiriyaa akkanaa yoo qabaatte jabeeyfadhu
By Edu Ali Musa
www.tg-me.com/edualimusa
Forwarded from Eid Ali Musa
Waan qabdutti gammadii galata galchii
Gammachuun tee dabalamaa deemti
Wan qabduttii yoo gaabbitee sanumaahuu dhabuu malta
Tan qabdutti gammadii mee
Alhamdulillaah
www.tg-me.com/edualimusa
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
🎙 Sh-Ahmed-shaamil.

• Marti keenyaa nama waamuu qabna.

•Akkamitti Nama karaa rabbitti, waamna, karaa salphaa.

﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

Daqiiqaa 1:35 🎥 MB 2
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

◉Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum

⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Forwarded from Eid Ali Musa
Zamannii amma kessa jirru akkana fakkaata
Nama tokko kan fuula 55 uffatee deemu
Nama fuula 55 qabu irraa isin haa eegu rabbiin
www.tg-me.com/edualimusa
Qalamni lafaguutee
kee isakamjettee fuutee..?
..
...Gariin qalama waabarreessituu bilisummaadhaafi
...qalamni gariin waasabachiisuudhaafi
...qalamni gariin waaqulqulleessuudhaafi
...qalamni gariin waahadheessuudhaafi
...qalamni kaan amiiranamaa
...qalamni kaani kireeffamaa
...qalamni gariin booji'amaa
...qalamni gariin dhugaa barreessa
...qalamni gariin dhara tarreessa
...qalamni gariin sammuu qaroomsa
...qalamni gariin saba balleessa
...qalamni gariin nama kakaasa
...qalamni gariin nama naasisa
...qalamni gariin nama fuusisa
...qalamni gariin nama dhamaasa
...qalamni gariin nama jiraachisa
...qalamni gariin duwwaa oomisha
...qalamni gariin nimuldhata
...qalamni gariin nimoo'ata
...qalamni gariin niqulqullata
...qalamni gariin muuxannoo qaba
...qalamni gariin hubannoo dhaba
...qalamni gariin badhaasa fida
...qalamni gariin maaf namadida
...qalamni gariin ifa barbaada
...qalamni gariin hammeenya gaada
...qalamni gariin dhibamee aada

Gosti qalamaa heddummaatee
Kan khayrii barreessu maaliif xiqqaate
Kunootii filadhu yoogamna taate
Yoo gaarii barreessuun sitti jabaate
Hamtuu barreessuunoo maasitti dhihaate.


Sayfuddiin



هناك قلم يحرر ....وقلم يقرر .... وقلم يبرر .... وقلم يحاول أن يمرر...
وقلم أمير .... وقلم أجير ... وقلم أسير.....
وقلم يستفز .... وقلم يفزع ... وقلم يعزف....
هناك قلم مدهش ... وثاني منعش ... وآخر لا يهش ولا ينش....
وقلم ظاهر ... وقلم قاهر ... وآخر طاهر..
هناك قلم متطور .... وآخر متورط .... وقلم ممتع ...وآخر معتم.
وقلم يبعث الضوء....وقلم ينفث السوء.....
تعددت الأقلام....والحبر واحد...
فاحرص_على_اختيار_نوع_القلم


👇👇👇https://www.tg-me.com/shekseefuddiin
Forwarded from Eid Ali Musa
Saahiba / hiriyaa hedduu qabaachuun mallattoo qaroominaati miti
Yeroo takka takka kobaa deemte amala kee fi kessa kee baruun dirqama
Leenci yeroo baayyee kobaa isaa deema
Hoolaan garuu bayyatee deema
Nama qalbiin dubbiseef yaanni koo ifa
Galatooma
By edu ali musa
www.tg-me.com/edualimusa
Forwarded from Eid Ali Musa
Ilmoon simbirroo tun kayyoo isii galmaan gahuuf yaalii godhaa jirti
Booddee ammoo bararuun isii hin oolu
Atis akkasumaa beeki
Yaada ke galmaan gahuuf tattaaffi godhu qabda
Waan hin beeyne baruu qabda
Ifitti amantummaa qabaqchu qabda
Yoo san galma ni geeysa abdii hin murin
By edu ali musa
www.tg-me.com/edualimusa
2025/07/05 12:38:10
Back to Top
HTML Embed Code: