◎IBNUL QAYYIM ◎
Rabbi Rahmata isaaniif hagodhuu Akkana jedhu:
➭Nama soomaa jiru jechuun
#Nama qaamasaa badiirraa qabe, Arrabasaammoo soba dubbachuufi Waan a'ajaa(Waan fofokkataa)dubbachuurraa kan qabe, Garaasaammoo nyaataaf dhugaatiirraa kan qabe, qaama saalaa isaallee kan badiirraa eeggate, yoo dubbii dubbatellee waan soomanasaa duraa laaffisu hin dubbatu, yoo waa hojjates Waan soomanasaa duraa balleessu hin hojjatu,
Wonni afaansaatii ba'u hundi waan nama fayyaduufii waan nama gammachiisu qofa, akkasumas wonni inni hojjatullee waan qalbii namaa Nama gammachiisu qofa
◈Namni isaa wojjin taa'ellee Waan kayirii wo'ii fayyadameetuma biraa ka'a malee soba dubbatee nama komatee nama arrafsee biraa hin deemu
➫Soomni inni sheri'aan itti nu'ajaju isa akkanaati malee
Nyaataaf dhugaatii qofa soomaa ooluu miti
◎Barnoota Waa'ee soomanaatiin wolqabataniifi gosa hundarraa
haala bareedaadhaan Argachuu yoo feetan
chaanaal keenya kanana
Join godhaatii nu hordofaa woliifis shear godhaa jzk
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA

Telegram
☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA🌙
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
⚜ɢᴀᴍᴍᴀᴄʜᴜᴜ ʙᴀʀʙᴀᴀᴅᴀ⚜
ʙʏ ᴍᴜᴀᴢ ᴀʙᴅᴜʟғᴀᴛᴀʜ
ᴋᴜᴛᴀᴀ 2ғғᴀᴀ
T.me/miimmultimedia
Watch "Gammachuu_Barbaada_Kutaa_2ғғᴀᴀ" on YouTube
https://youtu.be/2WADdCPcxO8
https://www.facebook.com/109839893681617/posts/472569647408638/?app=fbl
ʙʏ ᴍᴜᴀᴢ ᴀʙᴅᴜʟғᴀᴛᴀʜ
ᴋᴜᴛᴀᴀ 2ғғᴀᴀ
T.me/miimmultimedia
Watch "Gammachuu_Barbaada_Kutaa_2ғғᴀᴀ" on YouTube
https://youtu.be/2WADdCPcxO8
https://www.facebook.com/109839893681617/posts/472569647408638/?app=fbl
Forwarded from Ummatii Production (waziir_official)
#Pakiistaan
Durba lama fuudhuu feeta?
Biyyaa Pakiistaan Kessaattii Dhiirri tokkoo Durba lama fuudhu yoo fedhe akkaa kana olii mul'atuutti 👆 Dhagaa guddaa ta'e akka kanaa sa'ati 1 oliif baate turuu danda'uu qaba.
Yoo baate turuu dadhabe Dhiira Haadha manaa lama bulchuu hin dandeenyee jedhama, Kanaaf Durba lammaffaa fuudhuun isaaf hin eeyyamamu jechuudha.
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
http://www.tg-me.com/alrayyanmultimedia

Forwarded from Muaz
የአላህ መልዕክተኛ(ሰዐወ)እንዲህ ብለዋል:–
★ T.me/miimmultimedia
«ለይለቱል ቀድርን አምኖና ምንዳውን ለአላህ አስቦ የቆመ፤ ያለፈውን ጥቃቅን ወንጀሉ ይማርለታል።»
ቡኻሪና ሙስሊም ዘግበውታል
★★★★★★★★★★★
የmiimmultimedia የቴሌግራም ቻናል ይቀላቀሉ።
★ T.me/miimmultimed
★ T.me/miimmultimedia
«ለይለቱል ቀድርን አምኖና ምንዳውን ለአላህ አስቦ የቆመ፤ ያለፈውን ጥቃቅን ወንጀሉ ይማርለታል።»
ቡኻሪና ሙስሊም ዘግበውታል
★★★★★★★★★★★
የmiimmultimedia የቴሌግራም ቻናል ይቀላቀሉ።
★ T.me/miimmultimed
Forwarded from Nuru Al Shams Official (❏ᴍᴜᴀᴢ ᴀʙᴅᴜʟғᴀᴛᴀʜ❏)
••• وفي آخر جمعة من رمضان 🌙 •••
"اللهم اجعل هذه الجمعة فرجاً لمن ضاقت به وليس له إلا بابك يا الله"
JOIN_SHARE
《《《《《^^^^^》》》》》
https://www.tg-me.com/JNSHD
|| @miimmultimedia ||
"اللهم اجعل هذه الجمعة فرجاً لمن ضاقت به وليس له إلا بابك يا الله"
JOIN_SHARE
《《《《《^^^^^》》》》》
https://www.tg-me.com/JNSHD
|| @miimmultimedia ||
Watch "Tafsiira Qur'aana Suratul Al Imran Ayata (118-130)" on YouTube
https://youtu.be/ZyhMKsDdSRI
https://youtu.be/ZyhMKsDdSRI
YouTube
Tafsiira Qur'aana Suratul Al Imran Ayata (118-130)
Audio
Tafsiira qur'aanaa
(Sh. Mahammed Ali_ Asabot)
◆ ▬▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬▬ ◆
15.🖋 Nahl - Ayata (19-64)
◆ ▬▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬▬ ◆
T.me/ShAsabot1
(Sh. Mahammed Ali_ Asabot)
◆ ▬▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬▬ ◆
15.🖋 Nahl - Ayata (19-64)
◆ ▬▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬▬ ◆
T.me/ShAsabot1
Audio
Tafsiira qur'aanaa
(Sh. Mahammed Ali_ Asabot)
◆ ▬▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬▬ ◆
15.🖋 Nahl- Ayata (10-29)
◆ ▬▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬▬ ◆
T.me/ShAsabot1
(Sh. Mahammed Ali_ Asabot)
◆ ▬▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬▬ ◆
15.🖋 Nahl- Ayata (10-29)
◆ ▬▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬▬ ◆
T.me/ShAsabot1
Audio
Tafsiira qur'aanaa
(Sh. Mahammed Ali_ Asabot)
◆ ▬▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬▬ ◆
15.🖋 Nahl- Ayata (29-44)
◆ ▬▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬▬ ◆
T.me/ShAsabot1
(Sh. Mahammed Ali_ Asabot)
◆ ▬▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬▬ ◆
15.🖋 Nahl- Ayata (29-44)
◆ ▬▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬▬ ◆
T.me/ShAsabot1
Audio
Tafsiira qur'aanaa
(Sh. Mahammed Ali_ Asabot)
◆ ▬▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬▬ ◆
15.🖋 Nahl- Ayata (45-67)
◆ ▬▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬▬ ◆
T.me/ShAsabot1
(Sh. Mahammed Ali_ Asabot)
◆ ▬▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬▬ ◆
15.🖋 Nahl- Ayata (45-67)
◆ ▬▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬▬ ◆
T.me/ShAsabot1