Telegram Web Link
Hp core i5

1000 Gb ssd
8 Gb Ram
(Dubai used)

Price 29500

Contact us πŸ‘‡πŸ‘‡

@magala31

Or

0931015006


Chanel kenya join godhuuf

@magalasecondhand
@magalasecondhand
Forwarded from ADEROO TECH 2 (Aderoo II)
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
πŸ˜Šβ€οΈβ€οΈπŸ™

@AderooY
Forwarded from Hamza Naik official (Na ik)
❀ Baatiin soomanaa ummata islaamaa biratti iddoo guddaa qabdi. Baatii iimana keessatti haarayoomsatan, baatii namni wal dhabe keessatti dhiifama wal gaafatu, baatii nasriin adda addaa keessatti argamtee dha. Kana wajji wal qabatee seenaa islaamaa keessatti taatee gurguddoo guyyaalee baatii tana keessatti argame tokko tokkoon bareessuu yaalla insha Allah
πŸŒ™ Remadana 1

⏰ Guyyaa akka arraa bara 641 G.C waraanni islaamaa khan amri ibnul aasiin hogganamu biyya Egypt itti banee dha. Zamana khaliifaa islaamaa umar ibnul khaxxaab
πŸ•Œ Islaamummaan hanga ammaa biyya Egypt kheessa jiraachuuf kan sababa tahe sababaa baniinsa (fathii) zamana kana arkameeni

πŸ•” Guyyaa akka arraa bara 712 G.C guyyaa baniinsa (fathiin) biyya andalus (Spain πŸ‡ͺπŸ‡Έ) itti jalqabdee dha. Hoggaanaa islaamaa mussa ibnu nuseyr nama jadhamuun zamana khaliifaa islaamaa Waliid ibnu Abdulmalik ibnu Marwaan
🌍 Andalus (Spain πŸ‡ͺπŸ‡Έ) eega islaamummaa fudhattee booda waggaa 800 amantii islaamaatin buluu isii seenaan ni ibsa.

By khalid Ahmedin

@Hamzanaik1
Forwarded from Hamza Naik official (Na ik)
πŸŒ™ Taatee Remadana 2

πŸ“… Guyyaa akka arraa bara 670 G.C biyya Tunisia πŸ‡ΉπŸ‡³ keessatti jaarmaya guddaa QEEYRAWAAN jedhamu khan ittiin jalaqabamee dha. Magaalaan jaarmayni kuni keessatti argamu jaarraa 4 magaalaa gudditti islaamaa afrikkaa fi Andalus (spain πŸ‡ͺπŸ‡Έ) taatee jirti.

πŸ•Œ Jaarmeeyni guddaan kuni kaayyoo lamaaf jaarame.
1. waraanni islaamaa akka buufata waraana (kaampii) godhatanii Baniinsa (futuuhaata) adda addaatiif akka isaan gargaaruufi.
2. Akka dhaabbata University islaamaatti fayyadamanii barattoota achitti barataniin Amantaa islaamaa afrikkaa keessa facaasuufi.

Kanaaf hoggaa gabaabsinu khaayyoo lamaafi suniis Jihaadaa fi Da'awaa dha.

πŸ•” Yeroo ammaa kana Qeeyrawaan kaayyoo jaaramteef guutuu guututti yoo dalagaa hin jiraanellee barattoota amantii islaamaa baratanii barsiisan fi ulamaa'ii gurguddoo oomishaa addunyaa dhaaf dhiheessaa jirti.

By khalid Ahmedin


@Hamzanaik1
@Hamzanaik1

Join godhaa πŸ‘†πŸ‘† akkasuma share waliif godhaa
Forwarded from Hamza Naik official (Na ik)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Nam takka hin jiruu Rahmen kho sii malee
Rakkoo to kha bekhuu ibsaa tokkon malee.



share godhii
@Hamzanaik1
@Hamzanaik1
Forwarded from Hamza Naik official (Na ik)
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
hoggaa san siif galaa rabbii malee atii akka namuun qabnee πŸ˜‡



sharee godha
@Hamzanaik1
@Hamzanaik1
Forwarded from Hamza Naik official (Na ik)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Dhabuun mallaqa nama tuffachiisa
dhugaa khe dhokeysee haqaa khe ballessaa 🀐



@Hamzanaik1
@Hamzanaik1
2025/06/29 18:54:05
Back to Top
HTML Embed Code: