Telegram Web Link
Nami tafsiira baratuu fedhu yaroo gabaabaa keessatti linkii kana irraa argachuu dandeessanπŸ–
Forwarded from Suheyba Adam(su) (Suheyba Adam 9B)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
JoinπŸ‘‡πŸ‘‡ godhi waan gaggari afaan keetin arkachuf barachuf sher godhunis nama biran naaf gahi

JoinπŸ‘‡πŸ‘‡
@suheybaAdam
@suheybaAdam
Forwarded from Hamza Naik official (Hamza naik)
Watch "Motivetional_video_in_afaan_oromoo_part 2" on YouTube
https://youtu.be/IJuPNiqARGo
Forwarded from Muslim ibnu Shamsuddiin (Muslim ibnu Shamsuddiin)
ℍ𝕒𝕒𝕒 ℍ𝕒𝕒𝕕𝕙𝕒𝕒

Haadha Isaa Bilisa Baase ...
SEENAA BAREEDDUU KANA DUBBISII SHARE GODHI
Bara Nabi Muhammad S.A.W Keessa Sahaabaa Beekamaa Tokko 'tu Ture
Sahaabota Hunda Isaanii Caaluun Heddumminaan Namni Hadiisa Rasuulaa Odeesse Isa Ture
1. Maqaan Inni Ittiin Beekamu Abu Hureyra Dha
Abu Hureyra 'n Yeroo Amantii Islaamaa Qeebalan Ilmaanis Haadha Manaas Hin Qabu Ture
Kan Inni Jiraatu Haadha Isaa Waliini Garuu Haati Isaa Kun Hordoftuu Amantii Islaamaa Hin Turre
Kanaaf Abu Hureyra 'n Akka Haati Isaa Kun Amantii Islaamaa Fudhattee Addunyaa Fi Aakhiraatti Milkooftuuf Hundaa Ol Yeroo Mara Du'aa'ii Godhaafii Ture
Kana Malees Yeroo Mara Dhugummaa Islaamaa Haadha Isaa Kanaatti Lallabaa Ture Maal Godha Garuu Haati Isaa Kun Amantii Islaamaa Fudhachuuf Eeyyamamtuu Hin Turre
Guyyaa Tokko Abu Hureyra 'n Cina Haadha Isaati Taa’ee Tokkichummaa ALLAH Fi Ergamummaa Nabi MUHAMMAD (saw) Akka Amantee Islaamummaa Fudhattu Gaafate
Haati Isaa Garuu Diddaa Ishii Agarsiisuun Dabalataanis Nabi Muhammad 'n Arrabsite
Abu Hureyra 'n Dubbii Haadha Isaatti Dallanuun Boo’aa Gara Mana Nabi Muhammad Deeme
Nabi Muhammad S.A.W Abu Hureyra Argee "Maaliif Boossa?" Jedhee Gaafate
Abu Hureyra 'nis "Gara Amantii Islaamaa 'tti Waamichan Haadha Kiyyaaf Godhe Guyyaa Tokko Illee Addaan Kutee Hin Beeku Garuu Haati Kiyya Yeroo Mara Diddaa Fi Jibbaa Malee Tole Naaf Jettee Hin Beektu
Har’as Akkuman Bardhe Taasifadhe ALLAH 'n Tokkicha MUHAMMAD Ergamaa Allah 'ti Jedhii Muslima Ta’i Jedhee Yeroon Waamu Na Harkaa Qeebaluu Didde Daangaa Dabartee Jecha Isiniif Hin Malle Yeroo Isheen Jettu Dallansuun Niin Boo’e
Kanaaf Yaa Ergamaa Rabbii Maaloo! Haati Kiyya Muslima Akka Taatu Du’aa’ii Naaf Godhaa" Jedhee Boo’icha Isaa Xumure
Rasuullis Haati Abu Hureyra Akka Muslima Taatu Du'aa'ii Godhaniif
Abu Hureyra 'nis Gara Mana Haadha Isaatti Qajeele Balbala Banatee Yeroo Seenu Haati Isaa "ALLAH Malee Gooftaan Haqaan Gabbaramu Akka Hin Jirree Fi MUHAMMAD (SAW) Ergamaa Fi Garbicha Allah Akka Ta'an"
Ragaa Ba'uun Gara Amantii Islaa

Channel arman gadii #Join Godhaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tg-me.com/Muslimibnushamuddiin
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘† JZKL
2025/07/09 03:51:32
Back to Top
HTML Embed Code: