ูุงู ุงูุดูุฎ ุงุจู ุนุซูู
ูู ุฑุญู
ู ุงููู
ใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐ
By ๐๐๐๐๐ https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
๐Namni lubbuusaa miidhe jechuun badii/dilii hojjachuudhaan isii miidhuudha
โโขโขโขโโโขโขโขโขโขโขโโโขโขโขโ
๐Badiidhuma fedhe haata'uu kan ilmi Namaa haa'ojjatu hundi
โโขโขโขโโโขโขโขโขโขโขโโโขโขโขโ
โฆWaajiba dhiisuu haa ta'uu
Yookaanimmoo
โฆWaan haraamaa ojjachuu haata'uu
๐Lubbuu ofii miidhe jedhama
โโขโขโขโโโขโขโขโขโขโขโโโขโขโขโ
๐Lubbuu kanatu Amaanaa sitti kennamtedha haala bareedaadhaan Isii tiksuun isii eeguun sirratti dirqama
โโขโขโขโโโขโขโขโขโขโขโโโขโขโขโ
๐Yoo akka feete akka isiin badii keessa sesseentu eeyyamteef ati haqa isii balleessite isii miite jechuudha
โโขโขโขโโโขโขโขโขโขโขโโโขโขโขโ
Shek useyminii R.H
ใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐ
Miseensa keenya Akka taatanu kabajaafi jaalalaan isin
affeerraa๐๐๐๐๐
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA

Telegram
โชBAREEDINA ISLAAMUMMAA๐
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Forwarded from Ibsa Abdi ๐ Official
EEGAN DU'EE BOODA
IBIDDAAN NAGUBAA
โขโขโโโโโโขโขโพโขโขโโโโโโขโข
Rasuulli s.a.w Akkana jedhan:
โขโขโโโโโโขโขโพโขโขโโโโโโขโข
โGurbaa tokko kan takkaa kayirii tokko hin ojjannetu jira..
Firoottan isaatiin akkas jedhe:
hoggaanan du'e Nagubaatii daaraa kiyya
gariisaa Bahriirratti
gariisaa ammoo
bakkee guddaa/dirree ballaa keessatti yeroo akkaan qilleensi jabaatu achitti facaasaa,
โขโขโโโโโโขโขโพโขโขโโโโโโขโข
Wollaahii yoo Rabbiin dandee'ee daaraakoo kana bahararraafi dirree ballaa kanarraa wolitti qabee nakaase kana nagaafatu tahe qixaaxa takkaa nama tokkollee hin qixaaxne naqixaaxa jedhe
โขโขโโโโโโขโขโพโขโขโโโโโโขโข
โYoggaa inni du'u akkuma inni jedhe gubaniiti daraa isaa garii bahara garii ammoo yeroo qilleensi akkaan qilleensa'u dirree ballaarra facaasan
โขโขโโโโโโขโขโพโขโขโโโโโโขโข
โRabbiin dachii waan sirratti facaafame hunda bakka tokkotti wolitti qabi jedhee ajajee isiinis wolitti qabde bahriis ajajee waan isii keessatti facaafame wolitti qabde
โขโขโโโโโโขโขโพโขโขโโโโโโขโข
โEega bakka cufarraa wolitti qabamee booda Rabbiin s.w Maaliif akkas goote/maaltu akkana gochuurratti sikaase jedheenii namicha kana gaafate
โขโขโโโโโโขโขโพโขโขโโโโโโขโข
โInnis
Yaa Rabbiikoo sodaadhuma keetika sin sodaadheetin
akkas godhee
Atuu nibeekta jedheen๐ญ
โขโขโโโโโโขโขโพโขโขโโโโโโขโข
โRabbiinis S.W eega ati sodaa kiyyaaf jecha akkas if gootee anis siif araarameera jedheen
โขโขโโโโโโขโขโพโขโขโโโโโโขโข
{Bukaariifi muslimtu gabaase}
โขโขโโโโโโขโขโพโขโขโโโโโโขโข
โYaa Rabbiikeenya nuufis Rahmatuma keetiin badii keenya hunda Nuuf araaramikaa adaraa yaa Rahmaan keenya
โขโขโโโโโโขโขโพโขโขโโโโโโขโข
Miseensa garee keenyaa taatanii seenaa babbareedaafi gorsa adda addaa akka argattan
๐kabajaafi jaalalaan๐
isin affeera๐๐๐๐

Forwarded from AL~ITQAN DAWA GROUP (Abu Ali)
YouTube
Nama Obsa qabu Rabbiin ni fura | Seenaa Ajaa'ibaa
Original Vedio : https://youtu.be/LKuQhbM7CnA
ุงููู ุตูู ูุณูู ุนูู ู ุญู ุฏ !
Obboleeyyan Kiyyaa Kabajamoo fi qaqqaalii โค๐น Rabbiin bakkuma jirtan hundattuu isin haa tiisuu waanni takkalleen 10isinin dhibin du'ai teessan babbareedduu saninniin nun irraanfatinaaโฆ

๐GORSA
๐๐๐๐๐
โโโ โ โตโ โ โโโตโ โโโ
By @B_ISLAAMUMMAA
๐WAAN SADII HIN SE'IIN
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
โพNama beektu hunda firakee
โพKan silolu hunda dinakee
โพNama badiirraa sidhorku ammeenyaaf hin se'iin
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
๐WAAN SADII SITTI HIN FAKKAATIIN
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
โพDudubbachuun beekumsa
โพCallisuun walaalummaa
โพNama kabajuun sodaa sitti hin fakkaatiin
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
๐WAAN SADII HIN HAWWIIN
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
โพFurdinni quufa mitii hin hawwiin
โพAbaarsi eebba mitii hin hawwiin
โพSummiin qoricha mitii hin hawwiin
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
๐WAAN SADII JETTEE HIN TILMAAMIIN
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
โพNama kolfu hunda gammadaa
โพNama dureessa hunda arjaa
โพNama hiyyeessa hunda doqna jettee hin tilmaamiin
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
๐WAAN SADII WAA SADIIF JAALLADHU
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
โพAadaankee eenyummaa keetii jaaladhu
โพAfaan kee mallattoo keetii jaaladhu
โพSabni kee dhiiga keetii jaaladhu
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
๐WAAN SADII HUBATTU MALEE HIN SEENIIN
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
โพDubbii keessa hin beekne
โพBishaan gadi fageenyasaa hin beekne
โพImala daandii isaa hin beekne hubattu malee itti hin seeniin
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
๐WAAN SADII WAA SADIIF SODAADHU
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
โพHolqa mukaa bofaaf sodaadhu
โพBeekaan nama hin dhiisu gowwaa dubbiif sodaadhu
โพObbolaa wal-lolan garaa haadhaaf sodaadhu.
Channel keenya ๐join godhadhaa
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
๐๐๐๐๐
โโโ โ โตโ โ โโโตโ โโโ
By @B_ISLAAMUMMAA
๐WAAN SADII HIN SE'IIN
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
โพNama beektu hunda firakee
โพKan silolu hunda dinakee
โพNama badiirraa sidhorku ammeenyaaf hin se'iin
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
๐WAAN SADII SITTI HIN FAKKAATIIN
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
โพDudubbachuun beekumsa
โพCallisuun walaalummaa
โพNama kabajuun sodaa sitti hin fakkaatiin
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
๐WAAN SADII HIN HAWWIIN
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
โพFurdinni quufa mitii hin hawwiin
โพAbaarsi eebba mitii hin hawwiin
โพSummiin qoricha mitii hin hawwiin
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
๐WAAN SADII JETTEE HIN TILMAAMIIN
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
โพNama kolfu hunda gammadaa
โพNama dureessa hunda arjaa
โพNama hiyyeessa hunda doqna jettee hin tilmaamiin
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
๐WAAN SADII WAA SADIIF JAALLADHU
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
โพAadaankee eenyummaa keetii jaaladhu
โพAfaan kee mallattoo keetii jaaladhu
โพSabni kee dhiiga keetii jaaladhu
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
๐WAAN SADII HUBATTU MALEE HIN SEENIIN
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
โพDubbii keessa hin beekne
โพBishaan gadi fageenyasaa hin beekne
โพImala daandii isaa hin beekne hubattu malee itti hin seeniin
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
๐WAAN SADII WAA SADIIF SODAADHU
โโโ โ โตโ โ โโ โโตโ โโโ
โพHolqa mukaa bofaaf sodaadhu
โพBeekaan nama hin dhiisu gowwaa dubbiif sodaadhu
โพObbolaa wal-lolan garaa haadhaaf sodaadhu.
Channel keenya ๐join godhadhaa
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Telegram
โชBAREEDINA ISLAAMUMMAA๐
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Forwarded from Ibsa Abdi ๐ Official
Namni guddatee bakka ati geesse gahuu hawwu haasida hin jedhamu
เค เค เค เค เค เค เค เค เค เค เค เค เค เค เค เค เค เค เค เค เค เค เค เค เค เค เค
Haasida jechuun Nama akka inni kasaaretti akka atis kasaartu barbaaduudha
๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
โฆDhugaa ykn soba
Jedhii deebisi

ใIRRA JABAA DHIIFAMAA SEENAA KEESSATTIใ
โฏโขโโขโโโขโโโขโฐโฑโขโโขโโขโโขโโฏ
โSeenaa bareedduu kana dubbistee SHARE gootu malee bira hin dabrin JZK..
โฏโขโโขโโโขโโโขโฐโฑโขโโขโโขโโขโโฏ
โงGuyyaa tokko sahaaboonni rasuulaa S.a.w Iddoo tokko taa'anii wajjiin haasa'aa turan. Osoo wajji haasawaa jiranii, Haasawa keysatti Abuu zarrii fi Bilaal walitti mufatan/aaran. Yaroo kana abuu zarri "yaa gurraacha, Ilma gurraachaa" atis anaan mormitaa jedhee bilaaliin arrabse!
โฏโขโโขโโโขโโโขโฐโฑโขโโขโโขโโขโโฏ
Yaroo kana bilaaliis hedduu aare, baay'ee mufatee, Osoo waa takka hin dubbatin masjiida dhaqe. Yaroo masjiida ol seenu rasuula S.a.w agaree,
yaa ergamaa rabbii! Waan abuu zarri naan jedhee ati dhageeysee ?! Jedheen.
โฏโขโโขโโโขโโโขโฐโฑโขโโขโโขโโขโโฏ
Yaroo kana rasuulliniis S.a.w "maal siin jedhe?" isaan jannaan
- yaa gurraacha, ilma gurraachaa jedheeti na'arrabse Jedhee itti himnaan, Nabiyyiin S.a.w Hedduu aaree, fuulli isaa gurraachoome.
โฏโขโโขโโโขโโโขโฐโฑโขโโขโโขโโขโโฏ
Bilaal erga xiqqo isaan bira turee booda ka'ee biraa deeme. Eega bilaal deeme booda abuu zarriis masjiida dhufe.
โฏโขโโขโโโขโโโขโฐโฑโขโโขโโขโโขโโฏ
Yaroo inni masjiida ol seenu ergamaan S.a.w
- Yaa abuu zarri haadha isaatiin isa arrabsitaa ?ati wallaalummaa jaahilummaattu sikeessa jira Akkamitti haadha isaatiin bilaal arrabsita ?! Jedhee isaan lole.
โฏโขโโขโโโขโโโขโฐโฑโขโโขโโขโโขโโฏ
Abuu zarri boohee akkana jedhe Yaa ergamaa rabbi dhiifama naaf godhi
Eegasii masjida irraa boohaa
Bilaal bira dhufee mallaa/Maddii isaa biyyee irra kaahee akkana jedhe
โฏโขโโขโโโขโโโขโฐโฑโขโโขโโขโโขโโฏ
wallaahi Yaa bilaal mallaa kiyya ol hin fudhadhu haga miila keetiin narra ejjattutti ati nama kabajamaadha anatu nama salphataadha !!
Bilaalis boohee isatti dhiyaatee olqabee mallaa san dhungatee akkana jedheen wallaahi fuula rabbiif jecha sujuuda tokko sujuude irra hin ejjadhu eegasii olka'anii wal hammatanii boohan !!
โฏโขโโขโโโขโโโขโฐโฑโขโโขโโขโโขโโฏ
Nuti arra gariin keenya garii arrabsaa Yaa obboleessa kiyya yookaa obboleettii tiyya dhiifama naaf godhi hin jennu
โฏโขโโขโโโขโโโขโฐโฑโขโโขโโขโโขโโฏ
Gariin keenya garii madeessa madaa guddoo dhiifama naaf godhi hin jedhu dhiifama jechuu ni saalfata .
Daqiiqaa tokko yeroo kee irraa waan hin fudhanneef
โฏโขโโขโโโขโโโขโฐโฑโขโโขโโขโโขโโฏ
๐JOIN๐ Godhuu
โฏโขโโขโโโขโโโขโฐโฑโขโโขโโขโโขโโฏ
hin dagatinaa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐

Forwarded from Sharef Abdumalik
Yaa rabbii akkuma nabi ibraahim ibidda kessa baaftetti nabi ayyub dhukkubarra fayyiftetti nabi yuusuf hidharra baafte mooti gootetti yaa rabbi jawaaris nu fayyisi hidhaa nuuf baasi...!!!
โ:::::::::::::โโ๏ทฝโ โ:::::::::::โ
ฤลลลร
DHUKA QABDU
โฏโขโโโโขโโโขโฐโฏโฑโขโโโขโโโฏ
BYโ @B_ISLAAMUMMAA
โฏโขโโโโขโโโขโฐโฏโฑโขโโโขโโโฏ
โImaamu ashaafi'iin akkas jedhu Rahima hullaahu
โฏโขโโโโขโโโขโฐโฏโฑโขโโโขโโโฏ
โNama Milkaa'aa ta'uu yoofeete
โฏโขโโโโขโโโขโฐโฏโฑโขโโโขโโโฏ
โ Yoggaa gammadde shukrii godhi
โ Yoggaa yaaddofte sabrii godhi
โ Yoggaa callifte tafakkura godhi
โ Yoggaa dubbattu zikrii godhi
โ Hanga lubbuun jiraattu qaalii/ajaja Rabbii keetii godhi
โฏโขโโโโขโโโขโฐโฏโฑโขโโโขโโโฏ
โAkka allaattii ta'i kan Rizqiisii ganamaafi galgala argattu
โKan boriifimmoo hin yaaddofne
โkan namtokko hin cinqine
โDuniyaa keessatti akka nama biyyarraa fagaatee jiruu ta'i
โykn akka nama karaa deemaa jiruu ta'i
โฏโขโโโโขโโโขโฐโฏโฑโขโโโขโโโฏ
โHogguu salaata salaattu akka nama salaata dhaammannaa โykn salaata irraa boodaa salaatuutti salaati
โฏโขโโโโขโโโขโฐโฏโฑโขโโโขโโโฏ
โHoggaa Raftu Akka nama shahiideetti Rafi
โDubbii itti sheenoftu/Gaabbitu hin dubbatin
๐Hin dagatin
โHasbunallaah womi'imal wokiil jechuun
โ Ibidda namarraa dhaamsiti
โBahrii nama garraqe keessaa nama baafti
โIsiidhaan karaan namaaf ifti ..
โฏโขโโโโขโโโขโฐโฏโฑโขโโโขโโโฏ
#รรลฤจฤจฤครร
Byโโโโโโโโโ
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
ฤลลลร
DHUKA QABDU
โฏโขโโโโขโโโขโฐโฏโฑโขโโโขโโโฏ
BYโ @B_ISLAAMUMMAA
โฏโขโโโโขโโโขโฐโฏโฑโขโโโขโโโฏ
โImaamu ashaafi'iin akkas jedhu Rahima hullaahu
โฏโขโโโโขโโโขโฐโฏโฑโขโโโขโโโฏ
โNama Milkaa'aa ta'uu yoofeete
โฏโขโโโโขโโโขโฐโฏโฑโขโโโขโโโฏ
โ Yoggaa gammadde shukrii godhi
โ Yoggaa yaaddofte sabrii godhi
โ Yoggaa callifte tafakkura godhi
โ Yoggaa dubbattu zikrii godhi
โ Hanga lubbuun jiraattu qaalii/ajaja Rabbii keetii godhi
โฏโขโโโโขโโโขโฐโฏโฑโขโโโขโโโฏ
โAkka allaattii ta'i kan Rizqiisii ganamaafi galgala argattu
โKan boriifimmoo hin yaaddofne
โkan namtokko hin cinqine
โDuniyaa keessatti akka nama biyyarraa fagaatee jiruu ta'i
โykn akka nama karaa deemaa jiruu ta'i
โฏโขโโโโขโโโขโฐโฏโฑโขโโโขโโโฏ
โHogguu salaata salaattu akka nama salaata dhaammannaa โykn salaata irraa boodaa salaatuutti salaati
โฏโขโโโโขโโโขโฐโฏโฑโขโโโขโโโฏ
โHoggaa Raftu Akka nama shahiideetti Rafi
โDubbii itti sheenoftu/Gaabbitu hin dubbatin
๐Hin dagatin
โHasbunallaah womi'imal wokiil jechuun
โ Ibidda namarraa dhaamsiti
โBahrii nama garraqe keessaa nama baafti
โIsiidhaan karaan namaaf ifti ..
โฏโขโโโโขโโโขโฐโฏโฑโขโโโขโโโฏ
#รรลฤจฤจฤครร
Byโโโโโโโโโ
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Telegram
โชBAREEDINA ISLAAMUMMAA๐
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Forwarded from Hamza Naik official (Hamza naik)
Watch "Abdurhaman muca rasasan mataa keysa dhahame magalaa dirre dhawa ganda garadattivideo isaa" on YouTube
https://youtu.be/roXyFHa0pmQ
https://youtu.be/roXyFHa0pmQ
Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu
Kabajamtoota obboleewwan diinii
Kan finyoon islaamummaa wolitti nuhidhe kan bu'uura amantii keessanii baruu barbaaddan hundaaf nutis karaa bareedaa ta'een bu'uura amantii keenyaa isin barsiisuudhaaf qoppii hunda xumurree isiiniif dhihaanneerra kan isiniif ta'u filattanii hordofuun isinirraa eegama Mata duree asii gadii kana keessaa kan barbaaddan filadhaatii tuqaa hundinuu jira
๐กBarnoota Aqiidaa ๐ก
๐กBarnoota Salaataa ๐ก
๐กBarnoota seenaa/siiraa ๐ก
๐กBarnoota waa'ee iimaana๐ก
๐กBarnoota Toowbaa ๐ก
๐กBarnoota Waa'ee Taqwaa๐ก

Watch "Jollee rasasaan dhahamte video isanii ifii hiriraa guyya isnina halkan irra sa'a 3" on YouTube
https://youtu.be/eJ7PeNn5keE
https://youtu.be/eJ7PeNn5keE
Forwarded from โชBAREEDINA ISLAAMUMMAA๐
๐คDHIIFAMA NAMAAF GODHUU
โโโโโโโโโโโโโโโ
Byโโ BAREEDINA ISLAAMUMMAA
โโโโโโโโโโโโโโโ
โพNamaaf dhiifama godhuun haala(amala)Nama
gurguddaatiโhayyootaatiโ
akkasumas haala Namaa Bektotaati.
โโโโโโโโโโโโโโโ
โErgamaa Rabbii
(S.A.W) wal dandahuu dhiifama walii godhuu fi waan toltuu hojjatuu akkasumas
waan hamtuu(hammeenya) dhiifamaan deebisuu keesatti fakkeenya gaarii dalagan.
โโโโโโโโโโโโโโโ
โFakkiiwwan Seenaa Ergamaa Rabbii(S.A.W) dhiifama namaa godhuu
keesatti kan warra Makkaatiif Guyyaa banamiinssa Makaa dhiifama godhan.
Wal dandahuu keesatti irra jabaan Barnootaa kan Ergamaa Rabbii (S.A.W) Guyyaa
Makkaan banamte akka laakofa hijraatti Bara saddeetaffaa keessatti kan argameedha,
โโโโโโโโโโโโโโโ
โyaroo Ergamaa Rabbii (S.A.W) fi Waahiloottan(Sahaabota) isaa warrii Makkaa rakkoo
adda addaatiin miidhaa turan akkasumas biyyaa fi qabeenya isaanii irraa
baasan,karaa adda addaatiin isaanirratti miidhaa geessisaa turan,
โโโโโโโโโโโโโโโ
โeega Rabbiin Ergamaa (S.A.W) isaatii tumsee booda warrii isaa fii sahaabota isaa cinqaa turan harka isaatti boojeโaman innis isaan hidhuu dhiisee,waan isaan miidhaa adda addaa erraan gahaa turan hundaa amala isaa gaarii taheen dhiifama godheef,akka dhaloota isaan booda dhufaniif barnoota tahutti.
โโโโโโโโโโโโโโโ
โAkkasuma wantii isaan dalagan kun
guddina namuummaa isaanii calanqisa, osoo dandeettii qabannuu jibbaa fi diinummaa irraa fagaatanii dhiifama godhanii erra darbaniif .
โโโโโโโโโโโโโโโ
โNama nama miidheef dhiifama godhuun akkasumas Nama hamtuu namatti yaadeef irra dabaruun feedhii lubbuu injifatuu fi Rabbii olโaane irraa dhiifama
barbaaduuf jecha malee waan laafaa miti,
dhiifama Namaa godhuu kan dandahu
Nama AmantiinโIimaanniโ isaa jabaa malee namni hundi hin dandahu,
โโโโโโโโโโโโโโโ
โAti hoo Akka Ergamaan Rabbii (S.A.W) tahu ni barbaaddaa?
Yoo barbaadde ammumarraa kaasii/eegaliiti Akkuma isaaniitti erra namaaf dabruu yaali
โโโโโโโโโโโโโโโ
Rabbiin haalaafi amala keenya nuuf haa bareechu
โโโโโโโโโโโโโโโ
โ Gorsa babbareedoo Isin fayyadan argachuuf chanel keenya asii gadiikana๐๐ join
godhadhaa
โฃโฃโฃ โฃโฃโฃ โฃโฃโฃ โฃโฃโฃ โฃโฃโฃ โฃโฃโฃ โฃโฃโฃ

ใSeenaa Akkaan Bareedduuใ
=======================
BarataanYunivarsiitiiTokko barsiisaa isaa
kan tahe "piroofeesera,, tokko wajjiin
iddoo bashannanaa taa'ee haasawa.
โ======โ====โขโโข===โ======โ
โ"Piroofeesarichi,, kun barattoota isaa
hunda keessaa barataa kana waan sirritti jaalatuuf akka hiriyyaatti godhee ofitti dhiheessa.
Osoo taa'anii wajji haasawan
fuuldura isaaniitiin hojjataa qulqulleessaa kan tahe namichi tokko kophee isaa baafatee kan biqiltuu fii marga naannoo haara galfannaa sana jiru kunuunsaa jiru argan.
โ======โ====โขโโข===โ======โ
โ"Barataan,, kun barsiisaa isaatiin akkana jedhe.
"Barsiisaa nuti lachuu har'a
mukoofnee jirra. Maaliif akkana hin goone?
โ======โ====โขโโข===โ======โ
โNamicha kana kophee isaa kana jalaa fuunee eega dhoksinee booda
yommuu kophee isaa dhabu waan inni tahu maaf hin ilaalle?"
โ======โ====โขโโข===โ======โ
โ "Piroofeesarichis,, barataa isaa gateettii irra qaqqabaa โฝ"Yaa jaala koo hagam tokkoyyuu mukoofnee jiraannus harka qalleeyyii dararaatiin mukuu bahuu yookiin immoo gammaduu hin qabnu.
โ======โ====โขโโข===โ======โ
โทMee haga san nuti mallaqa qabna waan
taheef mallaqa keenya kanaan
gammachuu kanaa olii haa barbaannuu!
โ======โ====โขโโข===โ======โ
โDeemii kophee namicha kanaa keessa
osoo inni hin argin mallaqa keessa kaahiiti deebi'i.
Sana booda yommuu kophee isaa deebi'ee godhatu waan inni tahu dhokannee wajji ilaallaa jedheen.!!
โ======โ====โขโโข===โ======โ
โ"Barataanis,, deemee akka barsiisaan isaa jedhe sanatti mallaqa hedduu fuudhee
osoo namichi isa hin argin kophee namichaa keessa kaayeetiin deebi'e.
Sana booda dhokatanii haala namichaa cal jedhanii hordofuu jalqaban.
โ======โ====โขโโข===โ======โ
โ"Namichis,, dalagaa isaa xumuree kootii isaa itti fufa...
Liinkii gadiikana tuqaatii seenaa bareedduu kana
xumuraa๐๐๐๐๐๐