Forwarded from Eid Ali Musa
Jireenya kana kessati yeroo takka takka wali mufiin ni dhufti yeroo san jireenyi ni bada jechu miti qormaata xixiqqaa jireenya kessatti si mudatu waan taheef
Waliif beeku
Walif hubachu fi
Wal tasgabeeysuutu caala yeroo san
Mufiin dhufuus hamtuu osoon tahin keeyruma yaadi ati
By edu ali musa
www.tg-me.com/edualimusa

Forwarded from Hamza Naik official (Musab M99)
Dubaratii maqaan isii KIRSIDA RODRIGUEZ ja.amtu osoo dhukkuba cancer qabamtee hin duin dura text isiiin barreeysite
((✍An irra qaalii makkiinaatiin qaba garuu amma wheelchair 👩🦽 deema.
✍Huccu fi khobee design haarawaan qaba garuu amma qaamni kiyya huccuu hospitala keeysa uffataniin shaffanamee jira.
✍mallaqa heddun qaba garuu malleyni kiyya san na fayyaduutti hin jiru.
✍manni khiyya guddina keeysa masaraa (palace) fakkaata garuu an amma Mana siree 2 qofa fuudhu kheeysaan jira.
✍hotela five star (5⭐) irraa gama hoteela five star biraatti jijjiiraatin fayyadamuu ture arra garuu hospitaala tokkorraa gama hospitaala biraattin jijjiiramu jira
✍daleyduu toorbaan qaba tanuma rifeensa khiyya qofa tottoolchitu arra garuu rifeensuma sanuuhuu hin qabu.
✍nyaata adda addaatin firijaa keysaa qabaachu ture. Arra garuu kiniina fi shiroobbii qofaan fayyadamu jira.
Manni khiyya,makiinaan tiyya,dahabaa fi maallaqni khiyyaas takka dhukkuba khiyyaaf nan fayyannee))jattee barreysite
Fayyaa kha namaaf khannu rabbuma..
Rabbiin

Aduun ganamaa ifuuf hanqa ati hirriibaa katuu sin eeyduu
Guyyaan dhiyuuf hanqa ati hujii fixxuu ja.e sin eegu
Yeroon numa deemti yeroo tee itti fayyadami
Atis gauyya kee hujii keeyriitiin eegali
Toltu dalaguu irratti nama hin eegin itti fufi
By edu ali musa
www.tg-me.com/edualimusa
Guyyaan dhiyuuf hanqa ati hujii fixxuu ja.e sin eegu
Yeroon numa deemti yeroo tee itti fayyadami
Atis gauyya kee hujii keeyriitiin eegali
Toltu dalaguu irratti nama hin eegin itti fufi
By edu ali musa
www.tg-me.com/edualimusa
Forwarded from Eid Ali Musa
Namni haalaan rakkate yoo sitti dhufee
Waan dandeeysun simadhu gargaari
Hammadhuu gammachiisi
Tarii si beekullee baatu narra wayya jaetuma waan si dhufeef
Kan abdatan rabbumaa garuu rakkataa yoo garte gargaari
Horaa bulaa
carraa tolaa
By edu ali musa
www.tg-me.com/edualimusa
Waan dandeeysun simadhu gargaari
Hammadhuu gammachiisi
Tarii si beekullee baatu narra wayya jaetuma waan si dhufeef
Kan abdatan rabbumaa garuu rakkataa yoo garte gargaari
Horaa bulaa
carraa tolaa
By edu ali musa
www.tg-me.com/edualimusa
Forwarded from Eid Ali Musa
Yoo beelaa baasu dadhabde nama nyata israafu hin tahin
Yoo dheebuu baasu hin dandeenye dhaga boolla bishaani ittiin cufan hin tahin
Dandeeysu gaari dalagi
Dahabduu dhiisi
Horaa bulaa
Carraa tolaa
By edu ali musa
www.tg-me.com/edualimusa
Yoo dheebuu baasu hin dandeenye dhaga boolla bishaani ittiin cufan hin tahin
Dandeeysu gaari dalagi
Dahabduu dhiisi
Horaa bulaa
Carraa tolaa
By edu ali musa
www.tg-me.com/edualimusa
Forwarded from Eid Ali Musa
Namni gaarii facaase gaari murata
Namni hamtuu facaasee hamtu murata
Garii murachuuf garii facaasi gaarii dalagi
Horaa bulaa
Carraa tolaa
By edu ali muss
www.tg-me.com/edualimusa
Namni hamtuu facaasee hamtu murata
Garii murachuuf garii facaasi gaarii dalagi
Horaa bulaa
Carraa tolaa
By edu ali muss
www.tg-me.com/edualimusa
Forwarded from Eid Ali Musa
Imimmaan dhiiraa
Yeroo takka takka dubbiin jabaatte ija dhiiraa kessaa imimmaan gad roobsitu
Dhiirti rakkoo kessaa isaa gubde hogaa akka itti ibsu dhabe al takka takka imimmaan roobsa
Imimmaan buusuun dhiiraa ammoo laafina yokaan dadhabinaa miti beeki
Akka ini ciniinnatee galma gahu godha
Akka tattaafate galma gahuu godha
Akka if jijjiire biyya jijjiru godha
Yaa ilmaa dhiiraa abdiin murin
Hariiroo si fi rabbi jidduu jirtu cimsii
Tattaafi tee itti fufi galma yaadde ni geeysa

Waani adunyaa tanarra jiru marti harka rabbi jirti . Sirra waan siif gaari tahe isa si uumetu beeka hin yaadin hin hiraarin rabirratti lakkisi
Ammo sababa godhi
Ni milkooyta
Galma ni geeysa
Horaa bulaa
Carraa tolaa
By edu ali musa
www.tg-me.com/edualimusa
Ammo sababa godhi
Ni milkooyta
Galma ni geeysa
Horaa bulaa
Carraa tolaa
By edu ali musa
www.tg-me.com/edualimusa
Maqaan nabii keenyaa hadiisa sahiihatti.
{ ﻗﺎﻝ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ ﻟﻲ ﺧﻤﺴﺔ ﺃﺳﻤﺎﺀ ﺃﻧﺎ ﻣﺤﻤﺪ ﻭﺃﺣﻤﺪ ﻭﺃﻧﺎ ﺍﻟﻤﺎﺣﻲ ﺍﻟﺬﻱ ﻳﻤﺤﻮ ﺍﻟﻠﻪ ﺑﻲ ﺍﻟﻜﻔﺮ ﻭﺃﻧﺎ ﺍﻟﺤﺎﺷﺮ ﺍﻟﺬﻱ ﻳﺤﺸﺮ ﺍﻟﻨﺎﺱ ﻋﻠﻰ ﻗﺪﻣﻲ ﻭﺃﻧﺎ ﺍﻟﻌﺎﻗﺐ }
" Ani maqaa shanini qabaa jedhan" rasuulli (salallaahu aleeyhi wa sallam)
• Muhaammed • Ahmed
•Maahii • Haashir • Aaqib
☆ Maahii : jechuun kan rabbiin kufrii sababa isaatiin lafarraa haqu/laffaaa qulqulleessu jechuudha.
☆ haashir: jechuun kan namni isa booda walitti qabmu jechuudha, kan qiyaamaa malee hin jirre.
☆ Aaqib : jechuun isa booda nabiyyiin hin jiru jechuudha.
•imaamu muslim asirratti dabalee maqaa biroo.
• Al-muqaffii • wa nabiyyu rahmaa waan jedhu irratti dabalee ture. aleeyhi salaatu wa salaam
◉Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA

Telegram
☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA🌙
Gorsa babbareedaa
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Seenaa babbareedaafi
Barnoota adda addaa
Inshaa Allaah gargaarsa
Rabbiitiin
isiniif dabarsina
Yadaa yoo qabatan
@YaadaYaadaaBot nun gahaa
Isinis channel keenya
join godhaa nama biraallee...
Forwarded from Eid Ali Musa
Waan dhageeyse cufa dhugaa jette hin fudhatin
Oso dhugaan manaa hin bahin kijibni adunyaa wal gaha addaa baafattu malee hin odeeysin oduu sobaa
Horaa bulaa
Carraa tolaa
Edu Ali Musa
www.tg-me.com/edualimusa
Oso dhugaan manaa hin bahin kijibni adunyaa wal gaha addaa baafattu malee hin odeeysin oduu sobaa
Horaa bulaa
Carraa tolaa
Edu Ali Musa
www.tg-me.com/edualimusa
Forwarded from Eid Ali Musa
Yeroo rabbiin qabeenya si badhaase
Atis nama sii gadii yaadadhu
Harka kee diriirsi
Harka kee kannuu barsiisi
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Atis nama sii gadii yaadadhu
Harka kee diriirsi
Harka kee kannuu barsiisi
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Dhaamsa gabaabaa
ibaadaan maali?
🎙Dhaamsa gabaabaa sheeka keenya irraa.
तततततततततततततत
📍Ibaadaan waan isiif jecha rabbiin nu uumeedha. Ibaadaan maali?
तततततततततततततत
⌚️Daqiiqa 2 gadi fi MB 1 gadi.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
◉Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
तततततततततततततत
📍Ibaadaan waan isiif jecha rabbiin nu uumeedha. Ibaadaan maali?
तततततततततततततत
⌚️Daqiiqa 2 gadi fi MB 1 gadi.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
◉Obboleewwan kiyya
Miseensa Garee keenyaa taatanii barumsa guddaa akka asirraa argattan kabajaafi jaalalaan isin affeera barakallaahu fiikum
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAENSYGcs79hitKn4IA
Forwarded from Eid Ali Musa
Barnoonni ati barachaa deemtu sadarkaa sif dabala
Ilaalcha kee siif bareecha
Kayyoo ful duraaf si kakaasa
Nama guutu si godha
Kanaaf baradhu baradhu baradhu
Horaa bulaa
Carraa tola
www.tg-me.com/edualimusa
Ilaalcha kee siif bareecha
Kayyoo ful duraaf si kakaasa
Nama guutu si godha
Kanaaf baradhu baradhu baradhu
Horaa bulaa
Carraa tola
www.tg-me.com/edualimusa
Forwarded from Eid Ali Musa
~Jechoota hayyootaa
~ Seenaa babbareedduu
~ Jechoota hamilee namaaf kannan
~ Iccitii milkaayinaa
Arkachuun telegram kana join godha
Horaa bulaa
Carraa tolaa
👇👇👇👇👇
www.tg-me.com/edualimusa
~ Seenaa babbareedduu
~ Jechoota hamilee namaaf kannan
~ Iccitii milkaayinaa
Arkachuun telegram kana join godha
Horaa bulaa
Carraa tolaa
👇👇👇👇👇
www.tg-me.com/edualimusa
Forwarded from Eid Ali Musa
Waani akka maatii wajji mana kessa burraaqaa tabachuu nama gammachiisu hin jiru
Ilmaan keeti wajji
Rabbiin hunda keenya gammachuu tana nu haa badhaasu
Harka gama rabbi ol qabame rabbiin duwwaa deebisu nin qanfata
Onnee tee qulqulleeysi kadhaa tee jabeeysi
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Ilmaan keeti wajji
Rabbiin hunda keenya gammachuu tana nu haa badhaasu
Harka gama rabbi ol qabame rabbiin duwwaa deebisu nin qanfata
Onnee tee qulqulleeysi kadhaa tee jabeeysi
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Forwarded from Eid Ali Musa
Milkaawwin waan akka tasaa dhufuu miti
Jabaattee hojjachuu qabda
Jabaattee barachuu qabada
Jabaattee quwachuu qabada
Kayyoo qabachuu qabda
Maaliif akka jiraattu beeku qabada
Haala kanaan milkaayinni dhufa beeki
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Jabaattee hojjachuu qabda
Jabaattee barachuu qabada
Jabaattee quwachuu qabada
Kayyoo qabachuu qabda
Maaliif akka jiraattu beeku qabada
Haala kanaan milkaayinni dhufa beeki
Horaa bulaa
Carraa tolaa
www.tg-me.com/edualimusa
Hin beynee?
Akka Rabbif sujuudu, wanti sam'ifii dachii keessa jiru hundi.
Adu'uufii ji'aa, urjiinis, Gaarot'ifii mukkeenis,Wanni lubbuu qabu kan lafarra yaa'us hundi isaanii dubbii Rabbii dhagayaniiti waan Rabbiin isaan uumef dalagan, Namni hedduunis Rabbiif gad je'ee, isaaf
sujuuda, isaan warra amanee.
Nama hedduu azaabni itti muramee jiraa, isaan kuffaara amanee sujuuduu didee, Nama Rabbin xiqqeesse isa qajeelchuu dhabu'uun, Namni isa guddisu hin jiru.
Rabbiin waan fedhe dalagaa kan fedhe guddiseeti kan fedhe xiqqeessaa.
Namna hedduu azaabni itti muramee jiraa, isaan kuffaara amanee sujuuduu didee Nama Rabbin xiqqeesse isa qajeelchuu dhabu'uun Namni isa guddisu hin jiru.
Al-Hajj 22:18