Forwarded from Magala second hand and new material
Hp core i5
1000 Gb ssd
8 Gb Ram
(Dubai used)
Price 29500
Contact us ππ
@magala31
Or
0931015006
Chanel kenya join godhuuf
@magalasecondhand
@magalasecondhand
1000 Gb ssd
8 Gb Ram
(Dubai used)
Price 29500
Contact us ππ
@magala31
Or
0931015006
Chanel kenya join godhuuf
@magalasecondhand
@magalasecondhand
Forwarded from Milkii Boruu
YouTube
Ω
Ω ΩΩ Ω
ΨΩ
Ψ― ο·Ί Muhammad eenyu ο·Ί || Muaz Abdulfatah || Milkii Boruu
[ @milkiiboruu ]
#muaz_abdulfatah #muhammad #Ω ΨΩ Ψ― #MilkiiBoruu
πͺ Obboleyyan Islaamaa Chainala Milkii Boruu kana irratti Beekkomsa Dunya fi Aakhiratti isiin milkeeysu salphatti argattan.
ππππ
ππTAFSIIRA QURβANAAππ
ππDaβwaa fi Muhadaraaππ
ππFatwaaleeβ¦

Forwarded from ADEROO TECH 2 (Aderoo II)
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Hamza Naik official (Na ik)
β€ Baatiin soomanaa ummata islaamaa biratti iddoo guddaa qabdi. Baatii iimana keessatti haarayoomsatan, baatii namni wal dhabe keessatti dhiifama wal gaafatu, baatii nasriin adda addaa keessatti argamtee dha. Kana wajji wal qabatee seenaa islaamaa keessatti taatee gurguddoo guyyaalee baatii tana keessatti argame tokko tokkoon bareessuu yaalla insha Allah
π Remadana 1
β° Guyyaa akka arraa bara 641 G.C waraanni islaamaa khan amri ibnul aasiin hogganamu biyya Egypt itti banee dha. Zamana khaliifaa islaamaa umar ibnul khaxxaab
π Islaamummaan hanga ammaa biyya Egypt kheessa jiraachuuf kan sababa tahe sababaa baniinsa (fathii) zamana kana arkameeni
π Guyyaa akka arraa bara 712 G.C guyyaa baniinsa (fathiin) biyya andalus (Spain πͺπΈ) itti jalqabdee dha. Hoggaanaa islaamaa mussa ibnu nuseyr nama jadhamuun zamana khaliifaa islaamaa Waliid ibnu Abdulmalik ibnu Marwaan
π Andalus (Spain πͺπΈ) eega islaamummaa fudhattee booda waggaa 800 amantii islaamaatin buluu isii seenaan ni ibsa.
By khalid Ahmedin
@Hamzanaik1

π Taatee Remadana 2
π Guyyaa akka arraa bara 670 G.C biyya Tunisia πΉπ³ keessatti jaarmaya guddaa QEEYRAWAAN jedhamu khan ittiin jalaqabamee dha. Magaalaan jaarmayni kuni keessatti argamu jaarraa 4 magaalaa gudditti islaamaa afrikkaa fi Andalus (spain πͺπΈ) taatee jirti.
π Jaarmeeyni guddaan kuni kaayyoo lamaaf jaarame.
1. waraanni islaamaa akka buufata waraana (kaampii) godhatanii Baniinsa (futuuhaata) adda addaatiif akka isaan gargaaruufi.
2. Akka dhaabbata University islaamaatti fayyadamanii barattoota achitti barataniin Amantaa islaamaa afrikkaa keessa facaasuufi.
Kanaaf hoggaa gabaabsinu khaayyoo lamaafi suniis Jihaadaa fi Da'awaa dha.
π Yeroo ammaa kana Qeeyrawaan kaayyoo jaaramteef guutuu guututti yoo dalagaa hin jiraanellee barattoota amantii islaamaa baratanii barsiisan fi ulamaa'ii gurguddoo oomishaa addunyaa dhaaf dhiheessaa jirti.
By khalid Ahmedin
@Hamzanaik1
@Hamzanaik1
Join godhaa ππ akkasuma share waliif godhaa

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Nam takka hin jiruu Rahmen kho sii malee
Rakkoo to kha bekhuu ibsaa tokkon malee.
share godhii