Telegram Web Link
Ohh God๐Ÿ˜ฑ๐Ÿ™†โ€โ™‚
๐Ÿ”ฅ102โค17๐Ÿ‘6
Jijjiirraan kun isin gammachiisee?

Jijjiirraa gaariidha paawundii miiliyoona 5 qofaan๐Ÿ‘Œ


YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
โค120๐Ÿ˜18๐Ÿ‘7๐Ÿ”ฅ3๐Ÿ˜ข2
Arsenal ๐Ÿค Spain๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ธ

๐Ÿ˜Š๐Ÿ˜Š


YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
โค98๐Ÿ‘8๐Ÿ˜7
๐Ÿ”ŠORO ARSENALโšฝ
Arsenal ๐Ÿค Spain๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ธ ๐Ÿ˜Š๐Ÿ˜Š YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://youtube.com/c/OroArsenal Share @Oro_Arsenal
Arsenal ๐Ÿค Chelsea

Chelsiin qarshii itti dhangalaasee bita nuti waggoota muraasa booda jalaa๐Ÿ˜‹


YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
๐Ÿ˜91โค31๐Ÿ‘3
Kana Beektuu?

Keeppaa Arrizaabaalaagaan riikardii gooli eegdotaa akka qabatee jiru. Jijjiirraan Keeppaan Atileetik Bilbaa'oo irraa gara Chelsiitti bara 2018tti taasise gooli eegaa qaalii addunyaa kanaa yeroo kamuu isa taasisa!

Paawundii miiliyoona 72 (ยฃ72m)


YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
โค95๐Ÿ˜20๐Ÿ‘5๐Ÿ”ฅ1
Raaya fi Keeppaa
Filannoon goolii eegidoota Arsenaal bara dhufu.

You Tube Oro Arsenalโฌ๏ธโฌ๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
๐Ÿ”ฅ155โค27๐Ÿ‘8
๐Ÿ‘3โค2
Ryan Taylor irraa...!

Arsenaal Kontoraata Tiroosaard dheeressuuf marii eegalee jira..Akkasuma Arsenaal ganna kana Taphataa sarara qarqaraa kan barbaadaa jiru yoo tahu, taphataa akkasii bituuf taphataa gurguruu barbaada...Tiroosaard caalaatti Carraan maartiineeliin kilabicha gadhiisuu isaa bal'aa dha



Maartiineelii fi Tiroosaard keessaa 1 deemuu qaba yoo jedhame eenyuun akka deemu barbaaddu?

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค56๐Ÿ‘6
Maaks Daawmaan bara dorgommii dhufuuf karoora sarara gidduu Mikel Arteta keessa jira. Taphataan kun garee garee Jalqabaa waliin gara Eeshiyaatti imaluun shaakala bara dorgommii duraa ni taasisa.


Maddi: Daily Mail


YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค83
๐Ÿ‘Carraan Bara dorgommii dhufu taphataa sarara fulduraa Arsenaal ta'uu akka Fabrizio Romano gabaasetti

Vektoor Gyookireesh 40%
Bebjamin seesko 60%

๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡นFabrizio Romano

โ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค120๐Ÿ˜17๐Ÿ˜ข9๐Ÿ‘3๐ŸŽ‰3๐Ÿ‘2
๐Ÿ‘Keepaa Arrizabalaga Arsenaalitti makamuuf jecha damooza (gaatii) isaa walakaan hirdhisee jira [Hand of Arsenal] gabaase

โ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ”ฅ109โค22๐Ÿ‘5๐Ÿ˜4๐Ÿ˜ฑ3๐Ÿ™1
AC Milan Maartineeliif fedhii qabaachuu isaa Transfer Daily gabaaseera!

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
๐Ÿ‘55๐Ÿ˜ข16โค12๐Ÿ™1
Deco ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
โค50๐Ÿ˜10๐Ÿ™3
โœ…Leenjistootaa Mindaa guddaan kaffalamuuf kessaa lenjisaan Arsenaal mikeel artettan sadarkaa 4ffaa irratti argaama

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
โค105๐Ÿ‘7
โ—ผ๏ธ|| Dhamsaa Degertootaa arsenaaliif !

Arsenaal jijjiirraa taphaata sarara fuldura mallatessuu irratti akka bayye harkifaacha jiru beekamadha kanuma irraa kahun oddefannoo dhugaa hin taane guyyaadha gara guyyaatti bahu irraatti argaamu kanaaf nuti maddotaa amanamoo irraa qofa akka isiniif dheyisinuu hubaatanii obsaan akka nuu eegdaan isiniif dhaamna waan haaraan waan hin jirref qofa callisnee

โ–ซ๏ธAdminoota arsenaal irraa

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
โค102๐Ÿ‘4
Maatii Channel keenyaa kanneen guyyaa borii qormaata Exit Exam fudhattan hundumaaf

Kan Milkiidhaan Xumurtan Isiniif haa ta'u Carraa Gaarii!โค๏ธ

YOU TUBE ORO ARSENAL
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค94๐Ÿ”ฅ5๐Ÿ‘1
Affeerraa suuraa
โค142๐Ÿ”ฅ20
๐Ÿšจ HERE WE GO SOON ๐Ÿ”œ

-Fabrizio Romano

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
โค185๐Ÿ˜11๐Ÿ”ฅ6๐Ÿ†6๐Ÿ‘1
๐Ÿ”ŠORO ARSENALโšฝ
๐Ÿšจ HERE WE GO SOON ๐Ÿ”œ -Fabrizio Romano YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://youtube.com/c/OroArsenal Share | @Oro_Arsenal            | @Oro_Arsenal
๐Ÿšจ Oduu gurguddaa torban kana dhagaahaman keessaa tokko waa'ee Seeskoo ta'a.

[Faabriiziyoo Roomaanoo]

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
โค86๐Ÿ˜14๐Ÿ‘6๐Ÿ”ฅ3
2025/07/10 01:09:20
Back to Top
HTML Embed Code: