https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค104๐8๐6
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐115โค41๐8๐1
Daarektarri Rb Leepziish Maarsel Sheefer murtee Arsenaal saffisiisuuf jecha kilaboota Sa'udii irraa Seeskoo fudhachuuf gaaffiin akka isa qaqqabe miidiyaaleef ibseera.
- Handofarsenal
YOU TUBE ORO ARSENAL๐ ๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
- Handofarsenal
YOU TUBE ORO ARSENAL
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐62โค20๐ฅฐ3
Benjamin seskon gaaffii Al-hilal irraa dhiyaateef kuffiisee jira. (daily star)
You tube Oro ARSENAL ๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
You tube Oro ARSENAL ๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
โค87๐8
๐จ BREAKING NEWS | Benjamiin Seeskoon gaffii jijjiraa kilabaa sa'uudii Al Hilaal irraa dhiyyateef kufaa tasisee jira
YOU TUBE ORO ARSENAL๐ ๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
YOU TUBE ORO ARSENAL
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค122๐15๐ฅ9๐ฑ3
Daavid Raayaan tarree gooli eegdota qaqqaalii Awurooppaa keessatti ramadamee Jira.
โMaddi Score90
Arsenal ๐ด
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
โMaddi Score90
Arsenal ๐ด
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
๐56โค14
Martin Zubimendi ๐ฅ
Jalqabbii bara kanaatti kileebota heedduu irraa Liverpool dabalatee gaaffiin si barbaanna jedhu dhi'aateefi ture; garuu deebiin isaa salphaa ture an eessayyuu deemuu waanan hin barbaadneef na dhiisaa kan jedhu ture!
Gaafa Arsenal irraa gaaffiin si barbaannaa dhihaatuuf garuu irra deebi'ee yaaduun illee isa hin barbaachifne!
Maal kana qofa Warri Madrid utubaa garee keenyaa si godhachuu barbaanna waan taheef yoo yaadakee kan jijjiirtu tahe balbaalli keenya siif banaadha jedhanis mucaatti homaa hin fakkaanne๐คทโโ๏ธ
T-shirt Arsenal uffatee Emirates irratti taphachuu qofaaf gaaffii Liveerpoolif Real Madrid kan kuffise!
Martin Zubimendiโค๏ธโ๐ฅ

โค256๐15๐10๐ฅ8๐7๐ฅฐ4
Audio
Sagantaa waa'ee jijjiirraa Keeppaa Arrizaabaalaagaa gaazexeessaa Alaazaar Asgidoomiin dhihaate!
โค59๐ฅ2
Mikel Artetan Rodrygof dinqisifannaa guddaa qaba. Leenjisaan kun dhimma Roodriigoo of eeggannoodhaan kan qorate yoo ta'u, Roodriigoon Arsenaal keessatti urjii guddaa akka ta'u guutummaatti mirkanaa'aadha, gama qarqara bitaa (left wing) irra taphata.
Arteetaan dhuguma, dhuguma Arsenaal ganna kana Roodriigoo akka mallatteessu hin barbaada.
[Maariyoo Korteegaanaa].
Arteetaan dhuguma, dhuguma Arsenaal ganna kana Roodriigoo akka mallatteessu hin barbaada.
[Maariyoo Korteegaanaa].
๐114โค33๐11๐ฅฐ3
Akka score 90 n gabaasetti Wiiliyaam saliibaa Fi gaabreel maghaaleez taphattoota qaqqaalii Sara ittisa gidduu (centre back) Awurooppaa keessatti ramadamanii jiru.
Arsenal ๐ด
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
Arsenal ๐ด
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
โค81๐7
๐ Tilmaamaa Pool Iskools
๐ฃ๏ธPiriimirerliigii bara 2025/26 eenyuutu shaampiyoonaa taโa jette yaadda?
๐ฃ Pool Iskools: Arsenaal shaampiyoonaa Piriimiyerliigii Ingiliiz bara 2025/26 ni ta'a jedheen yaada.
๐ฃArsenaal bara dorgommii sadan darbaniif morkataa waan tureef, qaawwa jijjiirraa kan guutuu yoo taโe, muxannoo bara sadanitti gargaramuu dhan waancaa bara dhufu kan isaaniiti.
You Tube Oro Arsenalโฌ๏ธโฌ๏ธ

๐75โค24๐15๐3๐ฑ1
๐Kiiraan Tiirnii
๐ฃ๏ธMiseensummaa dhan waggaa jahaaf kilabii Arsenaal keessa turuu koof galata qaba. Hojjattootaa, miseensota garee hundii deeggarsa na taasisaniif ulfiina guddaa qaba. Bashannana ture. Kaaba Landan bara baraan baay'een jaalladha ๐โ๐ป

๐ฅ89โค26๐3
Miikeel Arteetaan taphataa Riyaal Maadriid Roodriigoo itti dhiyeenyaan hordofaa kan ture yoo ta'u, Arsenaaliif mallatteessisuuf fedhii guddaa qaba. Arteetaan Roodriigoon Arsenaal keessatti taphataa urjii ta'uu akka danda'u ofitti amanamummaa qaba.
You Tube Oro Arsenalโฌ๏ธโฌ๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
You Tube Oro Arsenalโฌ๏ธโฌ๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
๐79โค29๐ฅ1
Breaking news๐
Sagantaan taphoota pirimeer liigii Ingilaand bara dorgommii 2025/26 ifoomuuf guyyaa 7 qofatu hafe. Roobii waxabajjii 11 sagantaan taphoota waggaaa guutuu ni ifooma jechuu dha.
Arsenaal tapha jalqabaa isaa garee Kam waliin Akka gahu tilmaamuu ni dandeessu.
โ Maddi toora Facebook premier league ti
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
Sagantaan taphoota pirimeer liigii Ingilaand bara dorgommii 2025/26 ifoomuuf guyyaa 7 qofatu hafe. Roobii waxabajjii 11 sagantaan taphoota waggaaa guutuu ni ifooma jechuu dha.
Arsenaal tapha jalqabaa isaa garee Kam waliin Akka gahu tilmaamuu ni dandeessu.
โ Maddi toora Facebook premier league ti
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
๐63โค20๐3
Bakka buโaan Viktor Gyรถkeres, Hasan Cetinkaya, yeroo ammaa Arsenaal waliin walgahii irraa jiru.
Maddi: @cnnportugal irraa
Maddi: @cnnportugal irraa
โค181๐15๐ฅ7๐ฅฐ7๐6
Arsenaal taphataa sarara ittisaa bitaa Ajax Jorrel Hato ๐ณ๐ฑ fudhachuuf fedhii qaba
@FabrizioRomano
You Tube Oro Arsenalโฌ๏ธโฌ๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
@FabrizioRomano
You Tube Oro Arsenalโฌ๏ธโฌ๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
๐ฅ58โค14๐7๐ฅฐ2