Telegram Web Link
Arsene Wenger waa'ee sarara fuulduraa Arsenaal yadaa kenne.

🎙Yeroo ammaa kana taphatota barbaadde jijjiiruun salphaa akka hin taane nan beeka. Yeroo hunda jijjiirraan keessa rakkoo hedduutu jira. Yeroo taphaticha amansiiftu kilabichi kaffaltii jijjiirraa irratti gufuu ta'a. Yeroo kilabicha waliin walii galtan bakka bu’an taphattootaa hanga maallaqa komishinii argataniin gufuu biraa uumuun kilaboota birra waliin mari'atu.

🎙Jijjiirraan yeroo hunda kilaboota, taphattootaa fi leenjistootaaf qormaata guddaadha.

🎙Arsenaal yeroo ammaa bara dhufu sarara fuulduraa isaa cimsuuf gabaa irra jira. Artetaan taphattoota gabaa irra jiran irraa Viktor Gyökeres fi Niikoo Wiiliyams argachuu yoo danda'e Artetaan bara dhufu garee guutuu waliin dorgommii kana seenuu danda'a. Wenger Viktor Gyökeres fi Niikoo Wiiliyams, Artetaan akka mallatteessisuuf gorsa isaa kenneera.

👉Gorsa Wenger irratti walii galtuu?

You Tube Oro Arsenal⏬️⏬️

https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Barattootaa fayyaa fi Ogeessotni fayyaa garee kanaa gadii join godhaa itti fayyadamaa 👇 hiriyoota keessaniif Share
👇👇
@Midwiferyppt
@Midwiferyppt
🚨 Nico Williams Barcelona bara darbe kan dhiheessaniif €12m Damooza waggaa fudhachuuf qophaa’eera!

[Santi_J_FM]

SHARE
@ORO_ARSENAL
Viktor Gyökeres gaaffii jijjiirraa Maanchistar Yunaayitid kuffiseera

Viktor Gyökeres gaaffii jijjiirraa Leenjisaa isaa duraanii kuffisee, taphatichi gara Arsenaal deemuuf fedhii guddaa qaba, kanaaf gaaffii Maanchistar Yunaayitid kuffiseera

You Tube Oro Arsenal⏬️⏬️

https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Arsenaal Viktor Gyokeres walumaa galatti €70M dhiyeessuudhaan gaaffii lammaffaa Sportingif akka dhiyeessu beeksiseera.

@cnnportugal

You Tube Oro Arsenal⏬️⏬️
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
💬💬💬💬💬💬

Passport Haaraa Baasuu Akkasumas Haareffachuuf barbaadduu?

5️⃣Mana keessan Teessanii Isin Galmeessuu Dandeenya

Ashaaraa kennuu qofaaf Deemtu:-
〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️
😀Isin Maal Barbaaddu Filadhaa!

🥇. Paaspoortii haaraa baasuuf
- ❖⭐️ Waraqaa Eenyummaa haaromfame
- ❖ Kaardii guyyaa dhalootaa
- ❖ Lakkoofsa bilbilaa

😀. haaromsuuf
-❖ Suuraa Gurdii
-❖ Koppii paaspoortii
-❖ Lakkoofsa bilbilaa

😀. Kan Bade/hatame deebifachuuf
-❖ Waraqaa Eenyummaa
-❖ Suuraa Gurdii
-❖ Xalayaa ragaa poolisii
-❖ Lakkoofsa bilbilaa

❹. Kan Ijoollee ykn Waggaa 18 gadiif

-❖ Waraqaa Eenyummaa Kan Maatii
-❖ Kaardii guyyaa dhaloota daa'imaa
-❖ Lakkoofsa bilbilaa

❺. Umurii sirreessuuf
-❖ Kaardii guyyaa dhalootaa
-❖ Suuraa Gurdii
-❖ Koppii paaspoortii
-❖ Lakkoofsa bilbilaa

❻. Maqaa jijjiiruuf ykn sirreessuuf
-❖ Suuraa Gurdii
-❖ Koppii paaspoortii
-❖ Waraqaa mana murtii
-❖ Lakkoofsa bilbilaa

💬Odeeffannoo dabalataaf nu bilbilaa
0703155559
| 0911843573 irratti bilbila


💬 @Abi_jss

Fb Dhaan
https://www.facebook.com/profile.php?id=61570779928070

@Urjii_Net
@Abbu_Tech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Arsenaal Mucaa qaxalee Warra PSV Bukaayoo Saakaadhaaf Backup gochuuf gara garee keenyaa fiduu barbaada.

Taphataan Kun Kontiraata isaa PSV keessatti qabu xumuruuf waggaan 1 kan hafuuf yoo tahu Arsenaal Mucaa kana PSV irraa fudhachuuf kilbabni isaa $17 million qofa akka barbaadus beeksifamee jira

Isin maal jettu..Bakaayookoon osoo gara Arsenaal dhufee?

YOU TUBE ORO ARSENAL
👇👇
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Tapha kana Eenyu waliin taphanne?😳
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🎙"Yeroodhaaf malee Arteettaan waancaawwan gurguddaa Arsenaal waliin ni injifata" Jaabii Aloonsoo

Leenjisaan Riyaal Maadriid Jaabii Aloonsoon waa'ee hiriyyaa isaa ijoollummaa kan ta'e fi leenjisaa Arsenaal yeroo ammaa Mikeel Arteettaa yaada isaa kenneera.

🗣" Naannoo nuti itti guddanne keessa taphataa kubbaa miillaan maraataa ta'e tokkotu ture, innis Arteettaa jedhama. Isa waliin seenaa ijoollummaa hedduu qabna, Arteettaan ana caalaa waa'ee kubbaa miillaa beeka. Waan baayyee na barsiiseera, amma lamaan keenya leenjistootadha. Yeroo boqonnaa keenyaatti walargina, walii bilbillas, Ammallee nuti hiriyyaadha. Jedheera.

Aloonsoon itti fufuun " Arteettaan ammatti leenjistoota cimoo addunyaa irra jiran keessaa isa tokkoodha. Arsenaaliin jijjiireera, Arsenaal waliin waancaawwan gurguddaa yeroo inni itti injifatu fagoo miti,dandeettii kana raawwachuu qaba. Inni jijjiiramaa fi milkaa'ina nama barbaaduudha. " Jedheera.


Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Namoonni Group Kana dura baname bituu ykn Gurguruu barbaaddan naaf barreessaa!

Hubachiisa: Grpup keessan Ulaagaa kana dura maxxansine kan guute tahuu qaba

Dm:
@Abi_Jss
#DR1
Yeroo boqonnaa isaa bashannanuun dabarsaa jira
📷 D E C L A N R I C E.
Leisure time

Arsenal 🔴

YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Miira hunda keenyaa!❤️😁
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Mucaan Project Arteettaa jaallatee jira!

Dhugumattis yeroo kanatti Taphataan barbaachisaan nuuf Giyookeeres dha!

Egaa amma Filannoon kan Boordii dha!
Yeroo Kanatti Taphataa baayyee barbaachisaan nuuf eenyuudha?
Anonymous Poll
34%
Seeskoo
66%
Giyookeerees
❤️🤍❤️🤍🔴⚪️🔴⚪️
Baga Guyyaa Abboottii keenyaa Geessan!
2025/07/04 09:21:18
Back to Top
HTML Embed Code: