Telegram Web Link
Miseensi leenjistoota Arsenaal Kaarlos Koostaan โ€‹โ€‹Arsenaal gadhiisee leenjisaa kilabii Serie A Paarmaa taโ€™uf walii galeera.

fabriziorom

You Tube Oro Arsenalโฌ๏ธโฌ๏ธ

https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟTapha Arsenaal bara dorgommii dhufuu isa kana fakkaata.

Isin hoo akkamitti ilaaltu?

๐ŸŽฅโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Tapha jalqabaa bara 2025/26 gara 'Old Traford' imaluun kan taasifnu ta'a!

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Kilabni keenya Arsenal tapha jalqabaa Pirimiyer Liigii Ingilaand bara 2025/26 gara dirree Old Trafford imaluun guyyaa dilbataa sa'aatii 12:30tti Maanchistar Yunaayitid waliin kan taasisu ta'a!

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Taphoota jalqabaa 6

Man Utd (Dirreen ala)
Leeds Utd (Emireetis)
Liverpool (Dirreen ala)
Nottingham (Emireetis)
Man City (Emireetis)
Newcastle Utd (Dirreen ala)

Taphoota jalqabaa 6 kanneen irraa qabxii meeqa arganna jettanii yaaddu?


YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Tapha baniinsaatiin leenjistoota parsantaa injifachuu guddaa qabaniin Miikeel Arteettaan parsantaa 80% injifachuun riikardii gaarii qaba!

โ—‰ 88.9% - Peepp Gaardiyoolaa
โ—Ž 80.0% - Miikeel Arteettaa
โ—Ž 75.0% - Giraahaam Pootar

  [Who Scored]


YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Forwarded from Abbu_promo
Ethiopia keessatti Afaan Oromoon barnoota kamiin barachuu barbaaddu?
๐ŸšจAC Milan bakka bu'oota Paartee waliin haasa'us miindaan isaa guddaa akka tahe amananii jiru. Ammas kontiraata haaraa irratti Arsenaal waliin waliigalteen hin jiru. Taphataan kun torbee kana gara Landanitti ni deebi'a jedhamee eegama.

[HandofArsenal]
๐Ÿ“Š Arsenaal Taphoota 6 old trafford irratti taphateen statistics kana waba

โœ… 2 Moo'ate
๐Ÿค 2 Wal qixa
โŒ 2 Moo'ame

Letss Go Againnn.โš”๐Ÿฟ
โ–ก|| Guyyaa har'aa Aubaan Waggaa 36ffaa isaa kabajachaa jira

HBD ๐ŸŽ‚ โค๏ธโค๏ธ

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Arsenaal taphataa sarara gidduu Seeviilaa Luusiyaanoo Agumee bakka bu'aa Toomaas Paartee gochuuf marii eegalaniiru. Seeviyaan taphataa sarara gidduu Faransaay ganna 23 kana hanqina financial irraa kan ka'e hanga paawundii miiliyoona 20tti gurguruuf fedhii qaba. Waan nama dhibu Agumee fi Saalibaan bakka bu'aa tokko akka qabu, kunis jijjiirraa salphisuu danda'a.

Paartee fi Arsenaal Xumurame fakkaata๐Ÿ˜ญ
๐Ÿšจ Miles Lewis Skelly kontiraata isaa dheeressuuf Arsenaal waliin walii galtee irra gahera

[Charles Watts]
Goal of the year!
Taphoota kurnan (10 n) jalqabaa Arsenaal kan bara dorgommii 2025/26 suuraadhan

โœArsenal ๐Ÿ”ด

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Taphni torbee 1 ffaa man utd fi Arsenal giddutti gaggeeffamu guyyoota 59 booda ( ji'a tokkoof guyyaa 29)

๐Ÿ‘‰Dilbata Hagayya 11/2017 galgala keessaa sa'aatii 12:30 irratti.

๐ŸŸdirree Maanchistar unaaytid(old Trafford) tti kan taphatamuudha.

โœ Arsenal ๐Ÿ”ด

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Max Dowmaan Gaaree jalqabaa kessaatti Uffaannan lakkoofsa 99 kan kennamuuf taha

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
Akkam jirtu? Hundumti keessan Youtube channel koo kana subscribe godhaa!

Firans Art
๐Ÿ™Œ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://www.youtube.com/@fgart11
2025/07/03 07:02:17
Back to Top
HTML Embed Code: