Telegram Web Link
๐Ÿ’ธ๐Ÿ˜ƒ๐Ÿ˜—๐Ÿ˜ณ๐Ÿ˜”

๐Ÿ‘Mooskuweeraa Arsenaalitti makamuuf bayyee dhihaatee jira. [Fabrizio Romano] gabaase

๐ŸŽฅโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ‘Liiziing gatii Benjamin seeskoof gaafata turan irraa hirdhisaanii jiru amma amma taphataadhaaf pawondii miiliyoon 60 fudhachuuf qophiidha. [BILD] gabaase

๐ŸŽฅโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Waggoota 2 dura guyyaa har'aa ture kilabni keenya Kaay Havartiz Chelsii irraa yuuroo miiliyoona 75'n mallatteessifachuu ifa kan godhe!

Kaayโค๏ธโค๏ธ

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
๐Ÿ‘Arsenaal maskuuweeraan mallatteessiif Gaafii 2ffaa yuuroo Miiliyoon 20-22 ta'u dhiheessaniifii jiru. Taphataaaf Arsenaal dhimma dhuunfaa irratti dursanii walii galanii jiru. [NICOLO SCHIRA] Gabaase.

๐ŸŽฅโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Arsenal maaliif dursee taphattoota sarara gidduu fi sarara duubaa mallatteessisuu filate?

‎ โœ“ sababni inni guddaan taphattoota‎ sarara fuulduraa mallatteessiifachuufi yeroo ga'aa argachuu sababi barbaadef.

‎โœ“ sababni inni lammaffaan immoo taphattoota ganna kana kilabicha gadhiisan kanneen akka; Toomaas paartee ,Joorjiniyoo fi keeraan teernii bakka buusuu waan barbaadeef.

‎ โœ“ Filanno taphattoota (squad depth) gaarii fi dorgomaa ta'e qabaachuuf.

# Yaada xumuraa

‎Kilabni keenya taphattoota sarara fuulduraa ciccimoo fi beekamoo ta'an mallatteessiifachuun isaa hin hafu.maaliif yoo jettan, sporting daarektariin keenya Andree beertaan nama muuxannoo olaanaa qabu waan ta'ef dandeettii taphattoota ciccimoo fiduu waan qabuu fi abbootiin qabeenyaa kilaba keenyaas qarshii baasuuf(invest ) qophiidha.wanti 100% ofitti amanamummaa guddaan haasa'u dandeenyu kilabni keenya taphataa sarara fuulduraa akka malleetteessifatudha.

Isin maal isinitti fakkaata? yaada keessan nuuf qoodaa.


Suuraa kana irraa maal hubattan ?

What do you understand from this picture ?

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Kiristiyaan Noorgaard Bireentifoord keessa turuuf barbaadee kan ture yoo ta'u gaaffii Arsenal irraa dhihaateef hordofuun battaluma sanatti Arsenaliif tole jedhe jechuun [Fabrizio Romano]'n gabaasee jira!

Arsenal irraa gaaffiin taphataaf dhihaachuun Lootoriin namaaf bahuu waliin walqixa. Gaaffii Arsenal irraa dhihaate namni fayyaa qabu kufaa hin taasisu๐Ÿค—


YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Prefer the best left winger for Arsenal
Anonymous Poll
25%
Eze
64%
Rodrigo
7%
Martinelli
5%
Lookman
Taphattoota sarara ittisaa ciccimoo addunyaa lamaan kana paawundii miiliyoona 54 qofaan mallatteessifanne yoo jedhame eenyutu amana?

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
History. Tradition. Class.

โค๏ธ The Arsenal


YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Piroofeesar Arsen Wenger, Peep Gaardiyoolaa fi Koloo Tuuree
Barnoota fayya yeroo dheeraadhaaf kan rakkachaa turre kunoo amma Afaan keenya Afaan Oromootiin karaa youtube dhufeera

Liinkii kanaa gadiin seenaatii ammuma subscribe godhaa! ๐Ÿ™๐Ÿป๐Ÿ™๐Ÿป
๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/Gh_wpgagLHA?si=Sb2MjvlW_Eb0phBS
Itaan Niwaaneeriin garee biyyaalessaa Ingilaand umrii 21 gadii waliin Shaampiyoonii ta'ee jira!

Ethanโœจ


YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Spanish Era

Arsenal ๐Ÿ”ด

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
๏ปฟJUNE 29 guyyaa ilmi Oromoo qaaliin itti wareegamedha.
โœ“ Artist Haacaaluu
Hundeessaa deeggaraa
Arsenal ture.
Lubbuun isaa jannataan haa qananiitu.โค๏ธ๐Ÿค
2025/06/29 20:24:56
Back to Top
HTML Embed Code: