Barnoota fayya yeroo dheeraadhaaf kan rakkachaa turre kunoo amma Afaan keenya Afaan Oromootiin karaa youtube dhufeera
Liinkii kanaa gadiin seenaatii ammuma subscribe godhaa! ๐๐ป๐๐ป
๐
https://youtu.be/Gh_wpgagLHA?si=Sb2MjvlW_Eb0phBS
Liinkii kanaa gadiin seenaatii ammuma subscribe godhaa! ๐๐ป๐๐ป
๐
https://youtu.be/Gh_wpgagLHA?si=Sb2MjvlW_Eb0phBS
YouTube
Obstetrics Overview in Afaan Oromoo By Mrs Firans G
Itaan Niwaaneeriin garee biyyaalessaa Ingilaand umrii 21 gadii waliin Shaampiyoonii ta'ee jira!
Ethanโจ
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Ethanโจ
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Spanish Era
Arsenal ๐ด
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
Arsenal ๐ด
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
Arsenal christian mosquara wajjiin faayidaalee dhuunfaa irratti walii ga'aniiru.
Arsenal jijjiirraa christian mosquara โฌ20M akka xumuran abdii qabu.
You tube Oro ARSENAL ๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Arsenal jijjiirraa christian mosquara โฌ20M akka xumuran abdii qabu.
You tube Oro ARSENAL ๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Mariin kilaboota lamaan gidduutti akkuma itti fufetti jira Valensiyaan gaafii lammaffaa Arsenaal dhiyeesse Yuroo miliyoona 20 ni fudhata jedhamee eeggama. [Fabarizio Romano] gabaase
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Arsenaal bara kana Roodriigoo garee isaanii keessatti Gahe guddaa akka qabatuu itti himuuf akka jedhaan The Athletic gabaaseera
Madda:Fabrizio Romano]
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
Madda:Fabrizio Romano]
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
Arsenal dorgommii waancaa kilaboota addunyaa booda Riyaal Maadiriidiif gaaffii dhiheessuuf qophaa'aa jiru jechuun [Francois Plateau] gabaasee jira!
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Toomaas Paarteen xumuraa ji'a kanaa irratti Arsenal akka gadi lakkisu [David Ornstein] mirkaneessee jira!
Jiini kun boru kan xumuramu ta'a akka Girigooriyaanosaatti.
Thomas๐ โค๏ธ
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Jiini kun boru kan xumuramu ta'a akka Girigooriyaanosaatti.
Thomas๐ โค๏ธ
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
๐บ๐ธ Bukayo Saka in New York ๐ฅฐ
โArsenal ๐ด
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
โArsenal ๐ด
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
Akkam Jirtu Maatiin Oro Arsenaal!
Maaloo osooma ariifattanii maxxansa kana dubbisaaโฆ harra akka itti jirru ni beekna kan borii immoo Waaqa(Rabbi) qofatu beeka!
Haati keenya suuraa irratti argitan Kun dhukkuba garaagaraa hedduudhaan dhukkuffataa jirti kana irraan mana keessa jiraattu hin qabdu manni suuraa irratti argitan kun guyyaa muraasa dura dha kan haaluma kanaan illee ijaarame.. dura mana honaa suuraa irrati argitan kana keessa jiraatu turanโฆ haati keenya kun Waan ittiin jiraattu tokko illee hin qabdu kana irraan immoo haadha daaโimman 6 dha!
Abbaan mana ishee illee dhukkuba garagaraa waan dhukkuffatuuf hojii guyyaa guyyaa illee hojjechuu hin dandeenye!
Haadhi keenya kun kan jiraattu Magaalaa Shaashamannee keessadha Video guutummaa isaa haala rakkoo isaanii deemnee ilaaluun baayyee nu gaddisiisee videon waraabamee ture sababa MB isaa baayyee guddatuuf yeroof as irra maxxansuu hin dandeenye!
Yaalii torbee 1 booda haadha keenya kanaaf amma accountโn maqaa isaaniitiin banameefii jira!
Namoonni isinitti dhagaaโamee gargaaruu barbaaddan Account kanaa gad jiruun gargaaruu dandeessu!
Namoonni gargaaruu hin dandeenye immoo Maxxansa kana share gochuun waanuma dandeenyuun haadha keenya kana haa gargaarru!
๐ฆ Baankii Daldala Ethiopia
๐ 1000705776427
๐ค Shagule Bude Amadu