It's raining on Habtambet!
Odeeffannoo fi gaaffii yoo qabaattan 0989544444 irratti
Nuuf bilbilaa!
๐ฐ
โโโ๐โ๏ธ| Bet Responsibly | 21+โ๏ธ ๐โโโ
habtam.bet
Telegram ๐ฑ | Facebook ๐ฑ| Tiktok ๐ฑ
Gatii Aviator Ren birrii kuma 60 irraa gara birrii kuma 100tti ol guddifneerra!
โณsa'aatii 4 hanga 5tti
โณsa'aatii 8 hanga 9tti
โณ 11 - Sa'aatii 12
โณSa'aa 2:30 - 3:30
ni Roobisiina
๐ Claim Now! ๐Odeeffannoo fi gaaffii yoo qabaattan 0989544444 irratti
Nuuf bilbilaa!
โโโ๐โ๏ธ| Bet Responsibly | 21+โ๏ธ ๐โโโ
habtam.bet
Telegram ๐ฑ | Facebook ๐ฑ| Tiktok ๐ฑ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค14
๐จ Arsenaal Konstantinos Kareetsaas Geenkii irraa Yuuroo miiliyoona 45n fudhachuuf dhihaateera. Taphataan ganna 17 kun bara 2026tti gara Arsenaalitti osoo hin seenin duura waggaa tokkoof Beeljiyeem keessa tura.
[Amna News๐ง๐ช]
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
[Amna News๐ง๐ช]
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
โค53๐8๐3๐ฑ1
๐จ Arsen Wenger ganna kana Arsenaal eenyu irratti xiyyeeffachuu qaba?
๐ฃ๏ธ Deeviid Siimon: โTorban sadii dura Arsen Wenger waliin irbaata nyaadheera.Akkasumas โosoo amma leenjisaa arsenal taatee ganna kana eenyuun mallatteessita?โ jedheen isa gaafadhe,
Innis battaluma sanatti โISAKโ nan jedhee.โ
Jechuun dubbateera.
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
๐ฃ๏ธ Deeviid Siimon: โTorban sadii dura Arsen Wenger waliin irbaata nyaadheera.Akkasumas โosoo amma leenjisaa arsenal taatee ganna kana eenyuun mallatteessita?โ jedheen isa gaafadhe,
Innis battaluma sanatti โISAKโ nan jedhee.โ
Jechuun dubbateera.
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
๐81โค28๐7
Maanchistar Siitii fi Baarseloonaan taphataa sarara gidduu Arsenaal ganna 15 Maaks Daawmaan irratti fedhii qabaachuu isaanii ibsaniiru!
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
(Source: Football Transfers)
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
๐ข77โค24๐ฑ9
#OFFICIAL :
Lazion Jijjiiraa Nuunoo Tavaarees kan ergisa ture amma dhaabbii godhachuu isaanii beeksisanii jiru
Good Bye, Nuno! ๐
YOU TUBE ORO ARSENAL๐ ๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
Lazion Jijjiiraa Nuunoo Tavaarees kan ergisa ture amma dhaabbii godhachuu isaanii beeksisanii jiru
Good Bye, Nuno! ๐
YOU TUBE ORO ARSENAL
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค73๐1
Bukaayo Saakan bara dorgommii kana taphattoota Arsenal kessaati ga'umsaa bareeda argisiisan jedhamanii filatamaan keessa Sadarkaa 2ffadhan xumureera.
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
โค102๐5
Mikeel Arteettan taphataa Primer league keessati muuxannoo qabuu fi iddoo hunda dhaqee taphataa taphachuu danda'u barbaada.
Arsenal gabaa jijjiirra kana irratti ariitidhan deema haa jiraataniyyuu malee Andree Bertaan iddoo tokkootti taphataa tokko wajjiin hojjechuu irra filannoowwan garaa garaa irratti altokkoon hojjechuu barbaada.
Arsenaal jijjiirra kana irratti haala kaffaltii ykn umurii taphattootadhan wal madaalchisee tarkaanfi fudhachuu barbaada.
-Gari Jacob's
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
Arsenal gabaa jijjiirra kana irratti ariitidhan deema haa jiraataniyyuu malee Andree Bertaan iddoo tokkootti taphataa tokko wajjiin hojjechuu irra filannoowwan garaa garaa irratti altokkoon hojjechuu barbaada.
Arsenaal jijjiirra kana irratti haala kaffaltii ykn umurii taphattootadhan wal madaalchisee tarkaanfi fudhachuu barbaada.
-Gari Jacob's
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
โค49๐4
๐ฃ๏ธGary Neville Sport Podscat waliin
You Tube Oro Arsenalโฌ๏ธโฌ๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Tilmamaa koo yeroo sadaffaf Arsenaal bara kana waancaa ni injifata jedheen tilmama jedhe.
You Tube Oro Arsenalโฌ๏ธโฌ๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
โค97๐24๐ฅฐ4
๐จBakka bu'aan Victor Gykores taphataan kun mindaa torbee guddaa akka barbaadu Arsenaalitti himeera. Victor Gykores torbanitti ยฃ300,000 Arsenaal keessatti akka kaffalamuuf barbaada, Arsenaal garuu gatii kana kaffaluuf fedhii hin qabu.
Arsenaal taphatichaaf torbeetti ยฃ200,000 ol kaffaluuf fedhii hin qabu.
Gyokeres yeroo ammaa Kilabii Ispoortii keessatti torbeetti ยฃ39,000 kan argatu yoo ta'u, mindaan inni amma Arsenaal keessatti argachuuf gaafate dachaa torba dha.
Yaadannoof...Arsenaal keessatti Miindaan Haveert torbaniin $280,000 yoo tahu kan Gabriel Jesus $265,000 dha
Torbaniin $300,000 Gyokeres dhaaf ni guddata moo gatii gaarii isinitti fakkaata?
YOU TUBE ORO ARSENAL๐ ๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
Arsenaal taphatichaaf torbeetti ยฃ200,000 ol kaffaluuf fedhii hin qabu.
Gyokeres yeroo ammaa Kilabii Ispoortii keessatti torbeetti ยฃ39,000 kan argatu yoo ta'u, mindaan inni amma Arsenaal keessatti argachuuf gaafate dachaa torba dha.
Yaadannoof...Arsenaal keessatti Miindaan Haveert torbaniin $280,000 yoo tahu kan Gabriel Jesus $265,000 dha
Torbaniin $300,000 Gyokeres dhaaf ni guddata moo gatii gaarii isinitti fakkaata?
YOU TUBE ORO ARSENAL
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค72๐11๐1๐ข1
๐ORO ARSENALโฝ
๐จBakka bu'aan Victor Gykores taphataan kun mindaa torbee guddaa akka barbaadu Arsenaalitti himeera. Victor Gykores torbanitti ยฃ300,000 Arsenaal keessatti akka kaffalamuuf barbaada, Arsenaal garuu gatii kana kaffaluuf fedhii hin qabu. Arsenaal taphatichaafโฆ
Miindaa Torbee Taphattoota Arsenaal Kanneen Top ta'an
โค56๐4
Itti gaafatamaa Iskaawutii Juuveentus fi daayreektarri Giraanaadaa duraanii Maatiyoo Toognoozii, yeroo ammaa Arsenaal mallatteessisuuf marii irra jiru.
Namoota Garee Andiree Bertaa jalatti hojjatan keessaa nama tokko taโa jeedhame eegama.
[Fabrizio Romano]
You Tube Oro Arsenalโฌ๏ธโฌ๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Namoota Garee Andiree Bertaa jalatti hojjatan keessaa nama tokko taโa jeedhame eegama.
[Fabrizio Romano]
You Tube Oro Arsenalโฌ๏ธโฌ๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
๐31โค14
KING KAI: "An Jira" jechaa jira๐ฅโค๏ธ
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
โค73๐11๐2
Martin Odegaard 4th Place
Attacking midfielder Session kanaa ESPNFC Top 10 kan jiran yeroo ibsu
๐ค YOUTUBE ORO ARSENAL ๐ ๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
Attacking midfielder Session kanaa ESPNFC Top 10 kan jiran yeroo ibsu
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค38๐6๐2๐ฑ2
Hordoftoota amantaa Islaamaa hundaaf, baga Ayyaana Iid al-Adha (Arafa) bara 1446ffaa nagaan geessan jenna!
Ayyaanni kun kan nagaa, fayyaa, gammachuu akka isiniif ta'u hawwina!
Ayyaana Gaarii!
#eidMubaarak!
Adminota Oro Arsenal irraa...!โค๏ธ
YOU TUBE ORO ARSENAL๐ ๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
Ayyaanni kun kan nagaa, fayyaa, gammachuu akka isiniif ta'u hawwina!
Ayyaana Gaarii!
#eidMubaarak!
Adminota Oro Arsenal irraa...!โค๏ธ
YOU TUBE ORO ARSENAL
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share | @Oro_Arsenal
| @Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค84๐13
Arsenal๐ซ
Maal 'strategy' akkanaa? Strategy baay'ee baay'ee nama jibbisiisu! Morkiin kilaboota faallaa keeyna waliin taasifnu dirree irratti qofa ta'uu hin qabu jijjiirraa taphattootaa irrattis ta'uu qaba ture morkattootni keenya nu gatanii deemaa jiru keenya hoo? Hirriba gaarii irra jiru๐ nu deeggartootaaf kun nuuf hin malu!
Maalumaafuu waan uumamu obsaan eeguudha. Gaarii nu haa dhageessisu๐

๐43โค21๐ข11๐8

โค10๐2