Telegram Web Link
Spain fashaleessanii jiruโŒ
Portugal 5
Portugal winners
Rukuttaa adda baastuu
Poorchugaal 5 Ispeen 3
Congratulations to the Portugal national team on winning European nations league trophy ๐Ÿ†
Miseensonni maatii Oro Arsenal Hundi keessan nagaan bulaa! Halkan Gaarii isiniif haa ta'u

Oro Arsenal members have a nice night .

Gunners lovely family โค๏ธ๐Ÿ”ด


YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
๐Ÿ‘Arsenaal fi Zubimendii dhimmaa kontiraata irratti erga guutumaan guututti walii galtee irraa gahanii booda. Sanadoota seera qabeessaa wal jijjiiranii jiru. Taphataan amma gara arsenaal deemuuf qorannoo fayyaa qofa hafaaf. [Hand of Arsenal] gabaase

โ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ‘Jijjiirraan Martiin Zubimendii gara Arsenaal taasisaa jiru xumuramee jira.

Dokumetiin hunduu mallattaa'ee xumuramee jira. [NOW ARSENAL] gabaase

โค๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Akkam jirtu maatiin Oro Arsenaal hundumatti keessan yeroo amma gargaarsaaf dhufne akkasuma maatii Pirimamii qabdan hundaafuu channeel keenya irratti boost akka nuuf kennittan kabajaan isin gaafanna

https://www.tg-me.com/boost/Oro_Arsenal
๐Ÿ‘Maartin Zubimendii 100% taphataa Arsenaal.

Arsenaal jijjiirraa kanaaf paawondii miiliyoon 51 Reyaal Soosidaadiif kan kafalu ta'a.

Zubimendii taphata ganna kana mallattoo jalqabaa arsenaaliif kaayuudha. [๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡นFabrizio Romano] gabaase

๐ŸŽฅโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Saliba Always celebrates in a special way โ™ฅ๏ธ๐Ÿค
Business!
Fuuldurri Arsenaal ifa. Taphattoota dargaggoota kana waliin waan baay'ee abdannu qabna. โค๏ธ๐Ÿค
๐Ÿ‘Odeeffannoon tokko tokko Haala Reyaal Maadiriid irratti hundaa'uun Jijjiirraan gara Arsenaal taasisu hafuu danda'a odeeffannoon jedhu channeel gargaara irratti barreefamee argaa jirraa.

Jarana maal ta'aniitti Jijjiirraan gara Arsenaal taasise akka mallattaa'ee akka xumuramee dagatan moo akkami? Taphataan sababa garee biyyaalessaaf taphataa jiruuf qorannoo fayyaa hin taasisne guyyaawwan dhufan kana jijjiirraa ifa kan ta'u ta'e tasgabbaa'aa jedhaanii๐Ÿ˜‚

โ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namoonni Channel Sport qabdan hojiidhaaf waan barbaadamuuf...@Ibrish16 ykn @Abi_Jss irratti Link channel keessanii ergaa...yoo xiqqaate member 15k ol qabaachuu qaba...Galii isin argattan haala channel keessanii irratti hundaa'eeti!
๐Ÿ‘ Jechoota Gara Reyaal Maadiriid dhufan hin ilaalinaa Arsenaal fi Soosidaadii mallattoowwan jiran mallatteessanii Xumuranii jiru. Taphataan guyyaa qorannoo fayyaa taasisu beelamni qabamee jira [ Hand of Arsenal fi Alex Goldberg] gabaase

๐ŸŽฅโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Bara darbe ittisa Piriimiyerliigii Ingiliiz keessaa giddu galeessaan daqiiqaa 90 keessatti yeroo muraasa Kan darbaman [dribbled past] (daqiiqaa 1200+):

โ—‰ 0.07 - Maayils Luwiis-Skeelii
โ—Ž 0.11 - Maaksii Kiilmaan
โ—Ž 0.12 - Kaameroon Burgess
โ—Ž 0.15 - Gabri'eel Magalhรฃes
โ—Ž 0.15 - Ezrii Konsaa


You tube Oro ARSENAL ๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal
2025/07/04 22:59:10
Back to Top
HTML Embed Code: