Telegram Web Link
๐ŸšจEthan Nwaneri fi Myles Lewis-Skelly lamaan isaaniiyyuu taphataa dargaggeessa cimaa PFA ta'uuf sadarkaa ja'an duraa keessa galaniiru.

๐ŸšจEthan Nwaneri and Myles Lewis-Skelly have both included into the top six for the PFA young player of the year.

โœ Arsenal๐Ÿ”ด

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
โœ…Arsenaal fi Paarteen koontiraata haaraa iratti waliigalteerra gahuu hin dandeenye.

Ammatti Parteen carraan bilisaan gadhiisuu isaa bal'achaa dhufeera.

[ Fabrizio Romano]

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
Baarseloonaan Toomaas Paartee bilisaan mallatteessifachuuf dubbii akka eegalan gabaafamee jira!

Kilabni keenya garamitti deemaa jira๐Ÿค”

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
๐Ÿšจ Arsenaal kilaboota hedduu haala Noonii Maaduukee Cheelsii keessatti hordofan keessaa tokko.

Madueke Cheelsiin gurgurtaaf hin dhiyaanne garuu kontiraata haaraanis hin dhiyaanne.

(Madda: @Matt_Law_DT)

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
Viiktor Yoyikiresh Maatiisaaf hiriyoota isaaf Arsenaal qofatti makamuu Akka fedhus ifa godheera jedha gabaasni
@talksport

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
Maartiin Zubimendiin gara Arsenaalitti jijjiirraa isaa xumuruuf Landanitti argama.

Taphataan ganna 26 kun Riyaal Soosiyaadaad irraa waliigaltee ยฃmiliyoona 51 ol ta'een Asenaalitti makama.

[
@David_Ornstein]

You Tube Oro Arsenalโฌ๏ธโฌ๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
โœ…Dekelaan Raayis PFA award 2025 kessatti kadhimameera

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
Maloodha waanti kun ๐Ÿ˜‚
Arsenal Gaabreel Maartineelii gurguruu barbaada jechuun [Gary Jacob] gabaasee jira!

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
๐Ÿ‘Arsenaal Jijjiirraa Martiin Zubimendii xumuree jira. Martin taphataa Arsenaal ganna kana dursee arsenaaliif mallatteessuudha.

Gatiin yuuroo Miiliyoon 64 hanga 65ittiidha. [๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡นFabrizio Romano] gabaase

๐ŸŽฅโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โ–ช๏ธŽ|| Kai Havertz fi Saakaan cidha Odegaard irratti hirmaachuuf Noorweey magaala Oslo gahaniru

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
๐Ÿ‘Martiin Zubimendii qorannoo fayyaa guyyaa hardhaa taasiseen hundaaa xumuree jira. Sanadoota jiran hundaa garee lamaan gidduutti akkasuma taphataa gidduttis mallattaa'ee xumuramee jira. Amma Taphataan qabeenya Arsenaaliidha.

Madda Amanamaa yeroo kamuu ๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡นFabrizio Romano gabaase

๐ŸŽฅโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธโ—๏ธ
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ—ฃ || Jureeyan Timber

Jijjiirraan ganna kana jijjiirraa hojiin itti baay'atu ta'a jedheen yaada, bara darbe miidhamnii taphattoota waan nu mudateef taphattoonni haaraan hedduun nutti makamu jechuun dubbateera

๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช ||
@ORO_ARSENAL
 ๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช ||
@ORO_ARSENAL
Taphattoota Sarara gidduu garee keenyaa yoomiyyuu onnee deggartoota Arsenal keessaa hin dhibamne!

Mee tilmaamaa harki kun kan eenyuudhaa?
Affeerraa suuraa โค๏ธ๐Ÿค
Partey!
Boordiin Arsenal waa'ee Partey irra deebi'ee itti yaaduu qaba...

Diamond Afrika๐Ÿ’Ž
Generala Sarara gidduu Tomas
Partey..
Arsenaal taphataa sarara fuulduraa eenyuun waan fidu isinitti fakkaata?
Anonymous Poll
51%
Gyokeresh
34%
Sesko
15%
Havertz tu itti fufa
Taphataan cimaa waggaa Arsenaal eenyu ture isiniif?
Martinelli haa gurguramu moo haa turu?
Anonymous Poll
63%
Haa Gurguramu
37%
Haa turu
2025/07/01 21:23:09
Back to Top
HTML Embed Code: